๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12K subscribers
585 photos
23 videos
32 files
2.07K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Forwarded from Bar-ifaa
#Gaafii_Hirmaachisaa
By @tafak_or

Akka afaan #Arabaatti namni Haati irraa duute maal jedhama ?

A) Yatiima.
ุฃ) ูŠุชูŠู…
B) Laxiima.
ุจ) ู„ุทูŠู…
C) Laqiixa.
ุฌ) ู„ู‚ูŠุท
Waliifis Share godhaa๐Ÿ‘‡
#Gaafii_Ajaa'ibaa

โžพ#Maal_hawwita?
Fayyaa guyyaa tokkoon hawwa.
โžพKunoo guyyaa hundaa fayyaadhaan oolaa hin jirtuu ?

#Fayyaa-jechuun; guyyaan tokko osoo ati isa keessa badii hin raawwatin si bira kutuudha.. Jedhee deebiseef hayyichi Islaamaa tokko.
Join@tafak_or
@tafak_or
Forwarded from Bar-ifaa
#Gaafii_Hirmaachisaa

โžพDubartoota Rasuulaa keessaa(SAW) kan Abbaan ishee #Yahuudaa taโ€™e eennu?

A/~Aadde #Safiyyaa(Radiyallaahu Anhaa).
B/Aadde #Ummu_Salamaa(Radiyallaahu Anhaa).
C/~#Zeynabaa_binti_Kuzeymaa(Radiyallaahu Anhaa).
#Gaafii
โž›Sahaabota keessaa kan xumura irra Basratti du'e eennu______?
Anonymous Quiz
29%
Hassaan_binu_Saabit
52%
Anas_binu_Maalik
20%
Ubayyi
#Fataawaa
(#Gaafii_garaa_nama_nyaattu)

As wr wb ngh fi kabajaa Rabbin irra isinif haa tahu jecha gafii koo wahe nikahaa irrati.
Dubartiin takka heerumtee, ergaa heerumtee bodaa abba manaa ishee ergaa mana ufitin gahe guyya 45 wajin jirate biraa biyya alaa kute. Turti wagga afurii bodaa Walitti debi'an yero alaa jiru sanis inni baay'ee hin qarqaru hadha fi abba isiittu qarqara ture, inni qarqaarsa baay'ee (gahaa mitii ). Isiin haqaa isaa egdee isa eegaa turte. Turtii wagga 4 boda wal gahanii ilmo walirraa argatan.

Inni kuni guyya nikaahaa san qubee harkaa fi mormaa akkasuma kan gurraa fi meshaa mana keessaa-isiin haadha ufii biraa demte dahuf- yoo isiin debitu hin jiru kun hundi.๐Ÿ˜ญ meshanis haa taa'uu kana irratti dubbi sobaa fakkeessee hasaya,.... Ilmo san wolins isii gatee biraa demaa guyya barbade ni gaalaa...๐Ÿ˜ญ Nama kana isiin hiikuuf yaltee irra hikuu dide. Amma ergaa garga bahani wagga lamaa f ji'a sadi. Nikeenni isaanii akkam taha____?

#Deebii: ๐Ÿ‘‡
Duraan dursee abbootiin ijoollee kan haadha manaa keessan akkanatti azzabdan Rabbii keessan sodaadhaa. Rabbiin dubartii tana akka jabeessinu nuuf dhaamee jira. Rasuullis yeroo addunyaa tanarraa deeman waa'ee dubartii nuuf dhaamaa deeman.
โž› Deebii kankeetiif immoo : Nikeenni isaanii ni jira. Yoo inni irraa buusee fi yoo qaadiin irraa buuse malee. Gargar fagaachuun isaanii Nikaaha hin buusu.
Gaafii yoo qabaattan๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Gaafii_Psychology

๐Ÿ˜พโž› Adurreen tuni, ol bayaa jirti moo, gadi bu'aa jirti jettu_?

Deebii kee irratti hundaaโ€™anii nama akkam akka taate si tilmaamu.
Yaalaa mee๐Ÿ‘‡
#Gaafii_Sammuu

โž› Osoo si taatee kamiin dursita______?
1) Jabanaa irraa fuuta moo ?
2)Bilbila kaasta moo?
3) Daa'ima hirribaa dammaqee boohaa jiru sossobda moo?
4) Saree mana balleessaa jirtu baasta ?
https://t.me/tafak_or
#Gaafii_ajaa'ibaa...

โœ Dubartoota Sahaabaa keessaa kan namni ishee fuudhe hunduu du'u eennu_?



Comment ๐Ÿ‘‡
@tafak_or
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Gaafii_ajaa'ibaa...

โœ Dubartoota Sahaabaa keessaa kan namni ishee fuudhe hunduu du'u eennu_?



Comment ๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Gaafii...

1) Rasuulli ( Sallallaahu aleyhi wasallam) Hajjii meeqa hajjan ? bara kam keessa ? hajjiin Suni maal jedhamti?
2) Rasuulli yeroo meeqa Umraa godhan ? Umraa sana yaamuu dandeessaa ?


comment ๐Ÿ‘‡