𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
10.7K subscribers
557 photos
21 videos
22 files
1.89K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Namoota Gaaficha irratti hirmaatan 415 keessaa namni deebii argate nama tokko qofa
Maqaan isaa_____Hamiltan Ahmed "Deebii hin qabu" jedhe.

Ajaa'iba yaaliin keessan garuu baay'ee natti tolee jira, garuu deebiin achi keessa hin jiru, nama kana hunda keessaa namni gaafiidhaaf iddoo kenneef nama tokko qofa natti fakkaata, baay’ee galatoomaa, hirmaannaan keesaan baay’ee namatti tola.

#DEEBIIN

#Yatiima jechuun= Nama abbaa hin qabne.
#Laxiima jechuun = Nama haadhaa fi abbaa/lamaanuu hin qabne.
Laqiixa jechuun= nama waa jalaa badan.
#Ajiyyii (عجي) jechuun= Nama haati irraa duuteen jedhan.
Nagahaan_bulaa.
Join godhaa👇
@tafak_or
https://t.me/tafak_or