𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
9.81K subscribers
550 photos
20 videos
21 files
1.82K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Sa'iid M/kadar:
#Coming_Soon
🔸🔸Yeroo Dhihotti 🔸🔸
EEBBA KITAABAATI
Ilmi Namaa Guyyaa Dhalate Irraa Kaasee Osoo hin Taane , Guyyaa Hojii Qabatamaa Hawaasa Fayyadu Dalage Irraa Kaasee Umrii Lakkaawata .
Namni Hunduu Dandeettii Fi Kennaa Garagaraa Of Keessatti Hammate Dhalata .

Barreessaa Kitaaba Iccitii Dhalootaf Qubee Guddisan Ilmaaniif Bu'uura Ta'an Ragaa Qur'aanaa Fi Hadiisaa Fi Yaadota Beektotaa Hedduu Haguugame Kan Barreesse ...
(Abul Mansuur ) Ibrahim Eda'oo
Kitaaba Faana Gaarii Abboota Ilmaaniifi Ilmaan Keessatti Hanbisuudha .
Har'aaf Osoo Hin Taane Boruuf Kan Jiraatu Dhaloota Kan Jijjiiru _ Gumaacha Guddaa Isin Gammachiisuuf Qabatee Dhufaa Jira .
Kitaaba Akka Daawitiitti Keessatti Dhaloota Madaalluudha .
Kitaaba kaayoof Karooraan ilmaanii Jijjiiru dha .

Kitaaba Yeroo Dheeraaf Eegamaa Ture Fedha Rabbiitiin
Yeroo Dhihotti Eebbaaf Gessisee Jira .
#Baga_Gammaddan
Eebbi Ji'a (12) Hagayyaa Keessa Rabbiin Nagaan Isiniin Haa Gahu . @Alrisala1
#Odeeffannoo Dabalataaf
@Alrisala1
@tafak_or
#EEBBA_KITAABAA
#ICCITII_DHALOOTA_QUBEE

Ilmi Namaa Guyyaa Dhalate Irraa Kaasee Osoo hin Taane , Guyyaa Hojii Qabatamaa Hawaasa Fayyadu Dalage Irraa Kaasee Umrii Lakkaawata .

Namni Hunduu Dandeettii Fi Kennaa Garagaraa Of Keessatti Hammate Dhalata .

Barreessaa Kitaaba Iccitii Dhaloota Qubee Kan Guddisa Ilmaaniif Bu'uura Ta'an Ragaa Qur'aanaa Fi Hadiisaa Akkasuma Yaadota Beektotaa Hedduun Dabalame Kan Barreesse Obboleessa Keessan Ibrahim Eda'oo tiin

Kitaaba Faana Gaarii Abboota Ilmaaniifi Ilmaan Keessatti Hanbisuudha .

Har'aaf Osoo Hin Taane Boruuf Kan Si Jiraachisu , Dhaloota Kan Jijjiiruu dha .

Gumaacha Guddaa Isin Gammachiisuu Qabatee Dhufee Jira.

Kitaaba Ilmaan Kee Hangam Seeraan Guddisaa Akka Jirtu Keessatti Of Madaaltuu dha.

Kitaaba Yeroo Dheeraaf Eeggamaa ture Fedha Rabbiitiin assanbata dhufu eebbaaf geessinee Jira .

#Baga_Gammaddan
Eebbi 22/12/2013 Sanbata Xiqqaa Ganama Sa'aatii 3 - 00 tti wal argan Baalee Roobe Galma Hoteela Sikkoo Mandootti.

@Fursaan_Media
@Alrisala1
@tafak_or

Share waliif godhaa
#Baga_gammaddan...😭

Hanga ammaatti masjidni magaalaa shaggar keessatti diiggame 19 gahee jira.
#Baga_gammaddan

Injifachuu mootummaa Turkey walqabatee... ummanni filisxen guyyaa hardhaa gammachuu isaa ibsataa jira.

share👇
https://t.me/tafak_or
#Baga_gammaddan
(warroota bakka hundatti post gaarii Share gootaniif)
هنيئًا لأهل المنشورات الصالحة..
👇
Ergamaan Aalamaa (SAW) akkana jedhan:
"Namni karaa qajeellumaatti nama yaame, ajrii hanga nama isa hordofee sanaan qixa argata. osoo kan isaanii jalaa hin hirdhatin".
قال الرسول (ﷺ) من دعا إلى هدى كان له من الأجر مثل أجور من تبعه، لا ينقص ذلك من أجورهم شيئاً.
Waan ati share goote tokko hanguma namoonni irraa fayyadaman heddummaataniin... mindaan keetis heddummaata.

Share👇
https://t.me/tafak_or
#Baga_gammaddan...

Tafakkur gaafii isin barbaaddan hundaa deebisuuf uf qopheessee jira... isinis guyyaa sanaaf uf qopheessaa....

1) Aqiidaa
2) Fiqhii
3) Lugaa Nahwii fi Sarfii
4) Balaagaa
5) Manxiqa
6) Usuula Fiqhii
7) Usuula Tafsiiraa
8) Qawaa'ida Fiqhii
9) Hadiisa...
10) Sagantaa Fataawaa... ykn gaafii fi deebii...
Ulmaa'ii fi hayyuu biyyi qabduun #live kan isiniif dabru taha....
Inshallah qophii tahuu keessan natti muldhisaa...
https://t.me/tafak_or