๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
#10ffaa ..... (Baatii simannaa keessummaa) โ Osoo keessummaa jabaa wahiittu torbaan dhufu keessa, mana kankee dhufuu heda siin jedhanii ... garuu manni kankee qulqullinna hin qabnee... mana kee osoo hin qulqulleessine bareechita moo...!?, qulqullinna manaaโฆ
#11ffaan
(Baatii heexoo irraa .....)
โ Niyyaa tantee tolchi, lubbuu tantee leenjisi.
Dalagaan tantee qulqulluu fi karaa sirrii irratti, akkasuma tan shari'aadhaan Wal galtu yoo taate malee Rabbiin sirraa hin qeebalu.
Kanaafuu waa'ee soomaa ofiifis barattee maatii kankeetis ammumarraa barsiisuu qabda. Sodaa Rabbii irratti uf leenjisuu qabda.
Ramadaanni Mana Barumsaa warra sodaa Rabbii onnee keessaa qabuuti....!!
#12ffaan:
โ๏ธ Ammuma irraa Rahimaa fi firoottan kee sufadhu... firummaa kutuu irraa fagaadhu...!
๐ Nama firummaa sufe Rabbiin isa sufa... nama firummaa namaa kute Rabbiin isa kuta...!
๐ Nama Rahima sufu jechuun nama harka galata namaaf deebisu osoo hin taane; nama yoo kutanis deebisee nama sofu....!!
#13ffaa....
๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf