๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12K subscribers
584 photos
23 videos
32 files
2.07K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Seenaa_Rasuulaa(SAW)
#ุณูŠุฑุฉ_ุงู„ู†ุจูŠ_ุงู„ู…ุฃู…ูˆู†

ุงู„ุญู„ู‚ุฉ โ“ตโ“ต
Kutaa_โ“ตโ“ต_ffaa.

131~Ergama Rasuulaa irraa waggaa 11ffaatti Rasuulli keenya(SAW) iddoo Hajjiin itti gaggeeffamutti,Namoota 6 kan Rabbiin isaan milkeessuu jedu wahiitiin walitti dhufan.
โžžWajjiin taa'anii Islaamummatti yaaman.

132~Namoonni jahan kuni akkuma jiraniin Amantii islaamaa fudhatan,isaan kunniin eennu beektuu laataโ“

โžžIsaan sun Sahaabota gurguddoo armaan gadiiti;

ูก~ุฃุณุนุฏ ุจู† ุฒุฑุงุฑุฉ
โž›#As'ad_binu_Zuraaraa.
ูข~ุนูˆู ุจู† ุงู„ุญุงุฑุซ
โž›#Owfi_binu_Haaris.
ูฃ~ุฑุงูุน ุจู† ู…ุงู„ูƒ
โž›#Raafi'i_binu_maalik.
ูค~ู‚ูุทุจุฉ ุจู† ุนุงู…ุฑ
โž›#Quxbaa_binu_Aamir.
ูฅ~ุนูู‚ุจุฉ ุจู† ุนุงู…ุฑ
โž›#Uqbaa_binu_Aamir.
ูฆ~ุฌุงุจุฑ ุจู† ุนุจุฏุงู„ู„ู‡.
โž›#Jaabir_binu_Abdillaah.

133~Namoonni jahan kuni erga gara biyya isaanii galanii booda,seenaa Rasuulaa biyyatti himanii,amantii islaamaatti biyya yaamaa turan hanga Islaamummaan biyya keessa facaatu takka.
Itti fufa....
Share godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
Sahaabota keessaa warroota #Hadiisa_Rasuulaa (SAW) kumaa ol odeessan;

โ— ูุฃุจูˆ ู‡ุฑูŠุฑุฉูŽ ู‡ูˆ ุฃูƒุซุฑู‡ู… ุญุฏูŠุซุงู‹ ูู‚ุฏ ุฑูˆู‰ 5374 ุญุฏูŠุซุง
โžฌ Hunda keessaa hadiisa baayโ€™ee kan odeesse #Abuu_hureyraadha, hadiisa 5374 gabaasee jira.
โ— ุซู… ุนุจุฏุงู„ู„ู‡ ุงุจู† ุนู…ุฑ ุฑูˆู‰ 2630 ุญุฏูŠุซุง
โžฌ Ergasii #Abdallaah_binu_Umar Hadiisa 2630 odeesse/gabaase.
โ— ุซู… ุฃู†ุณ ุจู† ู…ุงู„ูƒ ุฑูˆู‰ 2286 ุญุฏูŠุซุง
โžฌItti aansee #Anas_binu_maalik hadiisa 2286 gabaase.
โ— ุซู… ุฃู…ู‘ูู†ุง ุนุงุฆุดุฉ ุฑูˆุช 2210 ุญุฏูŠุซุง
โžฌ itti aanee haadha teenya #A'aishaadha. Hadiisa 2210 gabaaste.
โ— ุซู… ุงุจู† ุนุจุงุณ ุฑูˆู‰ 1660 ุญุฏูŠุซุง
โžฌ Ergasii #Abdallaa_binu_Abbaas. Hadiisa 1660 gabaase.
โ— ุซู… ุฌุงุจุฑ ุจู† ุนุจุฏุงู„ู„ู‡ ุฑูˆู‰ 1540 ุญุฏูŠุซุง
โžฌ Isatti Aanee #Jaabir_binu_Abdillaah hadiisa 1540 gabaase.
โ— ุซู… ุฃุจูˆ ุณุนูŠุฏ ุงู„ุฎุฏุฑูŠ ุฑูˆู‰ 1170 ุญุฏูŠุซุง
โžฌ Ergasii #Abuu_Sa'iidalkidriidha. Hadiisa 1170 odeesse. Hunda isaaniihuu Rabbiin isaanirraa haa jaalatu.
ุฑุถูŠูŽ ุงู„ู„ูฐู‘ู‡ู ุนู†ู‡ู…

Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
#๐™บ๐™ฐ๐™ฝ๐™ฐ_๐™ฑ๐™ด๐™ด๐™บ๐šƒ๐š„๐š„_๐™ป๐™ฐ๐™ฐ๐šƒ๐™ฐ

เผ„Namni yeroo duraatiif saamunaa dalage/uume#"Nabiyyallaahi_Suleeyman".
เผ„Namni yeroo duraatiif ciftii/tuqaa ๐š€๐šž๐š‹๐šŽ๐šŽ hijaa'aa/๐™ฐ๐š›๐šŠ๐š‹๐šŠ๐šŠ irra kaahe "#Abul-AswadAl-ddualii"
เผ„Namni yeroo jalqabaaf ุฃู…ุงุจุนุฏjedhe,"#Nabiyyallaahi_Daawud."

เผ†Namni yeroo duraatiif qura'aana walitti qabe"#Abuu_bakri."
เผ†Durri wanni rabbiin keenna uumee"#Qalama."
เผ†Namni barnoota chemistry yeroo jalqabaatiif argate"#Jaabir_binu_Hayyaan".
เผ†Foormulaa algebra namni yeroo jalqabaatiif fide #Al-kawaarizimii/ุงู„ุฎูˆุงุฑุฒู…ูŠ.
เผ†Dubartiin islaamummaa keessatti yeroo jalqabaaf shahiiddee, Sumayyaa haadha #Ammaar_binu_Yaasir.

เผ†Awwalli ilmaan Aadam"#Qaabil"
เผ†Namni yeroo duraatiif Afaan Arabaa dubbate"#Ismaa'il."
เผ†Namni yeroo duraatiif Islaamummaa keessatti Azaane"#BilaalAl-habashii."
เผ†Namni yeroo duraatiif Ka'aabaa keessatti dhalate"#Aliyyi_binu_Abii-xaalib."
Itti fufa....@tafak_or
@tafak_or
โœ Sahaabaabonni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam), Hadiisa Rasuularraa fuudhanii nutti geessan. isaan keessaa kan hedduu odeessetu jiras, kan muraasa odeessetu jiras.

1ffaan: #Abuu_Hureeyraadha...sahaร bota hunda keessaa, namni hadiisa hedduu hedduu himeedha. Hadiisa 5374 odeesse.
โ— ูุฃุจูˆ ู‡ุฑูŠุฑุฉูŽ ู‡ูˆ ุฃูƒุซุฑู‡ู… ุญุฏูŠุซุงู‹ ูู‚ุฏ ุฑูˆู‰ 5374 ุญุฏูŠุซุง
2ffaa:
#Abdallaa Ibnu Umar Hadiisa 2630 odeesse.
โ— ุซู… ุนุจุฏุงู„ู„ู‡ ุงุจู† ุนู…ุฑ ุฑูˆู‰ 2630 ุญุฏูŠุซุง
3ffaan:
#Anas binu Maalik Hadiisa 2286 odeesse.
โ— ุซู… ุฃู†ุณ ุจู† ู…ุงู„ูƒ ุฑูˆู‰ 2286 ุญุฏูŠุซุง
4ffaan:
Haadha muslima maraa @Aa'ishaadha Hadiisa 2210 odeessite.
โ— ุซู… ุฃู…ู‘ูู†ุง ุนุงุฆุดุฉ ุฑูˆุช 2210 ุญุฏูŠุซุง
5ffaan:
#Abdallaa binu Abbaasa Hadiisa 1660 odeesse.
โ— ุซู… ุงุจู† ุนุจุงุณ ุฑูˆู‰ 1660 ุญุฏูŠุซุง
6ffaan:
#Jaabir binu Abdillaah Hadiisa 1540 odeesse.
โ— ุซู… ุฌุงุจุฑ ุจู† ุนุจุฏุงู„ู„ู‡ ุฑูˆู‰ 1540 ุญุฏูŠุซุง
7ffaan:
#Abuu_Sa'iid Alkudriyyii Hadiisa 1170 odeesse....
โ— ุซู… ุฃุจูˆ ุณุนูŠุฏ ุงู„ุฎุฏุฑูŠ ุฑูˆู‰ 1170 ุญุฏูŠุซุง
ุฑุถูŠูŽ ุงู„ู„ูฐู‘ู‡ู ุนู†ู‡ู…
(Radiyallaahu anhum jamii'a).

โœSahaabonni torban kunniin warra hadiisa gurguddaa galmeessuudhaan beekamaniidha.... hin dagatinaa...

Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or