#Yaada...
โ Osoo guyyaan hardhaa Kuni guyyaa dhumaa Kee tahuu beektee, addunyaa tanarratti maal tahuu/dalaguu hawwita mee____?๐ข
comment ๐

โNamoonni biyyoota Europe guyyaa gabaabaa keessatti deemuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa....
1ffaa: @Belarus.... guyyaa 20 hanga 30 keessatti...
2ffaa:@Greek guyyaa 10 keessatti...
Kafaltiin erga biyya San seentanii booda...
3ffaa : @Turkey... kafaltiin parentiin cinaan... osoo hin deemin dura....
Hubachiisa... biyyoonni kunneen biyyoota Europe keessaa gurguddoo jedhaman kamuu seenuuf... dildila Akka taate hin dagatinaa....
Seenaa
https://t.me/Ibrahim_92taf

Telegram
Ibro....๐ช
You can contact @Ibrahim_92taf right away.
โNamoonni biyyoota Europe guyyaa gabaabaa keessatti deemuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa....
1ffaa: @Belarus.... guyyaa 20 hanga 30 keessatti...
2ffaa:@Greek guyyaa 10 keessatti...
Kafaltiin erga biyya San seentanii booda...
3ffaa : @Turkey... kafaltiin parentiin cinaan... osoo hin deemin dura....
Hubachiisa... biyyoonni kunneen biyyoota Europe keessaa gurguddoo jedhaman kamuu seenuuf... dildila Akka taate hin dagatinaa....
Seenaa
https://t.me/qube_ee

Ethiopia to Europe Visa
Biyyoota deemuu dandeesaan keessaa:
Turkey
Belarus
Greek
t.me/Ibrahim_92taf
Turkey
Belarus
Greek
t.me/Ibrahim_92taf
#Oduu_gammachiisaa
Maatii Tafakkur hundaaf...
โ Ethiopia irraa gara #Belarus irraa gara
Germany gara
Poland gara
England deemuu namoonni barbaaddan seeraan if qopheessaa...!
akkasuma Ethiopia irraa gara #Greek Greek irraa
Germany
USA
UK ykn England namoonni guyyaa 10 keessatti deemuu barbaaddan qofti uf qopheessaa...
#Hubachiisa :Kafaltiin isaa erga waa hundi dhumatee biyya sana seente... ykn galgala bararaaf kaatu sana kaffalama...
passport fi Suuraa qofa barbaachisa
#Carraan_yeroo_hunda_hin_deebitu....
Seenaa๐

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
account koo waan cufameef Seenaa Join godhaa... TikTok irratti....
Warri Tafakkur Jirtuu....
dhiifama kaa nun komatinaa... hanga sagantaa keenyaan walitti deebinuuf.

Suuraan sababa isii dubbisuutiif Umar binu Kaxxaab Islaamummaa seenee suuraa tami______?
Anonymous Quiz
21%
A) Suuraa Baqaraa
21%
B) Suuraa Mariyam
59%
C) Suuraa Xaahaa
โ Gadaa tana keessa barreeffama keennaafuu guard/Eegdota barbaachisee jira...
Jecha takka yoo ati dubbatte namni hiika dhibba takka itti kenna... dhugaa wardiyyaa barreeffama koo qofa naa eegu qacaruun barbaada...
inbox na dubbisaa... ๐
@tafak_or

แ แแณแแด แแตแญ แแญ แฅแ แแแแแแ แฅแ แแแแแ แแ
แณ แฃแญแจแฐแต แแญแ แฃแญแแแแ แแตแฃแฝแ แจแแ แจแแ แณแแแ แจแแ
แณแแ แแญแ แแตแฃแฝแ แแตแฅ แแแจแณแฝแ แ แแ แแ แจแแแแแแ แแแ แ แแญ แฅแแตแแแ แญแจแณแแ
So แแฐแ แแ ๐
https://t.me/tafak_or
So แแฐแ แแ ๐
https://t.me/tafak_or
โ Chaanaalli #Tafakkur miseensota 4700 ol qaba. miseensonni keenna hunduu osoo nama 1 qofa add godhanii ykn nama tokko affeeranii namoonni keeyrii tana saamatan meeqa tahu....!?
โ Waan ufii jaalattan obbolaa keessaniifis jaaladhaa....

๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
โ Chaanaalli #Tafakkur miseensota 4700 ol qaba. miseensonni keenna hunduu osoo nama 1 qofa add godhanii ykn nama tokko affeeranii namoonni keeyrii tana saamatan meeqa tahu....!?
โ Waan ufii jaalattan obbolaa keessaniifis jaaladhaa....
https://t.me/tafak_or
โ Waan ufii jaalattan obbolaa keessaniifis jaaladhaa....
https://t.me/tafak_or
โ Rasuulli keenya SAW Erga ergamtoonni yeroo dheeraaf addaan citanii; erga wallaalli dachee tana dhaale; erga dukkanti wallaalaa ifnana beekkumsaa dhaamsitee booda; gadaa ummanni akka qorsoo bichaannitti naqamtee addaan faffaca'e keessa ergaman. ๐
โ Erga Nabiyyiin qajeellumaa; ergamaan Rahmataa Kuni dhufee booda ummanni diinaa bareedaa kanaan badhaadhe.. ๐
โ Osoo meeqa jibbu; osoo meeqa garaan baasu; osoo hedduun isaanii waanyoof mataan dhukkubu islaamummaan mataa ol qabatte.... ๐
ูููู ุงูููุฐูู ุฃูุฑูุณููู ุฑูุณูููููู ุจูุงููููุฏูู ููุฏูููู ุงููุญูููู ููููุธูููุฑููู ุนูููู ุงูุฏููููู ููููููู ูููููู ููุฑููู ุงููู ูุดูุฑูููููู
โ Booda islaamummaan mudhattee dachee tana bahaa fi dhiha geette; ummanni islaamaas tokkummaadhaan amantii kana qabatanii turan. Qalbiin isaanii karaa diriiraa kana irratti ijaaramtee...; waljaalattee; qaama tokko taatee deemaa turte...๐
โ Rasuula keenna boodas, bakka bu'oonni isaa/Kulafaa'onni islaamaa karaa kana qabatanii, qarriffaan ciniinanii waggaa dheeraaf Irra deemaa turan... ๐
โ Yeroo dheeraa booda fitnaan/dhibdeen Rasuulli gidduu keessanitti buuti jedhan Suni ni buute.... ๐ญ....
#itti_fufuu_laata...?!
share๐
https://t.me/tafak_or
โ Erga Nabiyyiin qajeellumaa; ergamaan Rahmataa Kuni dhufee booda ummanni diinaa bareedaa kanaan badhaadhe.. ๐
โ Osoo meeqa jibbu; osoo meeqa garaan baasu; osoo hedduun isaanii waanyoof mataan dhukkubu islaamummaan mataa ol qabatte.... ๐
ูููู ุงูููุฐูู ุฃูุฑูุณููู ุฑูุณูููููู ุจูุงููููุฏูู ููุฏูููู ุงููุญูููู ููููุธูููุฑููู ุนูููู ุงูุฏููููู ููููููู ูููููู ููุฑููู ุงููู ูุดูุฑูููููู
โ Booda islaamummaan mudhattee dachee tana bahaa fi dhiha geette; ummanni islaamaas tokkummaadhaan amantii kana qabatanii turan. Qalbiin isaanii karaa diriiraa kana irratti ijaaramtee...; waljaalattee; qaama tokko taatee deemaa turte...๐
โ Rasuula keenna boodas, bakka bu'oonni isaa/Kulafaa'onni islaamaa karaa kana qabatanii, qarriffaan ciniinanii waggaa dheeraaf Irra deemaa turan... ๐
โ Yeroo dheeraa booda fitnaan/dhibdeen Rasuulli gidduu keessanitti buuti jedhan Suni ni buute.... ๐ญ....
#itti_fufuu_laata...?!
share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
Warroota Mรญidiyaa hawaasaas ta'ee page dhuunfaa isaanii fayyadaman hundaan naa gahaa....๐
โ Hundi keessanuu #social_media irra kan turtan yeroo gabaabaadhaaf. Guyyaan ati warra text/barreeffama isaanii dubbisaa jirtu kana uf biraa dhabdus dhufuun isaa waan hin oollee itti nyaadhuu dhugi... ๐ข
ูููุง ูู ูุณุงุฆู ุงูุชูุงุตู ุชูุงุฌุฏูุง ู ุคูุช
ุชุฃูุฏ ุฃูู ุณูุฃุชู ุงูููู ุงูุฐู ูู ุชุฌุฏ
ููู ุงูุฐูู ุชูุฑุฃ ููู ุงูุฃู ..๐
โ Karaa keessa dabraa jirtu kana suutuma deemi mee..!,
๐ Qoreen hedduun karaa kana keessa jiraachuu danda'aa amala kee bareechifadhu!,
๐ jechaan nama hin miidhin!,
๐ arraba keen daangaa namatti hin dabrin..!
๐ waan waggaa dheeraa addunyaa kanarra jiraattu seetee namarratti uf hin tuulin..!
๐ like fi comment namni sii kennuun hin dagamin...!
๐ jechaa fi gocha fokkataa page Kee irratti dhiistee addunyaa kanarraa hin godaanin...!
๐ bakka hin taanetti, akka sirraa hin bareennetti hin muldhatin...!
Gaariin ati barreessitee bira kutte; dhaamsi gaggaariin ati namaaf laatte; hagam takka akka nama fayyadu hardha osoo hin taane boru kan beekuu dandeessu....
Kanaafuu uf duubatti waan gaarii dhiisii deemi....!
#Dhiifama_naaf_godhaa...
๐๐
Share ๐

โ Balballi keeyrii tokko yoo isiniif saaqame daddafaa itti ariifadhaa... yoom akka cufamu waan hin beekneef....
โ Jannata keessa amantii tokko qofatu jira... Ibidda keessatti immoo amantii heddutu walitti qabama...
โ Hijraa Rasuulaa irraa maal qayyabattan Mee naaf bareessaa____?
comment
comment
#Yaadadhu.... ๐ข
Ijoollee... Islaamummaan tuni akka akkanatti bareeddee isin bira geettuuf bar....!
ูุฐุง ุงูุฏูู ูู ูุตูู ุฅูููุ
โ Fuula kabajamaa... fuula bareeda Ergamaa aalamaatti (SAW) tufamee jira...!
โ Abuu Bakriin (Radiyallaahu anhu) kopheedhaan akka dhoqqeetti dachee irratti dhiitamee jira ...!,
โ Mus'ab binu Umeyri nyaataa fi dhugaatii irraa lagamee... gogaan qaama isaa irraa quunca'ee akka bofni qola isaa keessaa bahu sanatti irraa bahee jira...!
โ Islaamummaa tanaaf bar...Bilaal (Radiyallaahu anhu) haadni morma isaatti godhamee... ijoolleen gabayaa keessa olii gadi harkisaanii turte....! ergasii aduu keessatti dhakaan dugda isaa irratti baachifamee azzabamaa tureera...!
โ Ijoolle... islaamummaan tuni nu haa geettuuf bar... Kabbaab binu Aratt ibiddaan gubamaa ture...
Jarana... amantiin Kuni qaaliidha... wareegama lubbuu namoota hedduu booda nutti dhaqqabe... maaf itti qoosna... maaf akkanatti laaffisna garuu.....! ๐
share๐
https://t.me/tafak_or
Ijoollee... Islaamummaan tuni akka akkanatti bareeddee isin bira geettuuf bar....!
ูุฐุง ุงูุฏูู ูู ูุตูู ุฅูููุ
โ Fuula kabajamaa... fuula bareeda Ergamaa aalamaatti (SAW) tufamee jira...!
โ Abuu Bakriin (Radiyallaahu anhu) kopheedhaan akka dhoqqeetti dachee irratti dhiitamee jira ...!,
โ Mus'ab binu Umeyri nyaataa fi dhugaatii irraa lagamee... gogaan qaama isaa irraa quunca'ee akka bofni qola isaa keessaa bahu sanatti irraa bahee jira...!
โ Islaamummaa tanaaf bar...Bilaal (Radiyallaahu anhu) haadni morma isaatti godhamee... ijoolleen gabayaa keessa olii gadi harkisaanii turte....! ergasii aduu keessatti dhakaan dugda isaa irratti baachifamee azzabamaa tureera...!
โ Ijoolle... islaamummaan tuni nu haa geettuuf bar... Kabbaab binu Aratt ibiddaan gubamaa ture...
Jarana... amantiin Kuni qaaliidha... wareegama lubbuu namoota hedduu booda nutti dhaqqabe... maaf itti qoosna... maaf akkanatti laaffisna garuu.....! ๐
share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ุงูุญู
ุฏ ููู
แจแแแแจแแ แตแณแแ แ แแ แ แ แตแญแณแข
https://t.me/tafak_or
แ แแณแแด แ แแ
แแแฎแฝแ แฅแแฒแซแตแฐแซแญแ แ แแแแ แฅแแ แแตแ แแฐแซแ แแ แฅแฑแ แแแตแแแ แฅแแจแณแแแ!
แจแแแแจแแ แตแณแแ แ แแ แ แ แตแญแณแข
https://t.me/tafak_or
2 แฎแญแถแฝ
แแฅแตแ ; แ แแแต แซแแฐแ แแตแญ แ แแธแต แญแญแแแแข แแฅแ ; แ แ แแ แแ แญ แซแแฐแจแแฝแแต แ แแกแญ แแ แญ แตแแซแแฝ แฅแ แญแ แจแฐแจแแแ แฅแแแณ แแแข แแแต แ แแ แ ; แ แแตแณแแต แซแแตแจแแแ แ แฅแญแแฅแ แ แจแแฑแแต แญแญแแแแข
แตแแแ แจแแแฑ แฎแญแถแฝ แ แแฑแ แแซแตแ แแจแฅ ๐

#Aaamiin_jedhaa...๐
Yaa Rabbi.....;๐คฒ
๐ Baldhinna isa booda dhiphinni hin jirre...
๐ Durummaa boodaan hiyyummaa namatti hin finne,
๐ Gammachuu isa boodaan gaddi hin jirre Rabbiin nuuf haa kennu.
Yaa Rabbi.... ๐คฒ
๐ Si malee namatti nun hajamsiisin...
๐ Ba'aa nuti hin dandeenye nun baachisin...
๐ Namarrattis ba'aa nun taasisin...
๐ Durummaa teetiin harka nama biroo Jala nun qabachiisin...
Yaa Rabbi....;๐คฒ
๐ Keessi keenna du'uu...
๐ boqonnaa dhabuuu..
๐ galgalli keenna fokkatuu...
๐ katmiin teenna baduu..
๐ Duniyaan nu dhibuuu...
๐ nafsiyaan dhama'uu...
๐ malli nu harkaa baduu...
๐ duniyaa argannee Aakiraa dhabuu nuuf didi yaa Allaah..
Aaamiin Yaa Allaah