This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Keep your wins quite..โฆsilence protect dreams.
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://t.me/Success_win1
https://t.me/Success_win1
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://t.me/Success_win1
https://t.me/Success_win1
2โค13๐3
๐๐๐๐๐ข๐ข๐ง๐ ๐๐๐๐๐ง๐ข๐ง๐๐
===========================
1. โDargaggeessi harโaa hogganaa boruuti; of qopheessi!โ
โ Nelson Mandela
2. โAbjuun kee guddaa haa taโu; yaaliin kee hin dhaabbatin.โ
โ Barack Obama
3. โYoo of amante, wanti hin dandaโamne hin jiru.โ
โ Muhammad Ali
4. โKufaatiin dhuma miti; jalqaba barnootaa ti.โ
โ Winston Churchill
5. โHojii kee jaaladhu; milkaaโinni si hordofa.โ
โ Steve Jobs
6. โRakkoon si mudatu si cimsuuf dhufe malee si cabsuuf miti.โ
โ Nelson Mandela
7. โYeroo amma fayyadami; yeroo darbe hin deebitu.โ
โ Benjamin Franklin
8.โYaaliin tokko milkaaโinaaf tarkaanfii jalqabaa dha.โ
โ Thomas Edison
9. โDargaggeessi of amane addunyaa jijjiira.โ
โ Napoleon Bonaparte
10. โHojii jabaan carraa uuma.โ
โ Thomas Edison
11.โNamni of hin jijjiirre jireenya isaa hin fooyyessu.โ
โ Albert Einstein
12.โAbjuu kee hordofi; namni biraa si hin bakka buโu.โ
โ Tony Robbins
13.โDargaggeessi yeroo isaa sirnaan fayyadamu mootummaa boruu ijaara.โ
โ Haile Selassie
14. โGammachuun hojii gaarii irraa dhalata.โ
โ Mahatma Gandhi
15. โMilkaaโinni kufaatii keessaa dhalata.โ
โ Winston Churchill
16. โOfitti amanamummaan furtuu milkaaโinaa ti.โ
โ Ralph Waldo Emerson
17. โDargaggeessi hojii jalqabe hin sodaatu.โ
โ Bill Gates
18.โYoo yaadde ni dandeessa; yoo dandeesse ni milkoofta.โ
โ Henry Ford
19. โYeroo hunda of fooyyessi; bor si galateeffata.โ
โ Confucius
20.โRakkoon carraa keessa qaba; ilaaliitii fayyadami.โ
โ John F. Kennedy
21 โDargaggeessi hojii isaatti jabaate mootummaa ijaara.โ
โ Haile Selassie
22.โJireenya kee jijjiiruuf, yaada kee jalqaba jijjiiri.โ
โ Albert Einstein
23. โAbjuun kee yoo si sodaachise, sirriitti guddaa dha.โ
โ Steve Jobs
24. โDargaggeessi of irratti hojjatu mootummaa isaa ijaara.โ
โ Nelson Mandela
25. โHojii jalqabuu qofatu gara milkaaโinaatti si geessa.โ
โ Mark Zuckerberg
โChannel ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐ปy๐ฎ Join ๐ด๐ผ๐ฐ๐ต๐๐ ๐ต๐ถ๐ป ๐ฑ๐ฎ๐ด๐ฎ๐๐ถ๐ป๐ฎ๐ฎ
Telegram
SUCCESS๐
๐ชด๐๐ฒ๐น๐ถ๐ฒ๐๐ฒ๐ฑ ๐๐ต๐ฎ๐ ๐๐ผ๐บ๐ผ๐ฟ๐ฟ๐ผ๐ ๐๐ถ๐น๐น ๐ฏ๐ฒ ๐ฏ๐ฒ๐๐๐ฒ๐ฟ ๐๐ต๐ฎ๐ป ๐๐ผ๐ฑ๐ฎ๐.
๐๐๐ข โ @beinstein_6
๐๐๐ผ๐ถ๐ป
https://t.me/Success_win1
๐๐๐ข โ @beinstein_6
๐๐๐ผ๐ถ๐ป
https://t.me/Success_win1
3โค31๐5๐ฅ1๐ฅฐ1
โค๏ธSammuu miidhamee fi Onnee jaalalli cabseen๐ ammallee boruuf abjoochuu yoo dandeesse addunyaa kanaa fi qabeenyi ishee guutuun siif mala.
https://t.me/Success_win1
https://t.me/Success_win1
1๐20โค6๐ฅ1
โฌOverthinking kills your happiness.
โฌ Don't do it.๐
๏ปฟ๐ฟ๐๐๐แฆโค๏ธ
๐๐ข๐๐กโกโกโกโกโกโกโกโก
https://t.me/Success_win1
โฌ Don't do it.๐
โฌ ๐๐๐ซ๐ฆ๐๐ฅ๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐ ๐๐ฃ๐ฃ๐๐๐ฌ๐๐ ๐ ๐๐ซ๐ฆ๐๐ฅ๐๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ฒ๐๐๐๐ข๐งโ
๏ปฟ๐ฟ๐๐๐แฆโค๏ธ
๐๐ข๐๐กโกโกโกโกโกโกโกโก
https://t.me/Success_win1
2โค17๐7๐ฏ2
"๐ฎ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐'๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐, ๐ฉ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐'๐๐๐๐๐๐ ๐๐'๐."
๐น๐๐๐โโ
@Success_win1
Like ๐ ๐ฅโค๏ธ
๐น๐๐๐โโ
@Success_win1
2โค28๐ฅ3๐2
#Gonkumaa abdii hin kutatin. Bishaan dhagaa kan cabsu cimina isaatiin osoo hin taane osoo addaan hin kutin yaa'uu isaatiin.
๏ปฟhttps://t.me/Success_win1
๏ปฟhttps://t.me/Success_win1
Telegram
SUCCESS๐
๐ชด๐๐ฒ๐น๐ถ๐ฒ๐๐ฒ๐ฑ ๐๐ต๐ฎ๐ ๐๐ผ๐บ๐ผ๐ฟ๐ฟ๐ผ๐ ๐๐ถ๐น๐น ๐ฏ๐ฒ ๐ฏ๐ฒ๐๐๐ฒ๐ฟ ๐๐ต๐ฎ๐ป ๐๐ผ๐ฑ๐ฎ๐.
๐๐๐ข โ @beinstein_6
๐๐๐ผ๐ถ๐ป
https://t.me/Success_win1
๐๐๐ข โ @beinstein_6
๐๐๐ผ๐ถ๐ป
https://t.me/Success_win1
3โค23๐8
#Beektonni yoo callisan gowwoonni ni baay'atu.
- Nelson Mandela
๐น๐๐๐โโ
@Success_win1
- Nelson Mandela
Like ๐ ๐ฅโค๏ธ
๐น๐๐๐โโ
@Success_win1
๐24โค10๐ฏ5
Jireenya keessatti Guyyaan hundii gammachu miti obsii jiraadhu, sababni isas obsite yoo jiraate milkahu dandeessa Wan Tefii ๐๐
โฅ๐ฟ๐๐๐ โค๏ธโค๏ธ
๐น๐๐๐โโ
@Success_win1
โฅ๐ฟ๐๐๐ โค๏ธโค๏ธ
๐น๐๐๐โโ
@Success_win1
๐25โค2
โฌLafarraa waanti bara baraaf turu tokkollee hin jiru. 'Simbirri๐ฆ utuu lubbuun jirtuu raammoo nyaatti; yeroo simbirri duutu immoo raammoon deebitee simbiricha nyaatti.' Yeroo fi haalli yeroo kamiyyuu jijjiiramuu danda'u. ๐๐
โ Jireenya keessatti eenyullee hin miidhin ykn hin gaddisiisin.
๐Har'a jabaa ta'uu dandeessa ta'a, garuu yeroon si caalaa jabaa ta'uu isaa hin dagatin!๐ค
๐ช Mukti tokko kibriitii miiliyoona tokko uuma, mukni kibriitii xiqqaan tokko immoo mukkeen miiliyoona tokko gubee balleessuu danda'a.
๐ฅ Kanaafuu, waanti hamaan (gadheen) tokko jireenya kee keessatti waan gaarii miiliyoonaan lakkaawwaman irratti dhiibbaa akka hin uumne eeggadhu... ๐ฑ๐ก๏ธ
๐ซถLafarraa, gaarii ta'i, gaariis hojjedhu... โจ
Like ๐ ๐ฅโค๏ธ
๐น๐๐๐โโ
@Success_win1
โ Jireenya keessatti eenyullee hin miidhin ykn hin gaddisiisin.
๐Har'a jabaa ta'uu dandeessa ta'a, garuu yeroon si caalaa jabaa ta'uu isaa hin dagatin!๐ค
๐ช Mukti tokko kibriitii miiliyoona tokko uuma, mukni kibriitii xiqqaan tokko immoo mukkeen miiliyoona tokko gubee balleessuu danda'a.
๐ฅ Kanaafuu, waanti hamaan (gadheen) tokko jireenya kee keessatti waan gaarii miiliyoonaan lakkaawwaman irratti dhiibbaa akka hin uumne eeggadhu... ๐ฑ๐ก๏ธ
๐ซถLafarraa, gaarii ta'i, gaariis hojjedhu... โจ
Like ๐ ๐ฅโค๏ธ
๐น๐๐๐โโ
@Success_win1
๐16โค8๐3
Falaasama Muka Baamboo (The Bamboo Philosophy) ๐โจ
โYeroo bubbee fi obonleettiin jabaan dhufee bubbisu, mukkeen gurguddoo, dhedheeroo fi jajjaboo ta'an of-tuulummaadhaan bubbisuuf yaalu. Garuu bubbichi humnaan waan caaluuf, mukkeen jajjaboo dhedheeroo sana giddutti dhoosuun ykn buqqisuun lafaan dhaha ๐ฅ๐ณ.
๐Muki baamboo (bamboo) saphalli sun garuu, yeroo bubbeen jabaan dhufe gadi jedha, bubbichas hin mormu ๐.
...Bubbeen sun humna isaa fixatee erga darbe baada, baamboon sun deebi'ee qajeelee dachee irratti jabaatee dhaabbata ๐ฑ๐ช.
๐Jireenya keessattis, of-tuulummaan fi haala wajjin wal simachuu dhabuun si cabsa.
๐Gaafa dhiphuun fi haalli rakkisaan jireenya keetti dhufe, bubbee sana mormitee of hin cabsin. Akka baamboo ta'ii obsan gadi jedhi, haala sana dabarsi ๐ช๏ธโก๏ธ๐ฟ. Obsuun fi gadi jechuun kufuun miti; deebi'anii jabaatanii dhaabbachuuf humna kuufachuu dha ๐โจ.
Like ๐ โค๏ธ
๐น๐inโโ
@Success_win1
โค11๐3
Yeroo ofii keetii salphaatti gammaddee fi namaan wal hin madaalle ykn hin dorgomne, namni hundi si kabaja. ๐คโจ
โค25๐ฅ2
โ
๏ธAkkam jirtu family SUCCESS ๐ซฐ๐
Jireenya koo keessatti gaabbii HIN qabu. WAAN HUNDI sababa qaba jedheen yaada. Yeroon rakkisaan ati keessa darbitu amala ijaara, nama baayyee cimaa si taasisa ๐ชโจ#Success_win1โ๏ธ
Jireenya koo keessatti gaabbii HIN qabu. WAAN HUNDI sababa qaba jedheen yaada. Yeroon rakkisaan ati keessa darbitu amala ijaara, nama baayyee cimaa si taasisa ๐ชโจ#Success_win1โ๏ธ
โค20๐2๐ฅ2
#SUCCESS๐
Qormaata si muudatuuf cimina, rakkoo keetif furmaata argachuuf beekumsa, akkasumas waan hojjetamuu qabu hunda galmaan gaสผuuf dandeettii ni qabda. ๐ชโจ
๐share ๐
https://t.me/Success_win1
Qormaata si muudatuuf cimina, rakkoo keetif furmaata argachuuf beekumsa, akkasumas waan hojjetamuu qabu hunda galmaan gaสผuuf dandeettii ni qabda. ๐ชโจ
๐share ๐
https://t.me/Success_win1
โค20๐3๐ฅ1
ยฐAti jiraattee, Ofiin of bulchuu dandeenyaan waa'ee nama biraa maaltu si yaaddeessa?๐ Hin yaadda'in, kan kee qofa ta'etu kan keeti. Of wajjiin walii gali sana booda jireenya keetis hooggani.๐ค๐ค
๐ฅนPls ๐ฟ๐๐๐ โค๏ธโค๏ธ
๐น๐๐๐โโ
@Success_win1
๐ฅนPls ๐ฟ๐๐๐ โค๏ธโค๏ธ
๐น๐๐๐โโ
@Success_win1
โค20๐2
๐Milkaa'innii Fi humni kee...
.
.
.
๐ฅYeroo namni sin amannetti ati ifitti amanuudha.
๐๐๐
@Success_win1
.
.
.
๐ฅYeroo namni sin amannetti ati ifitti amanuudha.
๐๐๐
@Success_win1
๐8โค4
๐Small progress is still progress.๐
๐Start where you are, use what you have, and keep moving forward. โจ
#GrowthMindset
#Consistency
โ ๏ธ Like ๐ โค๏ธ
โ ๏ธJoin ๐
@Success_win1
๐Start where you are, use what you have, and keep moving forward. โจ
#GrowthMindset
#Consistency
โ ๏ธ Like ๐ โค๏ธ
โ ๏ธJoin ๐
@Success_win1
๐6โค3
Akkam jirtu family #SUCCESS๐
๐ยซJireenya koo namni jiraate hin jiru,
โ ๏ธImimmaan koo namni naaf booโe hin jiru,
โ ๏ธDhukkubbiin koo namatti dhagahamee hin beeku.
๐ฐKanaaf, namni kamiyyuu Jireenya koo irratti
Murteessuuf mirga hin qabu!ยป๐
๐ยซJireenya koo namni jiraate hin jiru,
โ ๏ธImimmaan koo namni naaf booโe hin jiru,
โ ๏ธDhukkubbiin koo namatti dhagahamee hin beeku.
๐ฐKanaaf, namni kamiyyuu Jireenya koo irratti
Murteessuuf mirga hin qabu!ยป๐
โค2

