#Dhugaa_tolchee_beekaโ
โAkka ati nan ganne ni beeka...!,
โhanga fedhes karaa irraa maqu akka ati karaa kankee irratti na deebistu nin beeka!,
โ hanga fedhes sirraa fagaadhu, akka ati ufitti na deeffattu ni beeka...!,
โ hanga ani araarama sirraan barbaannee olitti dachaa akka ati dhiifama naaf gootu nin beeka....!,
โ hanga ani sitti hin dheessine caala..., akka ati tika kee keessa na oolfattu ni beeka...!,
โ Hanga ani ufin eegnee olittis...akka ati na eegdu ni beeka....!
โ ani gabricha akkanaa tahuun koo ee waa badee fokkate, ati Rabbii akkanaa tahuun kee ee waa tolee bareede...!
โJabeenyi fi qarummaanis siin malee nan baastu.
#Dhiifama_naaf_godhi๐
โ@Ibroo
Yoo sitti tole share ๐https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf