๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12K subscribers
586 photos
23 videos
32 files
2.07K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Jechoota Hayyoota OROMOO

*Sobee nama sossoba malee,Alagaan garaan keessi diinuma (Jawaar Mohaamamad)

*Keesaa Namaa hin beeku namnii (Asaffaa ShaarooLammii)

*Waan baraa hin beekan,barre achii kenyaa (Abbaa Jifaar)

*Ofumaa dhamaatu malee ana rasaasni na hin danda'u,(Agrii Tulluu)

*Kan kooti,kan keenya,eela waliin HABUUQQATA Jirrurra qice,Aaa!;(Abdisaa Balaachoo)

*Afaan Oromoo :kan ABO mitti kan OPDO mitti,kan KFO mitti,Kan waaqeffatoota mitti, kan musliimoota mitti kan kiristaanota mitti Kan OROMOO hundaati ,kanafuu isa guddisuun gahee hunda kenyaati;(Abdiisa Bancaa)Abdiisaba

*Dhoolata dhugaan Finiinse doorsifni qawwee hin ukkaamsu (Beekan Gulummaa)

*Qaanqeen dhugaa qabsiifamte qiimii sobiin tjule jigsiti!,(Beekan Gulummaa)

*Mormii Oromiyaa keessatti ta'aa jiruu irratti hundumtuu hirmachaa jiruu, Daa'imman Abbaa Duulaa Gammadaa fi Muktar Kadiir hin geny malee (Dr maraaraa)

*Dhagaa dinnii nutti drbate waliittii qabnee OMN ittiin ijaarre;(Jawaar Mohaammada)

*walitii mufannee wal oodne malee garaan yoom walitii hammannee (jawar mohammed )

*ololtii isanii kaan afaan isanii oromoo haxxifachisuu ,gaafa afaan keenyaan himamee akka haqqisisu waan beknuf fudhatamaaf deeggarsa miidiyaaleen oromoo qaban yoo jabbeysee malee hin midhuu ((jawar mahammed)

*finfinnen uumamumman qabeenyaa oromiyaa yoo taatu, mootummaan federaala garuu keessummadha,
Aadaaf afaan keessummeessituu (oromiyaa)
Kabajee jirachutu irraa eegama,jiraattoni finfinnee immoo rakkoo eenyummaasaanii ibsuu waan qabanif akka mirgi isaanii eegamuufi danda'itti kan bultu ta'a (Dr Tsaggaayee Araarsaa)

*nama iddoo ga'u beeku,bubbeen
Karraa itti hin cufu! ! (Beekan Gulummaa)

*waddaan ofiin seenaan qawwee malee tiksama!! (Beekan Gulummaa)

*Namni dhunfaa isaatti bilisummaafi walabummaa hin gonfatin bilisummaa fiduu hin danda'u,namni osoo bilisummaa barbadduuf gara qabsoo hin seenin dura sammuun isaa gabrumma jalaa bilisa bahuu qabdii (
Saphalo kadir )

*Abbaan osoo muka dhabbuu yoo due ilmisaa osoo muka sana kunuunsuu yoodue ilmii ilmaa saa osoo firii mukichaa nyatuu du'a
Hamas ta'u garrii gatii hojii ofii argachun hin oluu.
(Lataa Qaana'ii)

*Ani har'a mana hidhaa keessa jira boru immoo kanneen har'aa yakka malee na hidhan kanaf ta'a qabsoon keenyaa itti fufa (Baqqalaa Garbaa)

Maddii jechotaa hayyotaa irraa
Barreysee kan isinif dhaleysee

Mฤซฤฏรงhลซรน รตล™รฒmรฒรด tin

Kanatii ansun anis wanin jechuu fedhuu

*dina yoo oddenu biyyaa ketiraa baftuf malif irratii waal nyatuu
(Mรฌฤซรงhรนรบ oromoo )

*nammaratii xiyyeyfatee hamtun garraa nammaa borreysuraa ofif waan hojatee of gamagamii
(Mรฌฤซรงhรนรบ รฒล™รดmรณรด)

*of dhaddee summii gandummatin dhalotaa walitii borreysuraa abbaa tahii dhalotaa qubbee wร ฤบรฌf obbolomsii (mรฌรฌรงhรนรน oromoo)

*wal dhabdee kenyaa futanii social media irraa geysitanii adawii nutii kofalchisuu irraa aadaafi saafuu oromotin yoo furee irraa baredaa (mรฌรฌรงhรนรน oromoo)

*gammafii gammanaa walitii garrinfachuu irraa osoo dinnatii fulleyfanee qabsoon keenyaa hangana hin qucaruu turee (mรฌรฌรงhรนรน oromoo)

Galatomaa waan dubbistanif kanbirroo ammoo qabbadhen isinif dhiyadhaa yerroo ittii anutii
Dogogoraa qubbetif naa of kolchaa

#share #like
Obboleyyan keysanin gahaa
https://t.me/tafak_or
https://t.me/tafak_or
#Salphinna_Hanbisuuf_Ulfinna_Ajjeesan!
Seenaa
Guyyaa tokko jedhan Waraanni Ganda tokko seenee, dubartoota ganda san keessa jiran hundaa dirqamaan gudeede, dubartii takkattii wahii malee, isheen immoo loltuu san afoo dhaabattee harka kennachuu diddaaf mataa irraa gatte/Ajjeefte!.

Erga loltoonni hunduu haajaa isaanii geeffatanii gara kaampii waraana isaaniitti deebi'anii booda, intala san malee dubartoonni hunduu uffannaa isaanii kan isaan irratti ciccite harkaan walitti qabataa, imimmaan dhangalaasaa manaa gadi bahan. Isheen garuu mataa namichaa harkatti baadhattee, ija ishee ija leencaa fakkeessaa, dubartoota hafan xiqqeessaa manaa gadi baatee akkana jette:
"Yookaa ajjeesee yookaanii na ajjeesee jedha malee!, hanga inni na roorrisu waan ufitti dhiisu seetanii!."

Achumaa dubartoonni ganda sanaa hunduu ija keessa wal ilaalanii waa lamaaf intalattii tana ajjeesuu qabna jedhan, wnti lamaa sunis:

#1ffaa; Intalti tun injifannoo galmeessite kanaan nu caaltee akka hin argamne, nu salphannee isiin akkamitti kabajaa kanaan jiraatti!?
#2ffaa; Jaarsotiin teenya yoo duulaa dachaate, Dubbiin teenya isaan bira gahuu hin ooltu, isin intala san hanqattanii? nuun jedhanii hin salphannaa!, salphinna kana hundaa hanbisuuf intala tana ajjeesuu qabna jedhanii booda dubartoonni ganda sanaa hunduu itti waliigalanii osoo isiin hin beekin ajjeesan jedhan.

โžซ Kuni waan yeroo ammaa haawaasa keenya keessa jiruun seeraan walgala, dogoggora isaanii dhokfachuudhaaf kaan ni ajjeesan, kaan biyyaa baasan, kaan hidhatti darban, kaan immoo afoo dhaabatanii falman, kuni hunduu nu salphisa jechaa sodaataniiti!!
Namni isinitti tole #like$share godhaa.
Kitaaba Afaan Arabaa "Seenaa Lola Auropaa/ู‚ุตุต ุญุฑูˆุจ ุฃูˆุฑูˆุจุง/ jedhu irraa dubbise.
Join๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or