#Hama
#الغيبة
➾Namni hammeenya nama biraa sitti hime, gaarummaa kankee isaanitti hima jettee yoomuu hin yaadin.
#Guyyaa_gaarii
@tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Suuraan Kuni maal Ibsa.... nama dursee argate.... kaardii Abbaa 50 badhaasaan...
Deebiin #Hama/Wal hamachuu
✍ Kan muka Jala ciisu sun sihi ... mukni Marge Kun immoo dalagaa tanteeti... dalagaa ati ifaajjee... keeyrii ati dalagatte.
Firii isaa situ nyaachuu qaba ture... garuu toltuu ati dalagatte, warra ati isaan hamataa oolte santu sirraa guurata guyyaa qiyaamaa...
ni ifaajja...kan ifaajju ammoo nama biraatiif....
walumaagalatti Suuraan waan hedduu ibsa, Suuraan Kuni Kitaaba guddaadha... hundi keessanuu akka keessanitti argattanii jirtu.... garuu sirritti kan inni ibsu... hama/nama hamachuu ibsa.
Family Tafakkur baay'ee galatoomaa... garuu nama tokko qofatu yaada kiyya kanatti dhihaate....
Share👇
https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf