#Waa'ee_Mowlidaa(๐๐) maal jettu laata...โ
โAyyaana mowlidaa ayyaaneffachuun dhoorkaadha,Ragaa tokkos him qabu inumaa Bid'aadha(durin jirree).
โRasuulaa fi Sahaabaanis takkaa hin ayyaaneffanne,Ayyaaneffadhaa jedhees hin ajajne,Kulafaa'onni isaas takkaa hin dalagne.
โNamni ayyaana mowlidaa kana yeroo jalqabaaf akka L.Htti jaarraa 4โฃffaa keessa fide #firqaa_Raafidaa jedhamtuudha.
โFirqaa Raafidaa keessaa gosa #Ubeydin_alqadaahii(Faaximiyyoota) jedhamantu biyya Misraa fi biyyoota biroo keessattis yeroo jalqabaatiif kabajaa turan,achirraa kan kaโe biyyoota hunda keessa faffacaโuu eegale.
โJaalalli Rasuulaa kan ittiin ibsamu nyaataa fi dhugaatiidhaan osoo hin taane ajaja isaa fudhachuu fi wanta inni irraa seere irraa seeramuudhaan.
โAmantaanis kana Jaalallis isa kana,Rabbiin Qurโaana isaa keessatti akkana jedha;
ูุงู ุงููู ุชุนุงูู: *{ูููู ุฅููู ููููุชูู ู ุชูุญูุจููููู ุงูููููู ููุงุชููุจูุนููููู ููุญูุจูุจูููู ู ุงูููููู ููููุบูููุฑู ููููู ู ุฐููููุจูููู ู}*[ุขู ุนู ุฑุงู:31].
โSahaabaan Rasuulaa Iimaanaanis jaalala Rasuulaatiinis nu caalan,garuu isaan keessaa nama takkaa mowlida kabaju hin agarre.
โ๐ซNo Mowlid.
Share godhaa๐๐๐
@tafak_or

#Waa_Afur(4)_qaama_namaa diigan ;
ุฃุฑุจุนุฉ ูค_ุชูุฏู _ุงูุจุฏู:
โจYaada guddisuu .
ุงููู ุ
โจRifannoota (Naasuu ) .
ูุงูุญุฒูุ
โจBeela .
ูุงูุฌูุนุ
โจGursaa (Hirriba dhabuu ) .
ูุงูุณูุฑ...
Maddi; #Axxibbun_nabawii .
#ุงูุทุจ_ุงููุจููยซูขูฆูจยป.
Share๐๐
@tafak_or
@tafak_or
ุฃุฑุจุนุฉ ูค_ุชูุฏู _ุงูุจุฏู:
โจYaada guddisuu .
ุงููู ุ
โจRifannoota (Naasuu ) .
ูุงูุญุฒูุ
โจBeela .
ูุงูุฌูุนุ
โจGursaa (Hirriba dhabuu ) .
ูุงูุณูุฑ...
Maddi; #Axxibbun_nabawii .
#ุงูุทุจ_ุงููุจููยซูขูฆูจยป.
Share๐๐
@tafak_or
@tafak_or
#Waa_shan_mallattoo_hoongooti;
1faa; Gogiinsa qalbiiti.
Gaafa qalbiin namaa gogde gorsi tokkos tokkos nama hin fayuaddu.
2ffaa : Gogiinsa Ijaati.
Nama sodaa rabbiitiif jecha hin boonne keeyrii maal irraa eegan.
3ffaan : Hayaa'a dhabuu (Saalfii ).
Wantoota Addunyaan guutuun ittiin halaakama jirtu keessaa isa ijoodha.
4ffaa ; Kajeellaa duniyaati.
Namni jaalala duniyaa daangaa malee qabaannaan waan dalagu addaan hin laallatu.
5ffaa: Yaada dheerachuu.
Waan Rabbiin siif hin barreessin wanti ati yaaddee itti geettu waan hin jirreef yaada kee gabaabsi.
Share๐

#WAA_ISLAAMAA ๐ญ๐ญ
#MOOXAA
Naannoo Amaaraa Magaalaa Mooxaatti kaleessa galgala Finxaaleeyyii Amaaraa fi Ortodoksiitiin Madraasaa seenuun qur'aanaa fi Kitaabota keessa jiran waliin Ibidda itti qabsiisuun barbaaddessaan.
#ูุง_ุฅุณูุงู ุงู๐ญ
Join๐

#Oduu_Gaddaa
#Waa_Islaamaa!
Poolisoonni humna addaa Israaโel guyyaa hardhaa #masjidul_aqsaa seenuun namoota masjida keessatti salaataa jiran irratti dhiibbaa cimaa qaqqabsiisaniiru.
Poolisoonni kun mihraaba keessa seenuun sagle guddiftuu alatti danarsus caccabsanii jiru.
Hanga ammaatti namoonni 53 ol saffii salaataa irratti miidhamanii jiru.
#Aljaziiraa
join๐

#Waa_Islaamaa..!
โฌ Maqaa #koroonaa jedhuun guyyoota ulfaatoo kana keessatti #biyyiti_ulfaattuun/Haramni gabroottan Rabbii irraa qullaa taatee jirti!, garuu guyyama muraasa dura maqaa #Bashannana jedhuun magaalaa #Jiddaa keessatti kilabiin halkanii dubartootaa fi dhiiraan akkanatti guuttamee jira.
#Kuni_hin_malaa_!?
แณแแฒ แ แจแขแซ แแฐ แจแต ??
Su'uudiin_garamitti_deemaa_jirti..!?
Hordofaa๐

#Waa'ee_Azaanaa
โพAzaanni yeroo jalqabaatiif kan karaa godhame hijraa irraa waggaa 1ffaa keessa jedhan.
โพ#Sababni_Azaanni_dhufeef?
Yeroo salaataa addaan baasanii beekuun isaanitti ulfaatee jennaan, mallattoo yeroo ittiin beekuu danda'an irratti mariโachaa turan.
โพ#Azaana_kana_eennutu_yeroo_jalqabaatiif_arge?
Namni yeroo jalqabaatiif Abjuudhaan Azaana kana arge #Abdallaa_binu_zeydi jedhama Achumaa Wahyiinis isuma jabeesse.
Join๐@tafak_or

#Hishaam_binu_Abdulmalik
โSeenaa Islaamaa keessatti bara bulchiinsa @Hishaam keessa bulchiinsi Islaamaa garmalee babaldhatee ture. Bahaan hanga Chaayinaa, dhihaan immoo hanga kibba faransaa babaldhattee turte.
#Waa_Islaamaah๐ค