๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
9.51K subscribers
547 photos
20 videos
20 files
1.79K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
โ™ฆ๏ธFEEMASOOTA BIYYA KEENNAATIIF
๐Ÿ”ธ๐Ÿ”ธ๐Ÿ”ธ๐Ÿ”ธ๐Ÿ”ธ๐Ÿ”ธ๐Ÿ”ธ๐Ÿ”ธ๐Ÿ”ธ๐Ÿ”ธ
๐ŸนGaafiin eegala
๐ŸŽฏWaggaa 1400 dura duubatti si deebisa .
๐ŸงถYeroo san Ifaan , Interneetni ,
๐Ÿ”ทYaabbiin gaariin lafaa fi samirra yaa'u hin turre .
โ›ณQalamaan hin barreessine
M/B seenanii hin seenne .
๐ŸฌFooqii Irra Liiftiin Olin baane
๐Ÿ“Garuu seenaan Gaariin Ifaa malee ifan ,
๐Ÿ“Hojii gaariin interneeta malee Mul'atan ,
๐Ÿ“Lafa fagoo Konkolaataaf Xiyyaara malee Deemee nuun gahan .
๐Ÿ”˜Ofii Qofa hin nyaanne nuufis hanbisanii dabran .
๐ŸคทYaadi Mee gaafas Osoo wanta Har'a jirutti fayyadamanii hagam Fagaachuu danda'an .
๐Ÿง”Isaan hojii isaaniif promotion hin hojjanne .
๐ŸŒบBaanaarii baasanii makiinaan hin iyyine .
๐ŸŒธKaan barreessanii kana hin maxxansine .
๐ŸŒนGaruu Seenaa Dinqisiisaa Hin quufamnetu irraa galmaa'e .
๐Ÿต๏ธWaan isaanii dubbadhee hin fixu .
๐Ÿ’ฎSii galaa Waan hin jirreef Maqaa dhahee gara keetiitti dhufa .
๐ŸŒธisaan Sahaabaa Rasuulaa fi Warra Faana seenaa gaarii qaban hunda .
๐ŸŒšSitti As Haa dhufu ...
๐ŸŽ‡Biyya Ifaa, Internetaa fi Social media keessatti dhalatte.
๐ŸŽ‘Kitaabota miliyeenaan maxxanfaman keessatti dhalatte.
๐ŸŽž๏ธVedio fi sagalee Hanga ilma baay'atu Dhagahaa guddatte .
๐ŸŽน Addunyaa kee Meeshaa hedduu daaw'ataa guddatte .
๐Ÿ’กHaala mijjate Kun hundi si marsee garuu har'ayyuu gowwaadha , Wallaaladha hin jijjiiramne .
๐Ÿ”ญQaroominni Addunyaa Waan siif dhufe hin fakkaatu .
๐Ÿ“กAddunyaan Daqiiqaan guddina saffisaa keessa jirti .
๐Ÿ“ŠTekniloijiin isaanii hedduun Gara Roobotitti Humna cimaa Cehaa jira .
๐Ÿท๏ธSaffisaan 5G bira geette .
๐Ÿ“Ati Hanga Har'aa #2G biraa hin tarre .
๐Ÿ”ฎRoobootii Silaa argitee hin Beektu.
Meeshaan elektirooniksii Fooyya'ee Mobaayilli Seelii Qaama namaa keessatti Hojjatamaa jira .
๐ŸงฟMobaayilaa gurguddaa Addunyaan ofii omishtee itti Fayyadamtee bira darbite .
๐Ÿ“Si Harka hanga har'aatti Nokia salaama Wal fuutu santu jira.
๐Ÿ’ฃHanga feete baddee bishaan yoo buutes baaftee Sirreessita .
๐ŸงฟOsoo Tuyxu keyboardii Qubeen irraa dhume .
๐ŸงฟAkka Waan Tekniloojii haaraa dhufe [A] as bira [B] as bira jettee namatti mul'ifta .
๐Ÿ“ŒWaan cabe fi Yeroo irra tare walitti qabdee irra teetta .
๐Ÿ“ŒNama hanga waa jabeessu argee hin Beeku .
๐Ÿ“yoo waa jabeessu taate itti fufi .
๐Ÿ”ดKa siin jedhu garuu
๐Ÿ”ปBaradhu
๐Ÿ”ปGuddadhu
๐Ÿ”ปdorgomi
๐Ÿ”บHin dhaqqabdu yoo siin jedhe hanga haftee Jiruu keessaa baata .
โ›”Ati uumamaan Saffisaa cimaan deemuun Waan siif kennameef Amma dhaqqabda Fiigicha eegali ...
โ†ช๏ธAmma Asiin dabran.
โ–ถ๏ธBaayyee si qoradhe Waan mara hin jedhu
๐Ÿ”ปWaa'ee Amantii keetiis Fagoo irraa jirta .
๐Ÿ”ดFamous ta'uuf jettee Hadiisa Rasuulatti taphataa jirta .
๐ŸงฟAmba nutti kolfisiifte ...
๐Ÿ”ฎQaraa hin Qaraane Ta Qaraate Biyyee Uffachiifte.
โ—€๏ธkanaan hin jirtu saniin inuu hin jirtu .
โ๏ธLama osoon taane lamaa oliin kufte .
โบ๏ธHiyyummaa waliin
โบ๏ธwallaala waliin Qabrii galuuf Deemta .
โ†ช๏ธKana hunda irra kan na dinqisiisu Osoo Feemasii taate Hawwii kee Ka waggaa 100ti .
โ†—๏ธKa keessi kee Duwwaa
Sagalema bareedduuf
โ†—๏ธFuuluma qajeeltuuf
โ†—๏ธMatama marte kanaaf Osoo femaous siin jedhanii jaalatta .
โฌ‡๏ธMaa ifaajan warri duraanii Ree
โ†”๏ธKa Ati waggama 2tti Beekaa taatuuf .
โ†•๏ธka waggama 2tti Hayyu taatuuf .
โ†•๏ธKa waggama 2tti Femaous taatuuf .
๐Ÿ”˜Wanni Atin taane hin jiru .
๐Ÿ”ทIyyitee iyya sii baane Homaa didamte .
โ›”Empty pocket has no sound jedhe Barsiisaan tokko .
๐Ÿ”ทFollower kee taanus
๐Ÿ“takkaa nun gorsine .
๐Ÿ“Takkaa nun barsiifne .
๐Ÿ“ŒSurree fi Kophee bitatte Nu daaw'achiifte .
๐Ÿ’กSurree miti Surrii kee nuu jijjiiri .
๐Ÿ”ทSi dura Du'aa fi Ganda 2tu jira .
๐Ÿ“Quba Qabaadhu
โ—พRakkoo Qofa Lafan Guutu
โ—พWaan Yaade tokkotu jira walitti deebina ....
๐Ÿ”˜Kutaa 2ffaan yoo lubbuun na hanbiftan isinii Deebi'a .
๐Ÿ‘ŒYaada keessan garuu ni barbaada .
๐Ÿ”ดRakkoo keenna tarreessaa Furmaanni hin dhabamuu
ยฉ๏ธOf Mil'adhu #Zahmaa keessaa bahi.

โœBy Seid Muhammad....
Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or