𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
9.83K subscribers
550 photos
20 videos
21 files
1.82K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Dadhabaan_Namaa

➛"Irra dondhi namaa nama salaama nama hin gaafanne/salaama doyndhoome. Irra dadhabaan namaa immoo nama du'aa'ii kadhachuu dadhabe...."
Follow us👇
#tafak_or
#Dhagahaa!

➛ Nama natti dhihaachuu isaa bu'aadha jedhee uf hin ilaalle, anis isarraa fagaachuu kankoo kasaaraadha jedhee hin ilaalu.
Follow me👇
#tafak_or
#Sooma_Musaafiraa

💫 Namni imala deemu tokko Sooma isaa furuuf;

1)Imalli isaa imala jedhamuu qaba. fageenyaanis, akka hawaasni beekuttis...(80km)
2) Biyyaa fi naannoo jireenya isaa keessaa bahuu qaba.
3) Imalli isaa imala haraamaa tahuu dhabuu,
4) Imalli isaa tooftaa Sooma ittiin furuuf baafate tahuu dhabuudhaan...

follow 👇
#tafak_or
Irra hedduun keenya sababa abaarsa haadhaa fi abbaa keenyaa milkii hedduu dhabaa jirra.
Du'aa'iin haadhaa fi abbaa furtuu gammachuu jireenya ilmaaniiti.

👇
#tafak_or
Ajaa'iba

Ummata Islaamaa foon booyyee nyaachisan moo sila...ka hinaaffaa diinii Rabbiin Qalbii keessaa fuudheef...ajiib.

share 👇
#tafak_or
#Hin_fayyadaminaa🚫

🙏... Mallattoo kana hinduuttu kadhannaadhaaf fayyadama. isaan dugda duuba harkaatiin waaqa isaanii yaamatu.
🤲...kun karaa kadhannaa ummata Islaamaati...ganaa isaanii Rabbitti ol deebisanii yaamatu. kanaafuu mallattoo kana haa addaan baafannuu....

share 👇
#tafak_or
#Dream/Abjuu....

Abjuu jechuun Isa hirriba keessatti laaltu osoo hin taane... Abjuu jechuun Isa akka hin rafne si dhorku sani....

share👇
#tafak_or
#Seequun_sunnaadha...

Always smile and never be sad.
- إبتسمِ دائماً وإياكِ أن تحزنِ....
Yeroo hundaa seeqadhu.... Adaraa kee akka hin gaddine...!

share👇
#tafak_or
#Ogummaa...

Waa hunda keessatti ilma namaa jaalachiisuu fi gammachiisuun baay'ee ulfaataadha... kanaafuu carraan nuti qabnu keessa keenna jaalachiisuudhaan dhumata...!!

#tafak_or
#Gorsaaf....!

Yoo akka tasaa baabura dogoggoraa yaabbatte, station 🚉 jalqabaatti bu'uuf yaali... maaliif beektaa____?
hammuma fagaataa deemtuun, gatiin deebiif kafaltus guddataa deema waan ta'eef...!

#tafak_or
Hanguma ati duniyaadhaaf dhiphataa dhuftuun yaanni Aakiraa qalbii tee keessaa bahaa deema. Hanguma ati aakiraadhaaf dhiphataa dhuftuun yaanni duniyaa qalbii kee keessaa bahaa deema..!

🖋 #Maalik_binu_Diinaar (Rahimahullaah)
Warra Aakiraadhaaf dhiphatu Rabbiin nu haa godhu.

👇
Ilmaan Aakiraa tahaa...!!
#tafak_or