𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
12.2K subscribers
613 photos
25 videos
32 files
2.11K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#EEBBA_KITAABAA
#ICCITII_DHALOOTA_QUBEE

Ilmi Namaa Guyyaa Dhalate Irraa Kaasee Osoo hin Taane , Guyyaa Hojii Qabatamaa Hawaasa Fayyadu Dalage Irraa Kaasee Umrii Lakkaawata .

Namni Hunduu Dandeettii Fi Kennaa Garagaraa Of Keessatti Hammate Dhalata .

Barreessaa Kitaaba Iccitii Dhaloota Qubee Kan Guddisa Ilmaaniif Bu'uura Ta'an Ragaa Qur'aanaa Fi Hadiisaa Akkasuma Yaadota Beektotaa Hedduun Dabalame Kan Barreesse Obboleessa Keessan Ibrahim Eda'oo tiin

Kitaaba Faana Gaarii Abboota Ilmaaniifi Ilmaan Keessatti Hanbisuudha .

Har'aaf Osoo Hin Taane Boruuf Kan Si Jiraachisu , Dhaloota Kan Jijjiiruu dha .

Gumaacha Guddaa Isin Gammachiisuu Qabatee Dhufee Jira.

Kitaaba Ilmaan Kee Hangam Seeraan Guddisaa Akka Jirtu Keessatti Of Madaaltuu dha.

Kitaaba Yeroo Dheeraaf Eeggamaa ture Fedha Rabbiitiin assanbata dhufu eebbaaf geessinee Jira .

#Baga_Gammaddan
Eebbi 22/12/2013 Sanbata Xiqqaa Ganama Sa'aatii 3 - 00 tti wal argan Baalee Roobe Galma Hoteela Sikkoo Mandootti.

@Fursaan_Media
@Alrisala1
@tafak_or

Share waliif godhaa
#Eebba
➛ Kitaabni "#Tumsa_Rasuulaa" jedhu gaafa guyyaa 26/6/2015 magaalaa Shaashamannee galma siitii paarkiitti/naannoo keellaatti...ganama sa'aatii 2:30 irraa eegalee bakka ulmaa'onni fi Hayyoonni gurguddoon argamanitti kan eebbifamu ta'a.
Irraan hafinaa.

➛ Barreessaan Ibraahim Eda'oo (daarektara miidiyaa Tafakkur)
Gulaaltoonni Dr. Kamaal Galatuu maammee (Muftii Oromiyaa)
Ahmed huseen Gishee

Odeeffannoo dabalataaf
+251937073695
👇
@tafak_or