๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12.1K subscribers
595 photos
23 videos
32 files
2.08K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Ilmii(Beekkumsa)

โž›Ilmiin Rabbiin biratti (SW) sadarkaa guddaa qabdi .

โž›#Ilmii Rabbiin keenya Nabiyyoota isaatiin badhaase .

โž›Nubuwwummaa fi Rusulummatti aanee irra guddaan wanti Rabbiin keenya Ergamtoita isaa badhaasee #Ilmiidha jedhan .

#HAA_BARANNUU
share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Ilmii_Raabsuun....

โž›Ilmii facaasuun/waan beektu namaaf Raabsuun, wantoota dilii kankee sirraa harcaasan keessaa tokkoodha.
โœ(#Ibnu_Useeymiin)

โž›Isinis waan dhageessanii fi waan argitan hawaasaaf raabsuun ajrii guddoo tana saamadhaa.
Follow ๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Ilmii/Beekkumsa_Islaamaa

โœ Duniyaa qofa yoo feetes waa baradhu. Aakiraa qofa yoo feetes waa baradhu.
Duniyaa fi Aakiraa walitti qabaachuu yoo barbaaddes waa baradhu....!

share๐Ÿ‘‡
@tafak_or