โฆ๏ธFEEMASOOTA BIYYA KEENNAATIIF
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ
๐นGaafiin eegala
๐ฏWaggaa 1400 dura duubatti si deebisa .
๐งถYeroo san Ifaan , Interneetni ,
๐ทYaabbiin gaariin lafaa fi samirra yaa'u hin turre .
โณQalamaan hin barreessine
M/B seenanii hin seenne .
๐ฌFooqii Irra Liiftiin Olin baane
๐Garuu seenaan Gaariin Ifaa malee ifan ,
๐Hojii gaariin interneeta malee Mul'atan ,
๐Lafa fagoo Konkolaataaf Xiyyaara malee Deemee nuun gahan .
๐Ofii Qofa hin nyaanne nuufis hanbisanii dabran .
๐คทYaadi Mee gaafas Osoo wanta Har'a jirutti fayyadamanii hagam Fagaachuu danda'an .
๐งIsaan hojii isaaniif promotion hin hojjanne .
๐บBaanaarii baasanii makiinaan hin iyyine .
๐ธKaan barreessanii kana hin maxxansine .
๐นGaruu Seenaa Dinqisiisaa Hin quufamnetu irraa galmaa'e .
๐ต๏ธWaan isaanii dubbadhee hin fixu .
๐ฎSii galaa Waan hin jirreef Maqaa dhahee gara keetiitti dhufa .
๐ธisaan Sahaabaa Rasuulaa fi Warra Faana seenaa gaarii qaban hunda .
๐Sitti As Haa dhufu ...
๐Biyya Ifaa, Internetaa fi Social media keessatti dhalatte.
๐Kitaabota miliyeenaan maxxanfaman keessatti dhalatte.
๐๏ธVedio fi sagalee Hanga ilma baay'atu Dhagahaa guddatte .
๐น Addunyaa kee Meeshaa hedduu daaw'ataa guddatte .
๐กHaala mijjate Kun hundi si marsee garuu har'ayyuu gowwaadha , Wallaaladha hin jijjiiramne .
๐ญQaroominni Addunyaa Waan siif dhufe hin fakkaatu .
๐กAddunyaan Daqiiqaan guddina saffisaa keessa jirti .
๐Tekniloijiin isaanii hedduun Gara Roobotitti Humna cimaa Cehaa jira .
๐ท๏ธSaffisaan 5G bira geette .
๐Ati Hanga Har'aa #2G biraa hin tarre .
๐ฎRoobootii Silaa argitee hin Beektu.
Meeshaan elektirooniksii Fooyya'ee Mobaayilli Seelii Qaama namaa keessatti Hojjatamaa jira .
๐งฟMobaayilaa gurguddaa Addunyaan ofii omishtee itti Fayyadamtee bira darbite .
๐Si Harka hanga har'aatti Nokia salaama Wal fuutu santu jira.
๐ฃHanga feete baddee bishaan yoo buutes baaftee Sirreessita .
๐งฟOsoo Tuyxu keyboardii Qubeen irraa dhume .
๐งฟAkka Waan Tekniloojii haaraa dhufe [A] as bira [B] as bira jettee namatti mul'ifta .
๐Waan cabe fi Yeroo irra tare walitti qabdee irra teetta .
๐Nama hanga waa jabeessu argee hin Beeku .
๐yoo waa jabeessu taate itti fufi .
๐ดKa siin jedhu garuu
๐ปBaradhu
๐ปGuddadhu
๐ปdorgomi
๐บHin dhaqqabdu yoo siin jedhe hanga haftee Jiruu keessaa baata .
โAti uumamaan Saffisaa cimaan deemuun Waan siif kennameef Amma dhaqqabda Fiigicha eegali ...
โช๏ธAmma Asiin dabran.
โถ๏ธBaayyee si qoradhe Waan mara hin jedhu
๐ปWaa'ee Amantii keetiis Fagoo irraa jirta .
๐ดFamous ta'uuf jettee Hadiisa Rasuulatti taphataa jirta .
๐งฟAmba nutti kolfisiifte ...
๐ฎQaraa hin Qaraane Ta Qaraate Biyyee Uffachiifte.
โ๏ธkanaan hin jirtu saniin inuu hin jirtu .
โ๏ธLama osoon taane lamaa oliin kufte .
โบ๏ธHiyyummaa waliin
โบ๏ธwallaala waliin Qabrii galuuf Deemta .
โช๏ธKana hunda irra kan na dinqisiisu Osoo Feemasii taate Hawwii kee Ka waggaa 100ti .
โ๏ธKa keessi kee Duwwaa
Sagalema bareedduuf
โ๏ธFuuluma qajeeltuuf
โ๏ธMatama marte kanaaf Osoo femaous siin jedhanii jaalatta .
โฌ๏ธMaa ifaajan warri duraanii Ree
โ๏ธKa Ati waggama 2tti Beekaa taatuuf .
โ๏ธka waggama 2tti Hayyu taatuuf .
โ๏ธKa waggama 2tti Femaous taatuuf .
๐Wanni Atin taane hin jiru .
๐ทIyyitee iyya sii baane Homaa didamte .
โEmpty pocket has no sound jedhe Barsiisaan tokko .
๐ทFollower kee taanus
๐takkaa nun gorsine .
๐Takkaa nun barsiifne .
๐Surree fi Kophee bitatte Nu daaw'achiifte .
๐กSurree miti Surrii kee nuu jijjiiri .
๐ทSi dura Du'aa fi Ganda 2tu jira .
๐Quba Qabaadhu
โพRakkoo Qofa Lafan Guutu
โพWaan Yaade tokkotu jira walitti deebina ....
๐Kutaa 2ffaan yoo lubbuun na hanbiftan isinii Deebi'a .
๐Yaada keessan garuu ni barbaada .
๐ดRakkoo keenna tarreessaa Furmaanni hin dhabamuu
ยฉ๏ธOf Mil'adhu #Zahmaa keessaa bahi.
โBy Seid Muhammad....
Share๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf