๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.8K subscribers
564 photos
22 videos
24 files
2.02K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Hibiibii(SAW)

Salawaata Nabiyyii keenyarratti buusuun wantoota armaan gadiitiif furmaata nuuf ta'a, isaanis:

โœ” Du'aa'iin teenya awwaatamuuf.
โœ” Badii teenya Rabbiin nuuf araaramuuf.
โœ” Waa nu yaachisaa hunda akka Rabbiin nuuf gahuuf.
โœ” Guyyaa qiyaamaa Rabbii keenyatti dhihaachuuf sababa nuuf taha.
#Ibnul_Qayyim irraa

ุตู„ูˆุง ุนู„ู‰ ุญุจูŠุจ ุงู„ู„ู‡!
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…
Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Shirkii

Shirkiin karaa hin beekneen namoota hedduu harkatti galfattee jirti, maaliif beektuu laataa!?

โžซ Wallaalli dachee tanarra babaldhatee.
โžซ Ilmiin dhokatte.
โžซ Gaariin badaa taโ€™ee muldhata, badaan immoo gaarii taโ€™ee muldhataa jira.
โžซ Sunnaan bid'aa taโ€™ee, bid'aan immoo sunnaa taatee babaldhataa jirti.
โžซ Xiqqaan immoo karaa kanarratti guddataa jira, guddaan immoo asumarratti dulloomaa jira.
โžซ Ulamaa'iin xiqqaachaa deemaa jiru, wallaalaan dachee walgahaa jira.
โžซ Amriin hundi jajjabaataa deemaa jira, lollis baay'ataa jira.

โœณ~Garuu ummata Nabi muhammad (SAW) keessaa keessaa namni dachee tanarratti dhugaaf dhaabbattu, kan dhara irratti qabsaa'u-hanga Rabbiin dachee fi warra ishee irra jiraatu hundaa dhaalutti/hanga qiyaamaan dhaabattutti- yoomuu hin dhabamu.
#Ibnul_qayyim
๐Ÿ“œใ€ ุฒุงุฏ ุงู„ู…ุนุงุฏ ูคูคูฃ/ูฃ) ใ€‘
Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#karaa

โžฌ ษดแด€แดษดษช แด‹แด€ส€แด€แด€ แด…สœแด‡แด‡ส€แด‡า“า“แด€แด›แด‡, แด…แด‡แด‡แดsแด€ แด…แด€แด…สœแด€ส™แด€
ู…ู† ุงุณุชุทุงู„ ุงู„ุทุฑูŠู‚ ุถุนู ู…ุดูŠู‡
#Ibnul_qayyim
@tafak_or
Rabbiif_jecha_waa_dhiistee_beektaa?

" ‏ู…ู† ุชุฑูƒ ู„ู„ู‡ ุดูŠุฆุงู‹ ุนูˆู‘ุถู‡ ุงู„ู„ู‡ ุฎูŠุฑุงู‹ ู…ู†ู‡ุ› ูˆู†ู‡ุถ ุจุตุงุญุจู‡ ุฅู„ู‰ ู…ู†ุงุฒู„ ุงู„ู…ู„ูˆูƒ ".
"Nama Rabbiif jecha dalagaa takka dhiise, Rabbiin waan san irra caalu bakka buusaaf..inumaayyuu sadarkaa Mootummootaatti Rabbiin isa ol kaasa" jedhan.
#Ibnul-qayyim
#ุงุจู†_ุงู„ู‚ูŠู…

@tafak_or
#๐šˆ๐™ด๐š๐™พ๐™พ_๐™บ๐™ด๐™ด

๐ŸงญYeroo miidhuun du'a caalaa nama miidha;

โžพDuuti Duniyaa fi warra duniyaa irraa si fageessiti.
โžพโฑYeroo kee miidhuun immoo Rabbii fi ganda Aakiraa irraa si fageessiti.
โžŸ#Ibnul_Qayyim irraa
Join๐Ÿ‘‰@tafak_or
@tafak_or
#Keeyrii_dalaguu_hin_laaffisin!

โžพAti hirribatti jirtaa du'aaii kurnyaan lakkaaโ€™amantu siif godhamaa jiraa maaltu beeka!. kunis kan ta'uu danda'aeen :

โžฏ Hiyyeessa ati guyyaa takkas taatu qarqaarsa gooteem,
โžฏ Beela'aa ati guyyaa tokkos taatu nyaachisteef,
โžฏ Nama yaadaan guutame daqiiqaa takkaafis taatu gammachisteen,
โžฏ Rakkataa rakkoo keessaa baasteen,
Hundaafuu yeroo kamuu keeyrii dalaguu irraa uf hin qusatin.
#Ibnul_Qayyim.
ุงุจู† ุงู„ู‚ูŠู….
Join๐Ÿ‘‰@tafak_or
โœNamoonni gaggaariin asiin dura dabran waa 3 waliif dhaamaa turan:
1ffaa; Nama gidduun isaatii fi gidduun Rabbii tolte, Rabbiin gidduu isaatii fi gidduu ilma namaa bareecha.
2ffaa : Nama keessi isaa tole Rabbiin gubbaa isa tolcha.
3ffaa : Namni Aakiraan isa yaachifte Rabbiin waan ganda duniyaa fi Aakiraallee isaaf gaha .
#Ibnul_Qayyim
Join๐Ÿ‘‰@tafak_or
@tafak_or
#Adabbii_cimaa
#ุฃุดุฏู‘_ุงู„ุนู‚ูˆุจุงุช

โžก Adabbiin cimaan Rabbiin duniyaa tanarratti si adabu yoo jiraate :๐Ÿ‘‡

โž› Iimaana onnee tee keessaa fudhatuu,
โž›Goggogiinsa qalbiiti, qalbiin si keessatti du'uudha,
โž›Agareen tee tan keessaa dhamuudha,
โž› Jaalala zikrii fi Qurโ€™aanaa onnee tee keessaa haquu,
โž› Mi'aa duโ€™aa'ii fi maqoo isaan bahuudhaa sirraa fudhachuudha.
Yaa Allaah eessa jirra laata๐Ÿ˜ญ

โžก #Adabbii_Salphaa ๐Ÿ‘‡
Adabbiin salphaan duniyaa tanarratti si mudatu ;
โž› Miidhaa qaama kee si mudatuudha. Fakkeenya Ijji tee takka keessaa miidhamuu, ykn lamaanuu miidhamuu.
#Adabbiin_irra_salphaa. Adabbiin hundarra salphaadhaa, adabbii qabeenyaan sitti dhuftu. Fakkeenya qabeenyi kee miidhamuu ykn hatamuu, gubatuu.
Rabbiin nu haa baraaru
#Ibnul_Qayyim irraa

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
โœ โ€œ Namni yeroon isaa Rabbiif, fi Rabbiin hin taane jireenya isaa caala boqatutu filatamaadha...โ€
Jireenya keenya hunda Rabbiif jecha... Rabbiin wajjiin haa goonuu..

#Ibnul_qayyim (Rahimahullaah) Kitaaba Addaa'u waddawaa'u/ุงู„ุฏุงุก ูˆุงู„ุฏูˆุงุก jedhu keessatti...fuula 186 laalaa...
๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ Dubartiin islaamummaa irraa waan beektu taanaan, jaarsa ishees mataa nyaatti/dhukkubsiti; ijoollees Tarbiyaa balleessiti; tarbiyaan ijoollee bannaan hawaasas galaafatti.
ูุฅุฐุง ุฌู‡ู„ุช ุงู„ู…ุฑุฃุฉ ุนู„ูˆู… ุงู„ุฏูŠู† ุŒ ุฃุชุนุจุช ุงู„ุฒูˆุฌ ูˆ ุฃูุณุฏุช ุงู„ุฃูˆู„ุงุฏ ูˆ ุฃู‡ู„ูƒุช ุงู„ุฃู…ุฉ

๐Ÿ–‹#Ibnul_Qayyim (Rahimahullaah) akkana jedhan.
โ€Œ๐Ÿ–‹๏ธโฉ ุงุจู† ุงู„ู‚ูŠู… ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡

โœ Shamarran keenya islaamummaa haa barannu, dhaloonni isinitti hajamaa... Dubartiin walakkaa ummataa kan taatu... gaafa diinaa ishee jabeeffatteedha.... gaafa leenca deessee qartee hawaasaaf gumaachiteedha....!!

Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
โœ Tola Rabbiin sitti ooleen boonuu fi irraa haasahuun garaagarumma guddaa qaba.
๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚

๐Ÿ—ฃ Tola Rabbiin sitti oolerraa/si qananiiserraa haasahuu jechuun:
โ˜˜ Haalaa fi amala Rabbii tola sitti oolee sanirraa dubbataa jirta,
โ˜˜ Arjummaa fi badhaadhinna Rabbii keetirraa dubbachaa jirta,
โ˜˜ Muldhistee, ol baastee dubbachuun Rabbii kee faarfataa jirta....!,
โ˜˜ Rabbii kankee qananii isaa haasahuun galateeffataa jirta,
โ˜˜ Tola Rabbiin itti oole hawaasa keessa facaasaa jira,
โ˜˜ Kaayyoon isaa sifaata Rabbii muldhisuudha..,
โ˜˜ Rabbiin faarfatee, akka ilmi namaa Rabbiin malee nama biroo hin kajeelleef hamilee namatti horuu uf keessaa qaba.
โœ Waan Rabbiin ittiin si qananiise irraa haasahuun:
โ˜˜ Rabbiin qofarraa waa barbaaduu,
โ˜˜ Jaalala Rabbii horachuu,
โ˜˜ Rabbiin kajeeluu fi akka isarratti irkatanii fi isa qofa kajeelaniif namoota kakaasuu uf keessaa qaba...
โœ Ittiin boonuu jechuun:
๐ŸŒท Namarrattiin ittiin uf dhaaduun,
๐ŸŒท Jabeenyaa fi qabeenya kee muldhifachuu,
๐ŸŒทMorma namaatiin yaabbatanii, qalbii namaa ittiin gabroomfatuuf,
๐ŸŒท Ittiin boonuu fi nama tuffachuu....


#Ibnul-qayyim (Rahimahullaah) Kitaaba Ruuh jedhamu keessatti dubbatan...
๐Ÿ–‹ @Ibroo keessan....
Yoo isinitti toleef
share godhaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Areeda

โœ Rifeensi areedaa Kuni bu'aa hedduu uf keessaa qaba. Isaan keessaa inni tokko dhiiraa fi dubartii addaan baasuudha...!!
ยซุดุนุฑ ุงู„ู„ุญูŠุฉ ููŠู‡ ‎ู…ู†ุงูุน ูˆู…ู†ู‡ุง ุงู„ุชู…ูŠูŠุฒ ุจูŠู† ุงู„ุฑุฌุงู„ ูˆุงู„ู†ุณุงุกยป.

๐Ÿ‘‰ Gadaa dhiiraaf dubartii addaan baasuun ulfaatu keessa jirra waan taheef...sunnaa areedaa tana jabeessaa...๐Ÿ˜
#Ibnul_Qayyim [ Attibyaan (747) ]
[ุงู„ุชู‘ูุจูŠุงู† ู„ู€ #ุงุจู†_ุงู„ู‚ูŠู… (ูงูคูง)].

https://t.me/tafak_or
โœ๏ธ Wantoota addunayaa kanarra jiran hundaa yoo sodaatte jalaa dheessitaโ€ฆAllaahaa maleeโ€ฆyoo isa sodaatte gara isaatti dheessitaโ€ฆโ€ฆ!!

#Ibnul-Qayyim (Rahimahullaah)