๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12.1K subscribers
596 photos
23 videos
32 files
2.08K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Rasuulli_keenya (SAW) akkana jedhan;

" Rabbiin bifa keessanii fi qabeenya keessan hin laalu,garuu onnee teessanii fi dalagaa teessan laala " .
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Yaa_Habiiballaah

Fageenyi makkaa fi madiinaa gidduu jiru kiilomeetira 410tti kalaaha....,
#Rasuulli keenya(SAW) Diinii kana nuun gahuuf jecha, karaa hangana fagaatu hunda walakkaa isaa miilaan, walakkaa isaa ammoo yaabbiidhaan, guyyaa saddeet guutuu saahiba isaanii #Abuu_bakriin wajjiin, qilleensa hoo'ii isaa garmalee hammaatu keessa erga kutanii booda madiinaa seenan.
โžพKuni hundi diinii kana siin gahuuf jecha...Anaa fi ati iddoo nuti ciisnutti waan nutti dhufeef homaa nutti fakkaachuu danda'a.
โžพRasuula akkanaa kana(SAW) Arrabsuudhaaf ummanni Istinjaa hin qabne irratti wal tarreeffata.
ุตู„ูˆ ุนู„ู‰ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ (ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…).
Join๐Ÿ‘‰https://t.me/tafak_or