#Xiyyaan_waraanamee_garuu_salaata_addaan hin kunneโ๏ธ
#ูุฑู ู_ุจุณูู _ููุง_ููุทุน_ุตูุงุชู
Gooticha;#Abbaad_binu_Bishri(Radiyallaahu Anhu).
#Dubbisaa_mee?
โErgamaan Rabbii(SAW) guyyaa tokko erga duula Zaatarriqaa'i(ุฐุงุช ุงูุฑูุงุน) jedhamtu takkarraa as garagalanii booda iddoo bultii wahii qabatan.
โRasuulli keenya(SAW) Sahaabota keessaa Eegdota(wardiyyaa) halkanii filatan,isaan keessaa;
Ammaar_binu_Yaasirii fi Abbaad_binu_Bishr bakka tokko wajjiin eegan ture.
โ#Abbaad hiriyyaa isaa Ammaar irraa dadhabbii hubatee jennaan;
"halkan guutuu eegaa bulta waan taateef amma yeroo muraasaaf Rafii deebi'i jedheenii ture".
โ#Abbaad naannoo guutuu too'atee homaa dhabnaan,erga naannoon naga taate maaf yeroo kiyya Ibaadaadhaan hin dabarsine jedhee?Ajrii lama walbira saamachuu qaba jedhee salaata halkanii salaatuu eegale.
โOsoma inni dukkana halkanii keessa dhaabatee salaataa jiru,isaa ibaadaa isaa malee waa takk quba hin qabne,xiyyi gubbaa fi jalaan itti Roobuun dhiiga isaa dachee tanarra lolaase
Abbaad maal dalage isinitti fakkaataโSlaata addaan kutee dheefa eegaleeโmiti.
โXiyya ufirraa buqqisee akka waan inumaa homaa isa hin mudatiniitti salaata isaa itti guuttate
Namtichi mushrikaa Abbaad waraannamee hin jiru jechuun ammas xiyya biroo boorsaa keessaa baafatee Gudeeda isaarra waraaneen.
โAbbaadiin dhiigni humnaa ol irraa dhangala'uu eegallaan suuraa Qurโaanaa bakkuma qara'aa jiru irratti addaan kutee,dafee jilba qabatee erga sujuuda godhee booda humni isaa akka laaluun laaffiste hubatee jennaan
โbakka sujuuda godhetti harka mirgaatiin hiixatee obboleessa isaa ##Ammaariin akka dammaquuf tuttuqaa ture,hanga innis lafaa dammaqu takka
Ammas sujuudarraa ol deebi'ee Attahiyyaata qara'ee slaata geeffate,Ammaaris jecha isaa laaftuu tanarratti lafaa dammaqe;
"Ani waraanamee jiraa bakka koo eeggumsa jabeeysi"
โ#Ammaar dafee lafaa utaalee sagalee onnee nama keessatti kuttu dhageessisaa yeroo isaan barbaadu,basaastonni dheefa eegalanii jiran,booda gara Abbaaditti yeroo garagalu jecha seenaan galmeesse wahii irraa dhagahe;
"Salaata keessatti Aayata Qurโaanaa tn sodaa Rabbiitiin onnee koo guutte wahii qara'aa ture,Amaanaa ergamaan Aalamaa(SAW) natti kennettu ergaramaa sodaadhe malee,silaa Aayata Qurโaanaa sana addaan kutuu irra du'atu na biratti filatama ture"jedhe.
(Rabbiin isarraa haa jaalatu)
Seenaa kanarraa maal barattan laataโ
Amantiin Islaamaa akkuma anaa fi ati salphaa goonee ilaallu kanatti nutti dhufe seetaaโ
share godhaa๐๐
@tafak_or