TAERA DIGITAL SKILL
3.97K subscribers
437 photos
10 videos
103 files
304 links
Welcome to my channel!
Here, you’ll learn everything about Graphics Design, Video Editing, Artificial Intelligence (AI), Technology, and Online Work.
I teach you how to use digital tools, earn income online, and grow your career with modern tech skills.
B
Download Telegram
Photo Editing #Lightroom irratti ammas video isiniif hojjedhuu?
Anonymous Poll
94%
Eeyye ✅
12%
Lakki ❌
#TaeraGraphics 🎨

Namoonni hojii graphics adda addaaf na barbaaddan karaa:
→ Telegram @taera123 ykn 📞 0931452740
Na quunnamuu dandeessu 📩
❤3👍1
TAERA DIGITAL SKILL
Photo
Vote gidhaa yaada keessan naaf qoodaa!!
Anonymous Poll
95%
Eeyye ✅
5%
Lakki ❌
❤4
Har'a Barnoota #Graphics_Design yeroo darbe jalqabnee kan turre waliin itti fufna ❤
Har'a galgala na eegaa 👌

React 👍❤️
❤7🎉2
Barnoota Graphics Design VIP Class guyyaa 5ffaa

Achi irratti Daawwadhaa xumuraa na fayyadaa waan ta'eef family💯👌
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/1JYROSk4yeE
https://youtu.be/1JYROSk4yeE
❤1
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Material ittin shaakaltan 👌🥰
Videon itti aanu waa'ee maalii isiniif haa ta'uu?
Anonymous Poll
39%
Video Editing PC
30%
Graphics Design
26%
Photo Editing
22%
Ai Video
30%
Online Work
❤1👍1