๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
9.9K subscribers
551 photos
20 videos
21 files
1.83K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Guyyaa__Arafaa
Guyyaan boruu guyyaa Arafaa tahuun :

โž›Guyyaa Ayyaanni lamaan gurguddaan keessatti walitti qabame.
โž›Guyyaa Rasuula keenyarratti (SAW) Aayanni Qurโ€™aanaa, tan amantiin Islaamaa amantii guutuu, amantii hundaa ol filatamaa fi jaalatamaa tahuu ibsitu tuni keessa buuteen walgala.
((ุงู„ูŠูˆู… ุฃูƒู…ู„ุช ู„ูƒู… ุฏูŠู†ูƒู… ูˆุฃุชู…ู…ุช ุนู„ูŠูƒู… ู†ุนู…ุชูŠ ูˆุฑุถูŠุช ู„ูƒู… ุงู„ุฅุณู„ุงู… ุฏูŠู†ุง....))
Aayanni tuni osoo Rasuulli keenya SAW dirree Arafaa dhaabbatan sanuu guyya Jum'aa buute jedhan.
โž›Guyyaa Jum'aa keessas yeroo duโ€™aaiin namaa itti awwaatamtutu keessa jira, guyyaan Arafaa silaa, guyyaa duโ€™aaii tahuun isaa beekkamadha....kanaafuu keeyrii gurguddoo lamaantu keessatti walitti qabamee jira.

๐Ÿ‘‰Amaanaa kadhaa keessan keesatti nun dagatinaa.

Follow๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or