#Namtichi_fokkataan_kuni_bu'aa_maal_nuu_buuse?
#Dubbisaa
โพJechi isaa keessa keenya laalessus garuu kallattii tokkoon bu'aa nuuf buusee jira,keessaa;
#1ffaa; Jaalalli ilmi namaa Rasuula Isaatiif qabu(SAW) garmalee dabaluu.
#2ffaa; Tokkummaan muslimootaa cimaa akka deemu/muslimoonni akka dammaqan godheera.
#3ffaa; Muslimtoonni seenaa Hayyuduree fi Imaama Anbiyootaa, Sesnaa Nabiyyii keenyaa dubbisutti akka bobba'u godheera.
#4ffaa; Seenaan Nabiyyii keenyaa, Akhlaaqni isaanii fi sadarkaan isaanii miidiyaa hawaasaa irrattii fi masjidota hedduu irratti barsiifamuu eegalee jira.
#5ffaa; Namoonni asiin dura Islaamummaa maqaa qofa qaban Islaamummaa dhamaa fudhachuu eegalan.
#6ffaa; Jibbaa Yahuudaan Islaamummaadhaaf qaban...kan Rabbiin Qurโaana keesatti nuuf himee ture san....namichi kun ifatti nuuf basee jira.
ูู ุง ุชุฎูู ุตุฏูุฑูู ุฃูุจุฑ.
#Salawaata_Buusaa
Join๐https://t.me/tafak_or

โDawaan Qalbii waa shan (5) (jedhe Hayyuun tokko) :
โ #1ffaa : Qurโaana hubannaan qara'uudha.
โ #2ffaa : Garaan qullaa ta'uudha (Soomana soomuu).
โ #3ffaa : Dhaabbata halkanii ( Salaata Leylii ).
โ #4ffaa : Yeroo obboroo/Suhuuraa sana Rabbitti warwaachuu.
โ #5ffaa : Namoota gaggaarii wajjiin jiraachuu.
Join๐@tafak_or
@tafak_or

Dhaamsa 10 tana narraa fudhaa mee nan tuffatinaa...
#1ffaa: Leenci hanga fedhe beelahus marga hin dheedu. hanga feete rakkattus; miidhamtus; dhiitamtus bakka Kee gadi hin dhiisin.
#2ffaa:Carraan si Jala dabre tokko durumaa carraa keetii miti waan ta'eef maaf ? akkamitti na jala dabre ? jettee mataa uf hin nyaatin...
#3ffaa: Iccitiin milkaa'innaa jabaatanii hojjachuu keessa jira waan ta'eef... hanga haasoftu caala, harkaan tattaafadhu...
#4ffaa: Jireenyi hammaatte dhiira gootee qartee si baasti... jireenyi quufaa sobdee fakkaataa dhiiraa gootee si hanbisti.
#5ffaa: Namoota milkaa'inna hedduu argamsiisan wajjiin ooluun... salphamatti yaaduma isaanii qofaan akka daftee milkooftuuf si qarqaara...
#6ffaa: Jalqaba kee irratti ijjannรณo kee bakkaa sochoofta taanaan... gaafa hamilee guddaa irra geettes akka salphaatti kuftu beeki...
#7ffaa: Hujiin ulfinna... namni hunduu bakkuma jirtutti hujii isaa qulqullinnaan haa raawwatuu...!
#8ffaa: Strategyn humna waan qabuuf jiraadha jedhu dogoggora. iccitiin jireenya keennaa humna qofaa miti waan ta'eef.
#9ffaa: Abjuun kankee hamma fedhes guddatu; hanga fedhes fagaatu uf hin tuffatin, daftees harka hin kennatin.
#10ffaa : furmaanni tokko namni duuba Kee akka hin haasofne yoo barbaadde... ati isaan hin dhaggeeffatin.. isaaniif bakka hin laatin....
โ @Ibroo
share๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

ุจููุณูู
ู ุงูููููู ุงูุฑููุญูู
ููู ุงูุฑููุญููู
ู
Hiikkaa #Suuratul_Qadrii...
ุฅููููุง ุฃููุฒูููููุงูู ููู ููููููุฉู ุงููููุฏูุฑู
1) Nuti buufnee jirra qur'aana kana, halkan leeylatulqadrii keessa.
โ Halkan tuni maaliif leeylatulqadri/ูููุฉ ุงููุฏุฑ jedhamte___?
Mooggasa kana keessa ulmaa'iin sababni adda addaa akka jiru nuuf himanii jiru. innis:
#1ffaa: leeylatulqadri jechuun halkan guddinnaa jechuudha...
qadriin sadarkaa ykn guddinna.
kanaafuu Rabbiin qur'aana keessatti akkana jedha:
ูู ุง ูุฏุฑูุง ุงููู ุญู ูุฏุฑู...
"Rabbiin guddinna isaan malu guddisuu hin dandeenye..."
#2ffaa: Dhiphinna jechuudha...
Heddumminna Malaa'ikoota halkan sana keessa gara dachee gadi duudan irraa kan ka'e dacheen ni dhiphatti jechuudha.
๐ Halkan isa keessa dacheen gabroottan isaatiin dhiphattu.
Ragaan kanaa qur'aana irraa๐
ูู ู ูุฏุฑ ุนููู ุฑุฒูู...
"Nama Rizqiin isaa itti dhiphatte...."
#3ffaa: Qadrii jechuun murtii jechuudha..
halkan isa keessa murteen dabartuudha...
#4ffaa: Namni hiree hin qabne guyyaa sana keessa abbaa hiree ykn carraa taha.
#5ffaa: Halkan isa keessa qur'aanni kabajaa qabu buufame; Rahmanni kabajaa qabduu fi Malaa'ikoonni kabajaa qaban bu'an jechuudha...
#6ffaa: Halkan barakaa jechuus ni taha...
ุฅูุง ุฃูุฒููุงู ูู ูููุฉ ู ุจุงุฑูุฉ .....
#itti_fufa....
Share๐

โ๏ธ Ilmi namaa erga salaata eegalee /salaata keessatti bakka 5tti qoodama. Isaanis:
1) Nama salaataan adabamu ykn Rabbiin salaata inni salaate saniif isa adabu jiraโฆ!
2) Nama salaata salaateef qormaatamu jiraโฆ
3) Nama Rabbiin salaata isaa sana mindeessuu baatus garuu irra darbuuftu jiraโฆ!
4) Nama salaata saniin Rabbiin isa mindeessu ykn galateeffamu jiraโฆ
5) Nama salaata saniin Rabbitti kalaahutu jiraโฆ.
#1ffaan: Nama wuduuโa keessatti, shuruuxa, waajibaataa fi sunana salaataa keessatti akkuma fedhe godhuโฆnama seerota salaataatiif bakka hin kennine.. Kun salaata kanaan Rabbiin isa adabaโฆ
#2ffaa: Nama arkaanallee, waajibaataa fi shuruuxa salaataallee sirritti guutee garuu erga salaatatti seenee boodaโฆseensa salaataa irraa hanga xumura salaataa maal akka jedhee fi akkamitti akka salaate kan hin beekneโฆhanga salaama baafatuuf kan onnee fi sammuun isaa Ethiophiaa kaatee hanga Amerikaa naannawaa turteedhaโฆ
Salaata kanarratti Rabbiin isa qormaata jedhanโฆ
#3ffaa: Nama salaata keessatti arkaanallee, waajibaataa fi shuruuxa salaataallee sirritti guutee garuu seensarraa hanga xumura salaataa lubbuu isaatii fi sheeyxaanaan wajjiin taaggalaa/ waldhaansoo bahaa tureโฆnama salaata isaa tolchuuf hanga dhumaatti falmachaa tureโฆ.nama akkanaa Rabbiin irra dabraafโฆ.
#4ffaa: Nama arkaanallee, waajibaataa fi shuruuxa salaataallee sirritti guuteeโฆdabalataan salaata kushuuโa qabduโฆsalaata rogaaโฆsalaata tashwiisha hin qabne salaateโฆkun Rabbiin biratti ni mindeeffamaโฆ!
#5ffaa: Nama arkaanallee, waajibaataa fi shuruuxa salaataallee sirritti guuteeโฆammas salaata kushuuโa qabdu salaateeโฆdabalataan akka Rabbiin wajjiin qofa jiru uf beekeโฆ
Niyyaa isaa keessa namni ani maqoo itti bahe kuni Rabbiin tahuu kan hubateedhaโฆRabbiin laalee na argaa jiraa kan beekeโฆ
Garaagarummaan 4ffaa fi 5ffaadhaaโฆ4ffaan, maqoo Rabbiin jiraachuu isaa dagateโฆ
Namoota wayta salaata seenanโฆosoo isaan biratti sagalee kee baastee waan feete haasoftee ykn dalagdee quba kee hin qabnetu jiraโฆ.
Anaaf ati lakkoofsa meeqaffaa keessa Jirra laataโฆ.๐ฅฒ
Ibnul-Qayyim Rahimahullaah kitaaba ุงููุงุจู ุงูุตูุจ jedhamu keessatti akkana nuun jedhan.
Share๐๐ป