๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12.1K subscribers
596 photos
23 videos
32 files
2.08K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Dubartootaaf....โ€ผ

#ู„ู„ู†ูู‘ุณู€ู€ุงุก!ู
โž›Waan akkaan nama gaddisiisaa keessaa;

"Dubartiin hedduun akka irraa seeramtes osoma beektu yeroo mana isheetii baatee imala deemtu waan yeroo abbaa warraa ishee bira jirtu caalaa akka malee babbareechifatti"

โž›Bareedinni mana keessaa(abbaa warraa) deeggaramaadh ykn itti ajajamew jira garuu kan badhee(Raasaa) keessaa irraa seeramee jira.

โž›Inni kuni waa lamarraa qullaan ta'u;

๐Ÿ‘‰ittigaafatamummaa isaanii wallaaluu,ykn
๐Ÿ‘‰Beekaa ajaja Rabbii faallessuu.

By;#Sheekh_Saalih_Alfowzaan.
share godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@tafak_or
@tafak_or
#Dubartootaaf(ู„ู„ู†ุณุงุก)

Dirqama Dubartoota irra jiru keessaa;

โž›Abbaa warraa ishee yeroo hunda saalfachui qabdi.
โž›Fuuldura isaatti ija gadi qabachuu.

โž›Ajaja isaa fudhachuu.
โž›Yeroo inni haasaโ€™u caldhisuu.

โž›Yeroo inni alaa galu kaatee dhaabachuu.

โž›Waan isa aarsaa hundarraa fagaachuu.
โž›Yeroo inni manaa bahu kaatee wajjiin dhaabachuu.

โž›Yeroo hirribaa gaafachuu.
โž›Yeroo inni manaa bahu isa ganuu dhabuu(Qaama,qabeenya ).

โž›Hafuura Urgeeffachuu.
โž›Afaan ishee Rigachuu fi qaama ishee urgeeffachuu.
โž›Bakka inni jiru hundatti babbareechifachuu.

โž›Isa hamachuu dhabuu.
โž›Maatii fi firoottan isaa kabajuu.
โž›Xiqqaa inni taโ€™eef akka waan guddaatti ilaaluu.

Share godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Dubartootaaf

Hijaabni shari'aa Islaamaatiin walgalu isa kanaa ilaalaa.

@tafak_or
@tafak_or
#Dubartootaaf

"Dhiirti waa hundaan guutuudhaa, tan hirdhinna takkas hin qabne Jannata keessatti malee waa hin argamneef, kama argattan sanitti Rabbiin galateeffadhaa..."๐Ÿ˜
@Ibroo

Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Dubartootaaf

โœ“ Hayyuun guddaan #Ibnu_Qudaamaa jedhaman tokko (Rahimahullaah).
โ— ู‚ุงู„ #ุงุจู†_ู‚ุฏุงู…ุฉ ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ :
โœ Wantoota baay'ee dubartoota keenya gidduutti argaman keessaa inni tokko, bareedumaan uf dhaaduudha.
Dubartoonni keenya bareedumaan uf dhaaduun, gara walxiqqeessuu, wal hamachuu fi maqaa walitti baasuutti isaan geessuu danda'a.
" ูˆุงู„ุชูƒุจู‘ุฑ ุจุงู„ุฌู…ุงู„ ุฃูƒุซุฑ ู…ุง ูŠูŽุฌุฑูŠ ุจูŠู† ุงู„ู†ุณุงุกุŒ ูˆูŠุฏุนูˆู‡ู† ุฅู„ู‰ ุงู„ุชู†ู‘ู‚ุต ูˆุงู„ุบูŠุจุฉ ูˆุฐูƒุฑ ุงู„ุนูŠูˆุจ ".

#Yaadachiisa: Kanaafuu warri fuula kanas taatu waa wayyaa qabdan, warra kaan eeggadhaa๐Ÿง•
maddi isaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“• ู…ู†ู‡ุงุฌ ุงู„ู‚ุงุตุฏูŠู† ูขูฃู 
kitaaba (#Minhaajulqaasidiin: 230)

share๐Ÿ‘‡
@tafak_or