#Galgala_milkii
✔ Hardha sitti dhiphateef, boru sitti baldhatuu hin dhiisu. Hardha kasaaraa argattus, boru maaltu beeka bu'aa argachuu dandeessa.
✔ Hardha kufteef waan achitti haftu sitti hin fakkaatin, boru Rabbiin si kaasuu danda'a [akka durii fi harka xuriitti hin hafan].
✔ seera "Rabbiin bakka namaaf buusa" jedhu sana hin irraaffatin. Rabbiin gabricha isaa irra hamtuu jireenyaa keessatti gatee, isa hin dhiisu. Keeyrimaaf isa qormaata maalee.
✔ sitti hammaatus gaafa tokko inuma siif salphata, sitti cufamus gaafa wahii Rabbiin sirraa bana, sitti dukkanaahus, guyyaa tokko bari'uun isaa waan hin oolle.
Follow me👇
@tafak_or