#Deemi_bakka_yaaddeen_Rabbi_sihaa_gahuu🤲
خطواتك ستوصلك يومًا إلى ما تريد
فقط كن واثقًا بالله ولا تعجز .
Your steps will get you there one day Just be confident in God, and don't fail.
Join👇
@tafak_or

#Deemi
➛ Hanga feete hidhaa jiruu duniyaatiin marfamtus, addunyaa tanarratti kophummaan guutamtus, hin dhaabbatin.
✔ osoo akka Rabbiin kankee si duubaan jiru kan amantu taatee, silaa harka hin kennattus; deemsa kees addaan hin kuttu tureeyyu...silaa magaalaan abjuu keetii akka si moggaa jiru argita.
➛ Kanaafuu maaltu sirraa eeggama___?
Wantoota armaan gadii kana hujiitti hiikuu qabda. Isaanis:
1ffaa: Iimaana si barbaachisa,
2ffaa: Obsa si gaafata,
3ffaa : hanga bakka yaadde sana geettuuf deemsa addaan hin cinne si gaafata.
Follow me👇
https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf