𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
9.45K subscribers
547 photos
20 videos
20 files
1.78K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Nagaa_bultanii

Alhamdulillaah jedhaa Mee...Irra hedduun keessan ganama yeroo hirribaa dammaqu fuula dhiqachuuf deema... garuu kan dhibamee kalee isaa dhiqachuuf deemus hedduudha...

Alhamdulillaah 👇

@tafak_or
#Nagaa_bultanii....

Isaannan yeroo hedduu keessi keessan miidhamee; keessaan dhahamtanii.... ijjannoon keessaan cimaa tahuu irraa kan ka'e, namuu isinitti beekuu dadhabe.

Wlh yeroo kamuu nagaa naaf jiraadhaa....!!.... ❤️

👇
@tafak_or
#Nagaa_bultanii... 🫵

Hanga fedhe gadaan jijjiiramee, hanga fedhe sadarkaa fi qilleensi isaanii jijjiiramus warroonni gaarummaa fi qulqullinni keessa isaanii hin jijjiiramne.
Warroonni qoreen hammeenyaa fi xiqqeenyaa osoo koomee isaanii jalaan waraantu, abaaboo abdiidhaa namaaf qooddan nagaa bultanii...!
Warroota jireenyi isin hadheessitee, sanumaan wajjiinuu harka kennachuu diddan.
👉 warroonni gaddaan raftanii, abjuu guddaadhaan hirribaa dammaqxan,
👉 warroonni qilleensi jireenya keessanii hammam hadhaahus seeqataa deemtan....
👉 warroonni ganamaaf galgala Rabbii keessanitti warwaattan hunduu nagaa bultanii....
@Ibro...

Rabbiin barii hardhaa uume Kuni gammachuu guyyaa tanaa isin haa dhageessisu... 🤲
Share👇
https://t.me/tafak_or