𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Kitaaba hardha qaraanu.... لامية لشيخ الاسلام ابن تيميه
Wal argaan keenya yoo Rabbiin fedhe hardha galgala sa'aatii 3:00.... irratti haa tahu
#Madaala....!
✍ Wantoota saddeet jijjiirama kee muldhisan. isaanis:
1) Haasofni sa'aatii dheeraa keessa kee sin gammachiisu...!
2) Halkan hirriba malee/gurzaa buluu caala hirriba filatta..!
3) Namaaf irra dabruu heddummeessita, ykn gadoo hin baay'eessitu...!
4) Muxannoo argachuudhaaf kan duraa caala keessi kee hayyamamaa taha...!
5) Garaagarumma namaa baay'ee kabajja.... fakkeenyaaf yoo qaamni garagaraa lamaan walitti bu'e... lamaanuu ija wal qixxummaatiin ilaalta...!
6) Namoota uf hawachiisuu fi ilmi namaa akka xiyyeeffannoo kallattii kee deebisuuf jecha baay'ee hin dhiphattu....!
gadaa tana tanatu nu cinqe😁
7) Waan ulfaataa hedduu baadhattee dabarsuu dandeessa...!
8) Namarratti waa murteessuuf hin ariifattu....!
✍@Ibro
👇
psychology and self-development channel....
Share👇
https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

Isaan dagachuu dadhabee.... araarama naaf kadhaafii.....
#Ibnu_Saalihii gadaa keenyaa turan....😢
(Rabbiin Rahmata isaaniif haa godhu....)
✍Gadaa asiin duraa keessa nama tokko kan #Ibnu_Saalih jedhamutu ture. bara beelli akka malee namatti hammaatetti, dubartoonni Oyruu isaa keessa seenanii dhoksaadhaan hayyama isaa malee waa jalaa fudhatu. innis akkuma nama quba hin qabnee bira kuta.
Guyyaa tokko dubartiin takka ooyruu isaa keessaa waa guurattee.... Heddumminna waan fudhattee irraa, zambiila baadhachuu dadhabdee osoo waliin dhamaatu Ibnu_Saalih/abbaan qabeenyaa itti dhufe.
Booda isheen Isa tahuu isaa hin beektu... bira dhaabatee ba'aa sana erga qarqaaree booda... dafii asiin bahi.. osoo ibnu Saalih sitti hin dhufne jedheen jedhama. Arjummaa dhugaa...!!
✍ Gariin keenya gadaa tana osoo masjida keessaa huuba baasee... masjida keessa dhaabatee gaarii dalage sana ummata hundatti beeksisa... Rabbiin nu haa eeguu...

لامية_شيخ_الإسلام_إبن_تيمية_عناية_الصقعوب1.pdf
Daqiiqaa 3 booda
laamiyaa kutaa 2ffaa
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Asiin dhageeffadhaa....Laamiyaa kutaa 2ffaa... torbaan 2ffA
✍ Mukni guddaan tokko gaafa jigu... nama hundatu sagalee kufaatii isaa dhagaha... garuu gaafa bosonni guutuun dagaaguu, namni quba isaa qabu hin jiru.
Namni kan xiyyeeffannaa kennuuf guddinna kee osoon taane... kufaatii keetiidha...!!
Share👇
https://t.me/tafak_or
Namni kan xiyyeeffannaa kennuuf guddinna kee osoon taane... kufaatii keetiidha...!!
Share👇
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
✍ Yeroo hundaa anatu sirriidha jettee yoo kan uf yaaddu taate addunyaa kanarraa homaa barachuu hin dandeessu...!
👉@tafak_or
👉@tafak_or
✍ Nama hamileen tuqame tokko... bira dhaabbattee hamilee itti godhuun Ibaadaadha...!
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر – laamiyaa kutaa 2ffaa
Wal argaan sa'aatii 3:00 irratti inshallah
لامية_شيخ_الإسلام_إبن_تيمية_عناية_الصقعوب1.pdf
79 KB
Kitaaba kunoo
✍ Shawwaal keessa fuudhuun jaalatamaadha....!
يُستحب الزواج في شوّال"
Rabbiin Saalihaa fi saalihiin walitti haa qabu kaa....🤲
اللهم زوج الصالحين بالصالحات.
👇
@tafak_or