โ Dargaggummaa keetitti gaafa sheekummaa fi hooggansaa eegalte.... adabbiin xiqqaan si mudatu, beekkumsa silaa argachuu dandeessu paarsantii ol'aanaa dhabda...!
โDu'aa'ii nama jireenyi itti hammaattee ykn wanti kamuu yeroo itti jabaate kadhachuu qabu:
๐
ยซ ุงูููููู ูู ูุง ุณูููู ุฅูููุง ู ุง ุฌูุนููุชูู ุณููููุงุ ูุฃูุชู ุชูุฌุนููู ุงูุญูุฒููู ุฅุฐุง ุดูุฆุชู ุณููููุง ยป.
ยซ Allaahumma laa sahla illaa maa ja'altahuu sahlan...wa'anta taj'alul huzna izaa shi'ita sahlaa...ยป
Rabbiin waan jabaate hunda isiniif haa laaffisu....
๐
#Ibnu_Hibbaan Sahiiha isaa 2427 keessatti gabaase....
๐ุฑูุงู ุงุจู ุญุจุงู ูู ุตุญูุญู ูขูคูขูงโข
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

โDu'aa'ii nama jireenyi itti hammaattee ykn wanti kamuu yeroo itti jabaate kadhachuu qabu: ๐ ยซ ุงูููููู
ูู ูุง ุณูููู ุฅูููุง ู
ุง ุฌูุนููุชูู ุณููููุงุ ูุฃูุชู ุชูุฌุนููู ุงูุญูุฒููู ุฅุฐุง ุดูุฆุชู ุณููููุง ยป. ยซ Allaahumma laa sahla illaa maa ja'altahuu sahlan...wa'anta taj'alul huznaโฆ
Bareedinna afaan arabaa....๐
ู ููู ู ูููู ู ููู ู ููููุ ู ูููู ู ููู ุงููู ููููุงูู.
"Man manna, min mannin, munna minal mannaan..."
Yeroo Shan Shan osoo addaan hin kutin jedhaa mee....?!
Nagahaan naaf bulaa... hiikkaa isaa boru na gaafadhaa๐
https://t.me/tafak_or
ู ููู ู ูููู ู ููู ู ููููุ ู ูููู ู ููู ุงููู ููููุงูู.
"Man manna, min mannin, munna minal mannaan..."
Yeroo Shan Shan osoo addaan hin kutin jedhaa mee....?!
Nagahaan naaf bulaa... hiikkaa isaa boru na gaafadhaa๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Bareedinna afaan arabaa....๐ ู
ููู ู
ูููู ู
ููู ู
ููููุ ู
ูููู ู
ููู ุงููู
ููููุงูู. "Man manna, min mannin, munna minal mannaan..." Yeroo Shan Shan osoo addaan hin kutin jedhaa mee....?! Nagahaan naaf bulaa... hiikkaa isaa boru na gaafadhaa๐ https://t.me/tafak_or
Hiikkaa jecha tanaa
ู ู ู ููู
๐ Namni tola oole ykn arjoome
ู ู ู ููู
๐ Waan Rabbiin tola itti oole irraa...
ู ูููู
๐ tolatu itti oolama ykn itti dhangalaafama.
ู ู ุงูู ููุงู
๐ Mannaaniin irraa (Rabbii kennee kennaan isaa hin dhumanne irraa)
โNamni kennate waan kenname irraa... nama kennaan isaa hin dhumne(Mannaan) irraa isaaf kennama jechuudha.
Share๐
https://t.me/tafak_or
ู ู ู ููู
๐ Namni tola oole ykn arjoome
ู ู ู ููู
๐ Waan Rabbiin tola itti oole irraa...
ู ูููู
๐ tolatu itti oolama ykn itti dhangalaafama.
ู ู ุงูู ููุงู
๐ Mannaaniin irraa (Rabbii kennee kennaan isaa hin dhumanne irraa)
โNamni kennate waan kenname irraa... nama kennaan isaa hin dhumne(Mannaan) irraa isaaf kennama jechuudha.
Share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
ูุงู
ูุฉ_ุดูุฎ_ุงูุฅุณูุงู
_ุฅุจู_ุชูู
ูุฉ_ุนูุงูุฉ_ุงูุตูุนูุจ1.pdf
Laamiyaa Kutaa 4ffaa.....
Galgala sa'aatii 3:00 irratti
Galgala sa'aatii 3:00 irratti
โ Nama hamaa isaa ijaan hin argin, hammeenya isaa namarraa dhageetteef jecha hin dhugoomsin....!
hamma ija keetiin gartutti dhageettii qofaan nama hin qeeqin.
@tafak_or

โ Ani sattaramaadha bs....
Osoo waan Rabbiin koo na sattare isin beektanii... silaa second takkaaf moggaa koo hin teessan ture..... ๐ข
Yaa Rabbi waan isaan hin beekne sana naaf araarami.
ุฃูููู ุงุบูุฑ ูู ู ุงูุง ูุนูู ูู....๐คฒ
๐
https://t.me/tafak_or
Osoo waan Rabbiin koo na sattare isin beektanii... silaa second takkaaf moggaa koo hin teessan ture..... ๐ข
Yaa Rabbi waan isaan hin beekne sana naaf araarami.
ุฃูููู ุงุบูุฑ ูู ู ุงูุง ูุนูู ูู....๐คฒ
๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
Waan baratte keessaa ?
1) Aqiidaa qulqulluu jechuun maal jechuudha?
2) Aqiidaan waa'ee maalii qorata ?
3) Aqiidaa barachuun maaliif barbaachise?
4) Damee shari'aa Islaamaa keessaa Aqiidaan damee kam keessatti ramadama?
5) Sadarkaa meeqaffaa irratti argama ?
6) Maqoota Aqiidaa keessaa 5 barreessi ?
7) Aqiidaan maaliif Aqiidaa jedhamte ?
8) Maddi Aqiidaa eessa ?
9) Aqiidaa barachuun waajiba moo Sunnaadha ?
10) Aqiidaa eennutu kaahe/bu'uuresse ? eennutu ibse ?
11) Towhidaan Aqiidaa jechuu dandeenya?
12) Garaagarummaan Towhidaa fi Aqiidaa gidduu jiru maali ?
13) Maqaa barreessaa Kitaabaa, bara dhalootaa fi du'a isaanii barreessi ?
14) Maatiin isaa Ibnu Teymiyaadhan maaliif beekkaman ?
15) Ulmaa'ii giddutti sadarkaan sheekaa hangam gaha ? Aqiidaan isaa hoo maali ? waggaa meeqatti Fatwaa kennuu eegale ?
Barattoota sanbataatiif๐

Wal argaan keenya yoo Rabbiin fedhe hardha galgala
Daqiiqaa walakkaa hin caalle booda inshallah
โฆ๏ธFEEMASOOTA BIYYA KEENNAATIIF
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ
๐นGaafiin eegala
๐ฏWaggaa 1400 dura duubatti si deebisa .
๐งถYeroo san Ifaan , Interneetni ,
๐ทYaabbiin gaariin lafaa fi samirra yaa'u hin turre .
โณQalamaan hin barreessine
M/B seenanii hin seenne .
๐ฌFooqii Irra Liiftiin Olin baane
๐Garuu seenaan Gaariin Ifaa malee ifan ,
๐Hojii gaariin interneeta malee Mul'atan ,
๐Lafa fagoo Konkolaataaf Xiyyaara malee Deemee nuun gahan .
๐Ofii Qofa hin nyaanne nuufis hanbisanii dabran .
๐คทYaadi Mee gaafas Osoo wanta Har'a jirutti fayyadamanii hagam Fagaachuu danda'an .
๐งIsaan hojii isaaniif promotion hin hojjanne .
๐บBaanaarii baasanii makiinaan hin iyyine .
๐ธKaan barreessanii kana hin maxxansine .
๐นGaruu Seenaa Dinqisiisaa Hin quufamnetu irraa galmaa'e .
๐ต๏ธWaan isaanii dubbadhee hin fixu .
๐ฎSii galaa Waan hin jirreef Maqaa dhahee gara keetiitti dhufa .
๐ธisaan Sahaabaa Rasuulaa fi Warra Faana seenaa gaarii qaban hunda .
๐Sitti As Haa dhufu ...
๐Biyya Ifaa, Internetaa fi Social media keessatti dhalatte.
๐Kitaabota miliyeenaan maxxanfaman keessatti dhalatte.
๐๏ธVedio fi sagalee Hanga ilma baay'atu Dhagahaa guddatte .
๐น Addunyaa kee Meeshaa hedduu daaw'ataa guddatte .
๐กHaala mijjate Kun hundi si marsee garuu har'ayyuu gowwaadha , Wallaaladha hin jijjiiramne .
๐ญQaroominni Addunyaa Waan siif dhufe hin fakkaatu .
๐กAddunyaan Daqiiqaan guddina saffisaa keessa jirti .
๐Tekniloijiin isaanii hedduun Gara Roobotitti Humna cimaa Cehaa jira .
๐ท๏ธSaffisaan 5G bira geette .
๐Ati Hanga Har'aa #2G biraa hin tarre .
๐ฎRoobootii Silaa argitee hin Beektu.
Meeshaan elektirooniksii Fooyya'ee Mobaayilli Seelii Qaama namaa keessatti Hojjatamaa jira .
๐งฟMobaayilaa gurguddaa Addunyaan ofii omishtee itti Fayyadamtee bira darbite .
๐Si Harka hanga har'aatti Nokia salaama Wal fuutu santu jira.
๐ฃHanga feete baddee bishaan yoo buutes baaftee Sirreessita .
๐งฟOsoo Tuyxu keyboardii Qubeen irraa dhume .
๐งฟAkka Waan Tekniloojii haaraa dhufe [A] as bira [B] as bira jettee namatti mul'ifta .
๐Waan cabe fi Yeroo irra tare walitti qabdee irra teetta .
๐Nama hanga waa jabeessu argee hin Beeku .
๐yoo waa jabeessu taate itti fufi .
๐ดKa siin jedhu garuu
๐ปBaradhu
๐ปGuddadhu
๐ปdorgomi
๐บHin dhaqqabdu yoo siin jedhe hanga haftee Jiruu keessaa baata .
โAti uumamaan Saffisaa cimaan deemuun Waan siif kennameef Amma dhaqqabda Fiigicha eegali ...
โช๏ธAmma Asiin dabran.
โถ๏ธBaayyee si qoradhe Waan mara hin jedhu
๐ปWaa'ee Amantii keetiis Fagoo irraa jirta .
๐ดFamous ta'uuf jettee Hadiisa Rasuulatti taphataa jirta .
๐งฟAmba nutti kolfisiifte ...
๐ฎQaraa hin Qaraane Ta Qaraate Biyyee Uffachiifte.
โ๏ธkanaan hin jirtu saniin inuu hin jirtu .
โ๏ธLama osoon taane lamaa oliin kufte .
โบ๏ธHiyyummaa waliin
โบ๏ธwallaala waliin Qabrii galuuf Deemta .
โช๏ธKana hunda irra kan na dinqisiisu Osoo Feemasii taate Hawwii kee Ka waggaa 100ti .
โ๏ธKa keessi kee Duwwaa
Sagalema bareedduuf
โ๏ธFuuluma qajeeltuuf
โ๏ธMatama marte kanaaf Osoo femaous siin jedhanii jaalatta .
โฌ๏ธMaa ifaajan warri duraanii Ree
โ๏ธKa Ati waggama 2tti Beekaa taatuuf .
โ๏ธka waggama 2tti Hayyu taatuuf .
โ๏ธKa waggama 2tti Femaous taatuuf .
๐Wanni Atin taane hin jiru .
๐ทIyyitee iyya sii baane Homaa didamte .
โEmpty pocket has no sound jedhe Barsiisaan tokko .
๐ทFollower kee taanus
๐takkaa nun gorsine .
๐Takkaa nun barsiifne .
๐Surree fi Kophee bitatte Nu daaw'achiifte .
๐กSurree miti Surrii kee nuu jijjiiri .
๐ทSi dura Du'aa fi Ganda 2tu jira .
๐Quba Qabaadhu
โพRakkoo Qofa Lafan Guutu
โพWaan Yaade tokkotu jira walitti deebina ....
๐Kutaa 2ffaan yoo lubbuun na hanbiftan isinii Deebi'a .
๐Yaada keessan garuu ni barbaada .
๐ดRakkoo keenna tarreessaa Furmaanni hin dhabamuu
ยฉ๏ธOf Mil'adhu #Zahmaa keessaa bahi.
โBy Seid Muhammad....

โฆ๏ธFEEMASOOTA BIYYA KEENNAATIIF ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ ๐นGaafiin eegala ๐ฏWaggaa 1400 dura duubatti si deebisa . ๐งถYeroo san Ifaan , Interneetni , ๐ทYaabbiin gaariin lafaa fi samirra yaa'u hin turre . โณQalamaan hin barreessine M/B seenanii hin seenne . ๐ฌFooqii Irra Liiftiinโฆ
Obsaan dubbisaa Mee ergaa Obboleessa kiyyaa kana
๐ค
โ Kan na ajaa'ibee na dhiisuu dide... abbaan qabeenyaa mootummaadhaan walii galtee gaafa qabaate, bu'aa guddaa waan argatuuf jecha... mootummaan biyyattii biyyaafis toluu baatu ykn biyyas cunqursu, bu'aa isaatiif jecha gaarummaa isaa leellisa... garuu kan hiyyeesaattu si dhiba... rakkoo fi gabrummaa: dararaa fi cunqursaa meeqa keessa jiraataa.... mootummaan keenya kan akkanaati jedhee leellisa....!
๐
https://t.me/tafak_or
โ Kan na ajaa'ibee na dhiisuu dide... abbaan qabeenyaa mootummaadhaan walii galtee gaafa qabaate, bu'aa guddaa waan argatuuf jecha... mootummaan biyyattii biyyaafis toluu baatu ykn biyyas cunqursu, bu'aa isaatiif jecha gaarummaa isaa leellisa... garuu kan hiyyeesaattu si dhiba... rakkoo fi gabrummaa: dararaa fi cunqursaa meeqa keessa jiraataa.... mootummaan keenya kan akkanaati jedhee leellisa....!
๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โ Ilmi namaa mucucaa fi dogoggora kee sirraa eega.. Rabbiin towbaa kankeetii fi qajeelluma kee sirraa eegaa...
Argitee garaagarumma....!! @tafak_or
Argitee garaagarumma....!! @tafak_or