๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
9.63K subscribers
549 photos
20 videos
20 files
1.8K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
โœ Ani namoota dogongoran caala, kan dogongora isaa sirreessuuf jecha isa dogongore caala dogongorantu na ajaa'ibe...!
โœ Sagaleen kankee kan mana kankee keessaa waan bahu sitti hin fakkaanne sun, samiilee torban birayyuu ol kutuu danda'a...!
ูˆู…ุง ูƒุงู† ุฑุจู‘ูƒ ู†ุณููŠู‘ุง.......

Yaaa Allaah.......๐Ÿคฒ

๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Ayizon ....

โœ Ati loltuu jabduu waan taateef Rabbiin waraana cimaa keessa si seensise.... fatanaan sitti heddummachuun jabinna kee malee laafinna kee hin ibsu.


harka hin kennatin... @htafak_or
โœ๏ธโ€ข ุงู„ุตู„ุงุฉ ุญูŠุงุฉ ูู…ู† ุถูŠุนู‡ุง ุฃุตุจุญ ู…ูŠุชุง ุนู„ู‰ ู‚ูŠุฏ ุงู„ุญูŠุงุฉ.
โœ Salaanni jiruudha, namni salaata miidhe/ergare... osoo lubbuun jiru du'ee jira dhugaa..!
โœ Rabbiin waan barbaade dalaga, yeroo barbaadetti, waan barbaadeen, abbaa barbaadeef, akka barbaadetti dalaga....!

@tafak_or
โœ Dargaggummaa keetitti gaafa sheekummaa fi hooggansaa eegalte.... adabbiin xiqqaan si mudatu, beekkumsa silaa argachuu dandeessu paarsantii ol'aanaa dhabda...!
โœDu'aa'ii nama jireenyi itti hammaattee ykn wanti kamuu yeroo itti jabaate kadhachuu qabu:
๐Ÿ‘‡

ยซ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู…ู‘ูŽ ู„ุง ุณูŽู‡ู„ูŽ ุฅู„ู‘ูŽุง ู…ุง ุฌูŽุนูŽู„ุชูŽู‡ ุณูŽู‡ู„ู‹ุงุŒ ูˆุฃู†ุชูŽ ุชูŽุฌุนูŽู„ู ุงู„ุญูŽุฒู’ู†ูŽ ุฅุฐุง ุดูุฆุชูŽ ุณูŽู‡ู„ู‹ุง ยป.
ยซ Allaahumma laa sahla illaa maa ja'altahuu sahlan...wa'anta taj'alul huzna izaa shi'ita sahlaa...ยป

Rabbiin waan jabaate hunda isiniif haa laaffisu....

๐Ÿ‘‡
#Ibnu_Hibbaan Sahiiha isaa 2427 keessatti gabaase....
๐Ÿ“™ุฑูˆุงู‡ ุงุจู† ุญุจุงู† ููŠ ุตุญูŠุญู‡ ูขูคูขูงโ€ข

https://t.me/tafak_or
Wal argaan keenya yoo Rabbiin fedhe hardha galgala
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Bareedinna afaan arabaa....๐Ÿ˜ ู…ูŽู†ู’ ู…ูŽู†ูŽู‘ ู…ูู†ู’ ู…ูŽู†ูู‘ุŒ ู…ูู†ูŽู‘ ู…ูู†ูŽ ุงู„ู’ู…ูŽู†ูŽู‘ุงู†ู. "Man manna, min mannin, munna minal mannaan..." Yeroo Shan Shan osoo addaan hin kutin jedhaa mee....?! Nagahaan naaf bulaa... hiikkaa isaa boru na gaafadhaa๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
Hiikkaa jecha tanaa
ู…ู† ู…ู†ู‘ูŽ
๐Ÿ‘‰ Namni tola oole ykn arjoome
ู…ู† ู…ู†ู‘ู
๐Ÿ‘‰ Waan Rabbiin tola itti oole irraa...
ู…ูู†ู‘ูŽ
๐Ÿ‘‰ tolatu itti oolama ykn itti dhangalaafama.
ู…ู† ุงู„ู…ู†ู‘ุงู†
๐Ÿ‘‰ Mannaaniin irraa (Rabbii kennee kennaan isaa hin dhumanne irraa)
โœNamni kennate waan kenname irraa... nama kennaan isaa hin dhumne(Mannaan) irraa isaaf kennama jechuudha.

Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
โœ Nama hamaa isaa ijaan hin argin, hammeenya isaa namarraa dhageetteef jecha hin dhugoomsin....!
hamma ija keetiin gartutti dhageettii qofaan nama hin qeeqin.

@tafak_or
Waan baratte keessaa ?

1) Aqiidaa qulqulluu jechuun maal jechuudha?
2) Aqiidaan waa'ee maalii qorata ?
3) Aqiidaa barachuun maaliif barbaachise?
4) Damee shari'aa Islaamaa keessaa Aqiidaan damee kam keessatti ramadama?
5) Sadarkaa meeqaffaa irratti argama ?
6) Maqoota Aqiidaa keessaa 5 barreessi ?
7) Aqiidaan maaliif Aqiidaa jedhamte ?
8) Maddi Aqiidaa eessa ?
9) Aqiidaa barachuun waajiba moo Sunnaadha ?
10) Aqiidaa eennutu kaahe/bu'uuresse ? eennutu ibse ?
11) Towhidaan Aqiidaa jechuu dandeenya?
12) Garaagarummaan Towhidaa fi Aqiidaa gidduu jiru maali ?
13) Maqaa barreessaa Kitaabaa, bara dhalootaa fi du'a isaanii barreessi ?
14) Maatiin isaa Ibnu Teymiyaadhan maaliif beekkaman ?
15) Ulmaa'ii giddutti sadarkaan sheekaa hangam gaha ? Aqiidaan isaa hoo maali ? waggaa meeqatti Fatwaa kennuu eegale ?

Barattoota sanbataatiif๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or