𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
9.46K subscribers
547 photos
20 videos
20 files
1.78K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Sahaabaabonni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam), Hadiisa Rasuularraa fuudhanii nutti geessan. isaan keessaa kan hedduu odeessetu jiras, kan muraasa odeessetu jiras.

1ffaan: #Abuu_Hureeyraadha...sahaàbota hunda keessaa, namni hadiisa hedduu hedduu himeedha. Hadiisa 5374 odeesse.
● فأبو هريرةَ هو أكثرهم حديثاً فقد روى 5374 حديثا
2ffaa:
#Abdallaa Ibnu Umar Hadiisa 2630 odeesse.
● ثم عبدالله ابن عمر روى 2630 حديثا
3ffaan:
#Anas binu Maalik Hadiisa 2286 odeesse.
● ثم أنس بن مالك روى 2286 حديثا
4ffaan:
Haadha muslima maraa @Aa'ishaadha Hadiisa 2210 odeessite.
● ثم أمُّنا عائشة روت 2210 حديثا
5ffaan:
#Abdallaa binu Abbaasa Hadiisa 1660 odeesse.
● ثم ابن عباس روى 1660 حديثا
6ffaan:
#Jaabir binu Abdillaah Hadiisa 1540 odeesse.
● ثم جابر بن عبدالله روى 1540 حديثا
7ffaan:
#Abuu_Sa'iid Alkudriyyii Hadiisa 1170 odeesse....
● ثم أبو سعيد الخدري روى 1170 حديثا
رضيَ اللّٰهُ عنهم
(Radiyallaahu anhum jamii'a).

Sahaabonni torban kunniin warra hadiisa gurguddaa galmeessuudhaan beekamaniidha.... hin dagatinaa...

Share👇
https://t.me/tafak_or
#Sisters....

Karaa irratti if babbareechitee muldhachuun abbaa manaa gaarii namaa fida sitti fakkaatee akka hin gowwoomne.
Dhiira dhugaa biratti, dhalaan dhiira hundaaf uf bareechitu isa hin harkifatu/itti hin toltu...!

Shamarran hedduun yeroo ala bahuu hedan, dibataa fi dhiqata qofarratti sa'aatii lamaa ol gubu. inumaa waan guyyaa sana cidha qabdu/heerumaartu sitti fakkaata.

Innaa lillaah........ 🙈
https://t.me/tafak_or
Laamiyaa #Kutaa_6ffaa...



Wal geettiin keenya hardha galgala sa'aatii 3:00 irratti haa tahu.
#Faaya_jireenyaa

Ati qur'aanaaf yeroo kennuun mallattoo ati qur'aanaaf jaalala qabaachuuti.
Namni qur'aanaaf yeroo hin qabu jedhu; ykn busy tahuu isaa kan sitti himu.... Kuni hoongahaadha... sheeyxaanatu isa injifateera.
Yeroo nyaataa hin dhabdu!, yeroo hujii hin dhabdu!, yeroo hirribaa hin dhabdu!, jireenya kankee keessatti wanti hunduu yeroo qaba, garuu qur'aanni si biratti yeroo hin qabu.

👉 Amma eennuun sobaarta ? Rabbiin sobaarta moo lubbuu tanteeti....!!

Qur'aana sagantaa kankee keessaa, isa jalqabaa godhadhu...!

Share👇
https://t.me/tafak_or
Live stream finished (1 hour)
#Guddisa_gaarii

🌴Abbaa manaa: Mee mucaa koo akkamitti guddisa/Tarbiyaa godhà naaf himaa ?
🪴 Hayyicha: Mucaan kee Umriin meeqa amma?
🌴 Abbaa manaa: Baatii torba.
🪴 Hayyicha: Barfattee jirtaa deemi... guddisni ijoollee filannoo haadha manaa irraa eegala...!

👇
https://t.me/tafak_or
Dubartiin islaamummaa irraa waan beektu taanaan, jaarsa ishees mataa nyaatti/dhukkubsiti; ijoollees Tarbiyaa balleessiti; tarbiyaan ijoollee bannaan hawaasas galaafatti.
فإذا جهلت المرأة علوم الدين ، أتعبت الزوج و أفسدت الأولاد و أهلكت الأمة

🖋#Ibnul_Qayyim (Rahimahullaah) akkana jedhan.
🖋️⁩ ابن القيم رحمه الله

Shamarran keenya islaamummaa haa barannu, dhaloonni isinitti hajamaa... Dubartiin walakkaa ummataa kan taatu... gaafa diinaa ishee jabeeffatteedha.... gaafa leenca deessee qartee hawaasaaf gumaachiteedha....!!

Share👇
https://t.me/tafak_or
Hanguma ati duniyaadhaaf dhiphataa dhuftuun yaanni Aakiraa qalbii tee keessaa bahaa deema. Hanguma ati aakiraadhaaf dhiphataa dhuftuun yaanni duniyaa qalbii kee keessaa bahaa deema..!

🖋 #Maalik_binu_Diinaar (Rahimahullaah)
Warra Aakiraadhaaf dhiphatu Rabbiin nu haa godhu.

👇
Ilmaan Aakiraa tahaa...!!
#tafak_or
Takka kijibde taanaan... dhugaan tantee tan achi boodaa hunduu shakkamtuudha.... !

@tafak_or
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh Maatii #Tafakkur hundaaf... galgala hardhaa Kitaaba #Laamiyaa kan sheeka beekkamaa ifaa addunyaa kanaa tahe, hayyuu hayyummaa isaa addunyaan ragdeef Kitaaba sheekul Islaam #Ibnu_Teymiyaa waan goolabnuuf irratti akka argamtan kabajaadhaan isin gaafadha....
Yeroon galgala sa'aatii 3:booda kallattii live nu eegaa....

Share👇
https://t.me/tafak_or
Audio
Subhaanallaah 😢
Live stream finished (1 hour)