𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
9.63K subscribers
549 photos
20 videos
20 files
1.8K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Rasuulli keenya SAW Erga ergamtoonni yeroo dheeraaf addaan citanii; erga wallaalli dachee tana dhaale; erga dukkanti wallaalaa ifnana beekkumsaa dhaamsitee booda; gadaa ummanni akka qorsoo bichaannitti naqamtee addaan faffaca'e keessa ergaman. 👇

Erga Nabiyyiin qajeellumaa; ergamaan Rahmataa Kuni dhufee booda ummanni diinaa bareedaa kanaan badhaadhe.. 👇
Osoo meeqa jibbu; osoo meeqa garaan baasu; osoo hedduun isaanii waanyoof mataan dhukkubu islaamummaan mataa ol qabatte.... 👇
هُوَ الَّذِي أَرْسَلَ رَسُولَهُ بِالْهُدَى وَدِينِ الْحَقِّ لِيُظْهِرَهُ عَلَى الدِّينِ كُلِّهِ وَلَوْ كَرِهَ الْمُشْرِكُونَ
Booda islaamummaan mudhattee dachee tana bahaa fi dhiha geette; ummanni islaamaas tokkummaadhaan amantii kana qabatanii turan. Qalbiin isaanii karaa diriiraa kana irratti ijaaramtee...; waljaalattee; qaama tokko taatee deemaa turte...👇
Rasuula keenna boodas, bakka bu'oonni isaa/Kulafaa'onni islaamaa karaa kana qabatanii, qarriffaan ciniinanii waggaa dheeraaf Irra deemaa turan... 👇
Yeroo dheeraa booda fitnaan/dhibdeen Rasuulli gidduu keessanitti buuti jedhan Suni ni buute.... 😭....

#itti_fufuu_laata...?!

share👇
https://t.me/tafak_or