#Faaya_jireenyaa
✍ Ati qur'aanaaf yeroo kennuun mallattoo ati qur'aanaaf jaalala qabaachuuti.
✍ Namni qur'aanaaf yeroo hin qabu jedhu; ykn busy tahuu isaa kan sitti himu.... Kuni hoongahaadha... sheeyxaanatu isa injifateera.
✍ Yeroo nyaataa hin dhabdu!, yeroo hujii hin dhabdu!, yeroo hirribaa hin dhabdu!, jireenya kankee keessatti wanti hunduu yeroo qaba, garuu qur'aanni si biratti yeroo hin qabu.
👉 Amma eennuun sobaarta ? Rabbiin sobaarta moo lubbuu tanteeti....!!
Qur'aana sagantaa kankee keessaa, isa jalqabaa godhadhu...!
Share👇
https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Guddisa_gaarii
🌴Abbaa manaa: Mee mucaa koo akkamitti guddisa/Tarbiyaa godhà naaf himaa ?
🪴 Hayyicha: Mucaan kee Umriin meeqa amma?
🌴 Abbaa manaa: Baatii torba.
🪴 Hayyicha: Barfattee jirtaa deemi... guddisni ijoollee filannoo haadha manaa irraa eegala...!
👇

✍ Dubartiin islaamummaa irraa waan beektu taanaan, jaarsa ishees mataa nyaatti/dhukkubsiti; ijoollees Tarbiyaa balleessiti; tarbiyaan ijoollee bannaan hawaasas galaafatti.
فإذا جهلت المرأة علوم الدين ، أتعبت الزوج و أفسدت الأولاد و أهلكت الأمة
🖋#Ibnul_Qayyim (Rahimahullaah) akkana jedhan.
🖋️ ابن القيم رحمه الله
✍ Shamarran keenya islaamummaa haa barannu, dhaloonni isinitti hajamaa... Dubartiin walakkaa ummataa kan taatu... gaafa diinaa ishee jabeeffatteedha.... gaafa leenca deessee qartee hawaasaaf gumaachiteedha....!!
Share👇
https://t.me/tafak_or
فإذا جهلت المرأة علوم الدين ، أتعبت الزوج و أفسدت الأولاد و أهلكت الأمة
🖋#Ibnul_Qayyim (Rahimahullaah) akkana jedhan.
🖋️ ابن القيم رحمه الله
✍ Shamarran keenya islaamummaa haa barannu, dhaloonni isinitti hajamaa... Dubartiin walakkaa ummataa kan taatu... gaafa diinaa ishee jabeeffatteedha.... gaafa leenca deessee qartee hawaasaaf gumaachiteedha....!!
Share👇
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
✍ Hanguma ati duniyaadhaaf dhiphataa dhuftuun yaanni Aakiraa qalbii tee keessaa bahaa deema. Hanguma ati aakiraadhaaf dhiphataa dhuftuun yaanni duniyaa qalbii kee keessaa bahaa deema..!
🖋 #Maalik_binu_Diinaar (Rahimahullaah)
Warra Aakiraadhaaf dhiphatu Rabbiin nu haa godhu.
👇
Ilmaan Aakiraa tahaa...!!
#tafak_or
🖋 #Maalik_binu_Diinaar (Rahimahullaah)
Warra Aakiraadhaaf dhiphatu Rabbiin nu haa godhu.
👇
Ilmaan Aakiraa tahaa...!!
#tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh Maatii #Tafakkur hundaaf... galgala hardhaa Kitaaba #Laamiyaa kan sheeka beekkamaa ifaa addunyaa kanaa tahe, hayyuu hayyummaa isaa addunyaan ragdeef Kitaaba sheekul Islaam #Ibnu_Teymiyaa waan goolabnuuf irratti akka argamtan kabajaadhaan isin gaafadha....
Yeroon galgala sa'aatii 3:booda kallattii live nu eegaa....
Share👇
https://t.me/tafak_or
Yeroon galgala sa'aatii 3:booda kallattii live nu eegaa....
Share👇
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
✍ Gaarii qabdan hunda namatti hin himatinaa..!
Namni hundi keessi isaa fayyaa hin qabu, hundi siif hin gammadu. Irra hedduun isaanii warra keessi isaanii waanyoo fi hinaaffaan guutamaniidha...!
@tafak_or

"ويستعجلونك بالسيئة قبل الحسنة" آيات يخشع لها القلب 🤍 || شريف مصطفى🌸
<unknown>
Raahaa qalbii kootii.....
🪫
✍Yeroo bilbilli kee chaargii fixatee cufachuuf %1 hafu... fiigdee osoo hin cufatin chargessita... !
waan lubbuu ilma namaa du'aaf kaate wahii baraarte namatti hin fakkaatuu.... 😁👌
hardha fetaa jedhaa👇

✍ Dheessanii galuunis yeroo takka takka, furmaataas gootummaas ni jedhama.
Gaafa dheessite, takkaa lubbuu kee baraarta ykn nama biraa balaa jalaa baasta...!
Yeroo hunda dirree waraanaatti fuuldura deemuu qofa osoon taane, duubatti deebi'uunis iddoo itti fayyadu qaba.