#Siiraa/Seenaa_Rasuulaa...
1) Siiraa jechuun seenaa jechuudha. Seenaa jechuun karaa jechuudha. Seenaa isaa hordofe jechuun karaa isaa bu'e jechuudha.
Seenaa Rasuulaa jechuun immoo...Barnoota mataa isaa danda'e kan dhaloota isaanii irraa hanga gaafa isaan addunyaa tanarraa boqatanii...jama'aa gurguuddaa sanitti dhaqqabanii irraa haasahuudha.
2) Mataduree kana Jalatti, seenaa jireenya Rasuulaa; akkaataa isaan wahiloota isaa fi diinota isaa wajjiin dabarsan dhaloota isaanii irraa eegallee hanga gaafa isaan asirraa deemanii dubbachuudhaaf.
3)Bu'aan isaa seenaa isaanii irraa barannee; karaa isaan bu'an buunee; Jaalala isaanii horannee; isaanitti hidhachuudhaan guyyaa boruu ollaa isaanii akka taanuuf...
4)Barnoonni kana maaltu adda isa godha ?
Waa'ee jiruu fi jireenya Rasuulaa dubbachuun isaa baay'ee adda isa godha.
5)Damee kam jalatti hoogganama/Ramadama___?
Barnoonni kuni akkuma dameewwan hafanii... Damee barnota shari'aa jalatti ramadama.
6) Maddi isaa eessa___?
Qur'aana fi Hadiisa Rasuulaa...akkasuma afaan Sahaabaa fi Taabi'ootaa irraa kan qabsiifameedha.
7)Seenaa Rasuulaa (SAW) eennutu jalqaba galmeesse___?
Sahaabotaa fi Taabi'ootuma irraa nu dhaqqabe...
8)Maqoota isaa keessaa____?
Siiraa; qissaa; Taariikas ni jedhama.
9) Isa barachuu fi barsiisuunis gadaa tana keessa dirqma fakkaata.
10) Waa'ee maalii qorata ?
Dhaloota; ergamuu isaanii; Waa'ee godaansaa ilaalchisee; Duulaa fi imala isaanii...fi kkf...
#Itti_fufa....
Share๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

โSeenaa Rasuulaa yeroo barannu,Niyyaa ykn Kaayyoo maaliitiin baranna____?
Muslimoonni seenaa Rasuulaa yeroo baratan....Kaayyoo armaan gadiif baratan. Iaaanis;
1) Seenaa isaanii barachuudhaan Rabbitti kalaahuudhaaf....
2) Seenaa isaanii barannee, jiruu fi jireenya isaanii barree isaanitti hidhachuudhaaf...
3) Madaa fi mudannoo isaan dabarsan, gaddaa fi gadadoo isaan keessa taran ilaallee jaalala isaanii dabalachuudhaaf.
4) Kennaa fi badhaasa adda addaa barree, wantoota hedduu Rabbiin addatti isaan badhaase hubannee...jaalala isaanii dabalachuuf....
5) Mudannoon isaan mudate, wanti isaan gufachiisuuf isaan afoo dhaabatee isaan obsaan bira kutan....ijjannoo keenya cimsa...karaa sirrii irratti gadi nu dhaaba...
6) Akka nama karaa sirriitti nama yaamuu tokkootti/Daa'ii Modela isaan godhanna...
7) Wajji jireenya muslimootaa keessatti isaan duuka deemna, fakkeenna gaarii isaan godhanna..
8) Maatii bulchuu fi dubartoota isaa hoogganuu keessatti isaanitti fakkaachuu qabna.
9) Yeroo Ibaadaa dalagnu...akka waan ijaan ilaallee isaan argaa jirrutti dalaguu qabna. Ibaadaa keessatti isaanitti hidhachuuf seenaa isaanii baranna.
10) Yeroo durummaa fi hiyyummaa keessa jirrus...seenaa isaanii yaadachuun; jireenya isaanii fakkeenya godhachuun jajjabaachuu qabna.
11) Yeroo dhibamtee ciistus, yeroo fayyaadhaan utaaltus....isaan yaadachuuf, isaanitti hidhachuuf seenaa isaanii baruu qabda....
#Itti_fufa...

Ajaa'iba(Namicha dhiira fuute 100 mari'atee fuudhe...) #kutaa__2fffaa Namtichi kuni waadaa isaa guutuuf gara maraattuu imaluu eegale. maraattuun kuni shonkoora akka fardaatti yaabbatee deema. Wayta ani deemee bira gahu... B) #Maraattuu : Fardi koo si waxalaaโฆ
#Kutaa_3ffaa..
B) Maraattuu ;
#1ffaan tan siif taatu siin jedhe Suni : Intala dubraa tan uumaa irra jirtu; tan dubrummaan jirtu. intalti tun jaalalaa fi onneen isiillee simaafi; si malee addunyaa kanarratti nama beektu hin qabdu. Yoo ati gaarii gooteefis "dhiira jechuun kana jetti". yoo ati miites "dhiirti Isa naaf caaltu inuma hin jirre" jetti.
#Isheen_2ffaan Suni : Gursummeettii haadha ijoolleeti. sirraa fuudhaa ijoollee isii kan jaarsa kaanii afaan keetti(si nyaachuu qofa). Buddeena Kee nyaataa jaarsa jalqabaa saniif boossi jedheen.
Isheen #3ffaan suni immoo : Gursummeettii ijoollee hin qabneedha. yoo ati gaarii taateef "kanatu sana irra caala" jetti. yoo ati xiqqoma itti hanqiste "abboo kan duraa santu caala" jetti.
kanaafuu ati sirritti taanaaniif isheen teeti.. ykn immoo Ibidda manatti si keetti... jedhee fiigichaan na bira kute.
A) Namicha:....
#itti_fufa....