๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ #Zul-Hijjaa keessa keeyrii armaan gadii saamachuu dandeessu. Keeyrii 50 ol dalagachu ni dandeessa:๐ 1) Salaata fardii irratti jajjabaachuu, 2) Soomana Sunnaa fi gaafa guyyaa Arafaa soomuu, 3) Laa ilaaha illalllaah, Subhaanallaah, walhamdulillaah, Wallaahuโฆ
Keeyrii Zul-Hijjaa keessaa Kutaa #2ffaa ..
26) Salaata towbaa salaatuu,
27) Raka'aa lamaan wuduu'a booda salaatuu,
28)Nasihaa ykn dhaamsa gaggaarii waliif dabarsuu...
29) Wallaalaa waa barsiisuu,
30) Gaarittii Wal ajajuu hamtuu irraa wal seeruuf,
31) Miidhamaadhaaf tumsuu,
32) ija gadi qabachuu,
33) Obboleewwan Rabbiif jecha wwal jaalattuun ziyaaruu,
34) Salaata Janaazaa deemuu,
35) Dhibamaa gaafachuu,
36) Yaamicha siif godhame awwaachuu,
37) Nama yaada keessa jiru tokko booharsuun,
38) Salaatarraa baatee... hanga salaanni gahuuf teessee eeggachuu,
39) Masjida deemtee halaqaata Ilmiidhaa dhageeffachuu,
40) Ulmaa'ii kabajuun,
42) Islaamummaa keessatti namoota waan islaamummaa nama shakkisiisaa fidan irratti deebii gahaa laachuu....
43) Sunnaa Rasuulaa facaasuu,
44) Kennaa adda addaa waliif kennuun Wal gammachiisuu
45) Fuula Rabbiitiif jecha obboleessa muslimaa tokko deemtee harka fuudhuu...
46)Manguddoo kabajuun...
47) Deyni ykn Idaa namarraa kafaluu...
48) Mallaqa nama haajaa qabuuf, namaaf liqeessuun...,
49) Nama mallaqa liqeessiteefii siif kafaluu dadhabee yeroo kennitee eeggachuun,
50) Idaa nama irraa qabdu tokko, dhiisuufiis baattu hamma wahii qarqaaruu....
๐@Ibroo
51
..#Itti_fufa.... Share godhaa๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

Barnoota hardhaa irratti yaada qabduu.....?
๐
๐
Keeyrii Zul-Hijjaa keessaa Kutaa #3ffaa
51) Namoota Idaan irra jiru deeggarsi akka godhamuuf kallattii hundaan tattaaffii taasisuu,
52)Manguddummaa teessee namoota Wal dhaban gidduu seentee araarsuu...
53) Nama Sheenaweef Irra dabruu,
54) Azaa fi wantoota nama miidhan karaa irraa kaasuu,
55) Bittaa fi gurgurtaa keessatti walitti laaffisuu,
56) Muslima sattaruu ykn hirdhinna isaa isaaf dhoksuu,
57) Yatiimaaf uf qabuu,
58) Dubartoota Abbaa manaa hin qabne too'achuu,
59) Masjida ijaaruun,
60) Keeyrii irratti wal qajeelcuu,
61) Kitaabota adda addaa maxxansuu,
62) Social Mediadhaan keeyrii faffacaasuu,
63) Gorsuu fi gorsa adda addaa dhageeffachuu...
64) Hiyyeessaaf hoolaa Udhiyyaa erguu,
65) Fuudhuu fi fuudhaa fi heeruma irratti wal qarqaaruu,
66) Namoota Wal dhaban gidduu seentee walitti araarsuu,
67) Namoota gaggaarii wajjiin ooluun...
68) Waqfii kennachuun,
69) Hajjii qulqulluu hajjuu,
70) Irra waliif dabruu,
71) Rabbiif jecha Wal jaalachuu,
72) Nama waa dalagu tokko qarqaaruun, ykn tola ooltummaa dalaguun.
Bilisaan akkaataa namni waa itti dalagatee jiraachuu danda'u nama barsiisuun.
73) Wal gammachiisuun,
74) Wal yaamanii nyaata Wal affeeruun,
75) Wuduu'a keenya sirritti too'achuun keeyrii hedduu saamachuu ni dandeenya....
@Ibro....
76) #Itti_fufa.... Share gochuun ajrii saamadhaa๐

#Seequun....
Abbaa: Ilma koo mee telephone ๐ฑ kee kenni waa ilaalaa ..
Ilma: Abbaa na eegaa qulfii isiniif banaa....
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete.....
format.... ๐
Ilma... Abbaa kunoo ilaalaa waan isin dhokse takkallee hin qabuu....
Abbaa: Ani homaan barbaadu mucaa kiyya... duraa sa'aatima ilaaluuf malee...
Ilma: kw jechuun amma kaa... ๐
Share ๐

Arkaanni Qadaraa meeqa ?
1)....
2)....
3)....
Mee barreessaa๐
1)....
2)....
3)....
Mee barreessaa๐
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Keeyrii Zul-Hijjaa keessaa Kutaa #3ffaa 51) Namoota Idaan irra jiru deeggarsi akka godhamuuf kallattii hundaan tattaaffii taasisuu, 52)Manguddummaa teessee namoota Wal dhaban gidduu seentee araarsuu... 53) Nama Sheenaweef Irra dabruu, 54) Azaa fi wantootaโฆ
Kan hafe Qabxii 130 ol.... bifa pdf isiniif qophheessaa jira...
isin keeyrii tana saamachuu fi hiriyyoottan keessaniifis share gochuu hin dagatinaa

#Dhageessee.....!
โ Wantoota lubbuu tantee gammachuudhaan guutan; wantoota akka ati jireenyaaf ilaalcha gaarii horattu si godhร n kamuu sirritti itti dhihaadhu...
@tafak_or

โ๏ธ Suuraa Anbiyaa keessatti Anbiyoonni dubbataman meeqa____?
Anonymous Quiz
48%
A) Anbiyoota 16
28%
B) Anbiyoota 17
24%
C) Anbiyoota 18
โ Waan asirratti barraahuu fi barsiifamu kamuu #share gochuun kankee, diinaa Rabbii facaasaa jirta jechuudha... kallattii tokkoon warroota karaa Rabbii keessatti jihaadan keessaa atis nama tokko... kanaafuu keeyriin xiqqoo hin qabduu hin tuffatin... waan gaarii yoo argite share gochuun saamadhu...!
Rabbiin anaaf isiniinis... anaaf taatan nuun haa jedhu.... dalagaa Ikhlaasa nuuf haa taasisu...
ูุณุฃู ุงููู -ุนุฒู ูุฌูู- ุฃู ููููููุง ููุนู ู ุจูู ุง ุนูููู ูุง ู ุฃู ููุชุจู ุฌู ูุนูุง ูู ู ูุฒุงู ุญุณูุงุชูุง ู ุฃู ูุฌุนูู ุฎุงูุตูุง ููุฌูู ุงููุฑูู .
Share๐
https://t.me/tafak_or
Rabbiin anaaf isiniinis... anaaf taatan nuun haa jedhu.... dalagaa Ikhlaasa nuuf haa taasisu...
ูุณุฃู ุงููู -ุนุฒู ูุฌูู- ุฃู ููููููุง ููุนู ู ุจูู ุง ุนูููู ูุง ู ุฃู ููุชุจู ุฌู ูุนูุง ูู ู ูุฒุงู ุญุณูุงุชูุง ู ุฃู ูุฌุนูู ุฎุงูุตูุง ููุฌูู ุงููุฑูู .
Share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Hajjii hajjuun A.L.hijraatti bara kamnkeessa dirqama godhame_?
Anonymous Poll
34%
A) Waggaa 6ffaa
37%
B) Waggaa 9ffaa
38%
C) waggaa 10ffaa
10%
D) Hunduu deebiidha...
Haa'iyyaa Kutaa 7ffaa
Daqiiqaa 10 boodaan inshallah
Daqiiqaa 10 boodaan inshallah