๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
10.7K subscribers
557 photos
21 videos
22 files
1.89K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Oduu_gammachuu jiraattota magaalaa Shaashamanneetiif. Dargaggootaa fi Namoota Hubannoo Diinal Islaam cimsatuu barbaadan Hundaaf. Sanbata Borii irraa eegalee Namoonni dhuftan,yeroo jalqabaaf kitaabota armaan gadii qopheeffadhaa koottaa...:
Aqiidaa keessatti :
ู„ุงู…ูŠุฉ ู„ุงุจู† ุชูŠู…ูŠุฉ...ูˆุญุงุฆูŠุฉ ู„ุงุจู† ุฃุจูŠ ุฏุงูˆุฏ.
Qawaa'ida keessatti :
ุงู„ู‚ูˆุงุนุฏ ุงู„ูู‚ู‡ูŠุฉ....ู„ู„ุดูŠุฎ ู†ุงุตุฑ ุงู„ุณุนุฏูŠ.
Usuulal fiqhii keessatti :
ุงู„ุฑุณุงู„ุฉ ุงู„ู„ุทูŠูุฉ
Damee barnoota barbaaddan irratti haala mijaawaa taโ€™een guyyaa Sanbataa lamaan qofa fayyadamuu dandeessu.
Iddoon M/B Al Iimaan keessa...
Odeeffannoo dabalataaf
#0937073695 Kun Carraa Guddaadha.
#Koottaa_fayyadamaa
#Qurโ€™aana

โž› Gosa dhibee keessanii hin beeku, garuu Qurโ€™aanni dawaa dhibee hundaa tahuu nan beeka.
Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
##Gaafii๐Ÿ‘‡

โž› Akka shari'aa Islaamaatti dubartiin ati osoo isheen heerumtee abbaa manaa qabdu, osoo inni biyya jiru, osoo lubbuun jiru ati fuudhuu dandeessu dubartii akkamiiti___?๐Ÿค”
Yaalaa
@tafak_or
#Isin_mudatee_beekaa!

โž› Namoota garii akka malee jaalannaan. Jaalalli isaanii garuu gidduu keenyaa fi nama sanii qofatti kan inni beekkamu.
โœ” Jaalala sana ol baasuu dhabuun keenya akka nu laalessu, osoma beeknu caldhisna, caldhisutu caala waan taheef...
โœ”Inumaa hanga isaaniin baatuttuu jaalala keenya baasnee itti himachuu hin dandeenye, duubni isaa nama sodaachisa waan ta'eef, haalli isaa gaara caala namatti guddata waan ta'eef, booddeen isaa garmalee nama sodaachisa waan ta'eef.
โœ”hundaa ol kan caalu!, afaanuma keenya walitti qabannee, dubbii gidduu keenyaa fi nama sanaatti balbala itti cufannee du'aa'ii godhuu qofa.๐Ÿ‘

Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
Haati teenya Aayyoon Aa'ishaan (Radiyallaahu anhaa), jaartiin Rasuulaa (SAW), waggaa meeqaffaa isheetti duute_____?
Anonymous Quiz
13%
A) waggaa 85
14%
B) waggaa 80
73%
C) waggaa 66
#Akkanatti_Rabbiin_banne๐Ÿค”


โž› Jaartii takkatu mobaayila sirreeffachuuf, suphaa mobaayila itti sirreessan seente.
(ุฏุฎู„ุช ุนุฌูˆุฒ ู…ุญู„ ู‡ูˆุงุชู ู„ุชุตู„ุญ ู‡ุงุชูู‡ุง .)

โž› Achumaa Abbaan suphadhaa akkana jedheen ;
(ูู‚ุงู„ ู„ู‡ุง ุตุงุญุจ ุงู„ู…ุญู„ :)
"Aayyoo!, bilbilli keessan nagaha, homa takka rakkoon qabu."
(ู‡ุงุชููƒ ุณู„ูŠู…  ู„ุงูŠูˆุฌุฏ ุจู‡ ุฃูŠ ุถุฑุฑ .)

โž› Jaartii : "Ishii ijoolleen kankoo maaliif hanga ammaa naaf bilbiluu dhaban ree!.๐Ÿ˜ญ
(ูู‚ุงู„ุช ุงู„ุนุฌูˆุฒ :
ุฅุฐุงู‹ ู„ู…ุงุฐุง ุฃูˆู„ุงุฏูŠ ู„ุงูŠุชุตู„ูˆู† ุจูŠ .)
๐Ÿ’”๐ŸŒน๐Ÿ’”

Harmee too!, bilbiluma keettu rakkoo qaba moo, ijoollema teeti laata!๐Ÿค”
โž›Jara teenna dubbiin tuni qoosaadhaaf osoo hin taane, haaluma nuti keessa jirruudha.

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Allah

โž› Yaa Rabbi karaan koo baay'ee dheeraadha. Namuu na wajjiin hin jiru lubbuu tiyya malee, bakka hundatti tumsaa fi tika keetiin na wajjiin jiraadhu yaa Rabbi.๐Ÿคฒ
Ogummaa kiyyaan osoo hin taane, ogummaa kankeetiin karaa keetirra na kaahi yaa Rabbi.๐Ÿคฒ
โž› Waan ani filadhe, waan ani fedhe osoo hin taane, waan feetee fi waan filatte irra na dhaabi yaa Allah๐Ÿคฒ..
@tafak_or
#Ulfaataa

โœ”Jechi ulfaataa/ Saqiil jedhu Qurโ€™aana keessatti bakka 2 qofatti dubbatame. Isaanis:
[‏ูˆุฑุฏุช ูƒู„ู…ุฉ (ุซู‚ูŠู„ุงู‹) ููŠ ุงู„ู‚ุฑุขู† ู…ุฑู‘ุชูŠู† ูู‚ุท:]
โ‡โ‡โ‡โ‡
1) (Guyyaa ulfaataa) bakka kanatti guyyaa qiyaamaa sana itti baaname.
๐Ÿ”ด(ูŠูˆู…ุงู‹ ุซู‚ูŠู„ุงู‹) ุงู„ู…ู‚ุตูˆุฏ ุจู‡ ูŠูˆู… ุงู„ู‚ูŠุงู…ุฉ.
2) (Jecha ulfaataa ) bakka kanatti immoo Qurโ€™aana kabajamaa itti baaname.
๐Ÿ”ด(ู‚ูˆู„ุงู‹ ุซู‚ูŠู„ุงู‹) ุงู„ู…ู‚ุตูˆุฏ ุจู‡ ุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ูƒุฑูŠู….

๐Ÿ”บ#Yaadachiisa : Namni guyyaa ulfaataa kana jalaa naga bahuu barbaade, Qurโ€™aana ulfaataa/ kabajamaa kana jabeeffatee haa qabatuu.
๐Ÿ”บู…ู† ุฃุฑุงุฏ ุงู„ู†ุฌุงุฉ ู…ู† ุงู„ูŠูˆู… ุงู„ุซู‚ูŠู„ุŒ ูู„ูŠุชู…ุณู‘ูƒ ุจุงู„ู‚ูˆู„ ุงู„ุซู‚ูŠู„.๐Ÿƒ๐ŸŒธ

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Dhugaa_bar!

โž› Addunyaa tanarratti wanti hanga ilma namaa nama dinqisiisaa inuma hin jirre.๐Ÿค”
โœ” Ilmi namaa kuni jalqaba mallaqa argachuudhaaf jecha fayyaa itti dhaba, ergasii fayyaa jalaa badde sana deeffachuufis deebisee mallaquma sana dhaba.
โœ” jiruu harkaa qabu tanattuu kan seeraan itti fayyadamuu hin dandeenye, waa'ee fuuldura isaatiif dhiphata.
โœ” jiruu tanarra akka waan nama yoomuu hin duunee jiraata, garuu gaafa asirraa godaanus, akka waan nama guyyaa takkaa as gubbaa hin buliniitti asirraa godaana๐Ÿค”!
(D.Raatibannablusii)
Ajiib๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
https://t.me/tafak_or
โž› Dubartoota armaan gadii keessaa tan gadaa Rasuulaa (SAW) janaaza dubartoota Islaamaa dhiqaa turte eennu_______?
Anonymous Quiz
27%
A) Ummu Eyman
33%
B) Ummu Axiyyaa
39%
C) Ummu Salamaa
#Galgala_milkii

โœ” Hardha sitti dhiphateef, boru sitti baldhatuu hin dhiisu. Hardha kasaaraa argattus, boru maaltu beeka bu'aa argachuu dandeessa.
โœ” Hardha kufteef waan achitti haftu sitti hin fakkaatin, boru Rabbiin si kaasuu danda'a [akka durii fi harka xuriitti hin hafan].
โœ” seera "Rabbiin bakka namaaf buusa" jedhu sana hin irraaffatin. Rabbiin gabricha isaa irra hamtuu jireenyaa keessatti gatee, isa hin dhiisu. Keeyrimaaf isa qormaata maalee.
โœ” sitti hammaatus gaafa tokko inuma siif salphata, sitti cufamus gaafa wahii Rabbiin sirraa bana, sitti dukkanaahus, guyyaa tokko bari'uun isaa waan hin oolle.

Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Dhagahaa!

โž› Nama natti dhihaachuu isaa bu'aadha jedhee uf hin ilaalle, anis isarraa fagaachuu kankoo kasaaraadha jedhee hin ilaalu.
Follow me๐Ÿ‘‡
#tafak_or
โž› Hiyyeeyyii wajjiin teessuma heddummaata. Rasuulli keenya (SAW) yeroo isaa harka caalu hiyyeessa wajjiin dabarsa.
kitaaba #Tumsa_Rasuulaa irraa
Salawaata buusaa๐Ÿ‘‡
ุตู„ูˆุง ุนู„ู‰ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู….
Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Abjuu

โœ Deemsa kee addaan hin kutin, waan gufuu sitti tahaa hunda uf jalaa qabaa; irrumaa goraa; irra utaalaa deemi. Bakka amma jirtuu olis deemuu haqa qabda waan ta'eef.
@tafak_or
โž› Namni hin dogoggorre, nama hin sochoone/homaan dalagne qofa.
#Yaa_Rabbi :๐Ÿคฒ

โœ” Nama waljaalannuun adda nun baasin,
โœ” fayyaa nuuf kennite nurraan deemsisin,
โœ” tola nutti oolte hunda nun dagachiisin,
โœ” waan nu qabnu, ijatti nun xiqqeessin, ykn nun dagachiisin,
โœ” waan nu dhabne, ijatti nun guddisin.
Aaaaaamiin.

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#kanuma_dubbiin

โž› Waa'een dhaabata keetii, maatii keetii, qabeenyaa fi sadarkaa keetii nan ilaallatu...
Namummaa kee, sammuu tantee, amala kee fi keessa keettu na ilaallata. Hundee kanarratti dhaabadhee sin kabaja.
Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Obsi_dhiiratu_obsaa!๐Ÿ‘‡

โž› Tooftaa diinni kee sitti baasu irratti obsuu qabda. Obsi kee diina keetiif akka summii qaama keessa nyaataa bula.... Ibiddi waan gubu ykn waan nyaatu yoo dhabe ufumaa wal guba waan taโ€™eef.

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โž› Baatiin kuni afaan arabaan maal jedhama? Waa'ee baatii Rajab maal beektu laata ?

Nu hordofaa๐Ÿ‘‡
@tafak_or