Mucaan faraanjootaa uffataa guyyaa 2 uffattee boodaa yeroo maatii isheetti himattu;
faraanjootaa: Dhiifamaa mucaa koo hojiitti busy ta'en dagadhee amma deemne siif bitnaπ«Ά
and my habesha ppl ergaa atii waggaa 4 uffatteen boodaa: Yoomittuu immoo gaggalagalchitee uffattee kan uffataa naaf bita jettuu? π€·ππ

β€2
Jaalallee kee isumaa passport illee hin qabne sana dha beekii kan addunyaa kanarraa miidhagduun akkakee hin jirtuu siin jedhuπ
β€3π2
"#Rakkoo_hin_qabu". π«€
βYeroo baay'ee sababa hima kanaa wantoota na muudatan:-
1. Daandii irratti namni narra ejjetee dhiifama gaafa nan jedhu "rakkoo hin qabu" jechuu koon gatii saamunaallee hin kaffalchiifatiin galeera. π
2. Sukkaara se'anii ashaaboo fallaa'ana lama bunatti naqanii naaf laatan. Erga baranimmoo "fidi siif jijjiirraa" naan jennaan "rakkoo hin qabu" jechuu koon akka sangaatti ashaaboo dhugeera π€
3. Shaayi ajajadhee isa shaayi diimessu "rakkoo hin qabu" jedhee kutee itti naqee akkatti dhugu dhabee dhiiseera π
4. Mana namaa dhaqee "nyaata nyaadhu" yeroo nan jedhanii na kadhatan, otuun beela'u "rakkoo hin qabu" jechuu koon hagabuu Ooleera. π
5. Bus'n osoo deemnuu tokko baayuma na dhiibe "dhiifama iddootu dhiphatee" nan jedhe. Anis "rakkoo hin qabu. Hagam deemna waluma dandeenya" ittiin jedhe. Inni bu'ee osoo daqiiqaa hin guutin bilbila koo dhabeera. Edaa hattuudha. π«’π
6. Osoon rakkadhee waanin godhu dhabee rakkadhuti namni/maatiin naaf bilbilanii "maal rakkatte? rakkoon jiraa? maal maal ..." osoo nan jedhanii "rakkoo hin qabu" jedhee rakkina guddaa keessumeessera. π
7. Mana namaa dhaqee mucaan isaanii taa'uu na dhorkee, na yaabbata, na dhiita qodaa natti darbata, ... " mucaan keenya haasa'a jaalata" nan jedhan maatiin. "Tole rakkoo hin qabu" jedheen obseetuman taa'e. Na moccore. Narra utaale. dhumarra mucaan hancufa isaa fuula kootti tufe. Maatiin sun qooda itti dheekamuu qaban natti kolfan. Aareen xiqquma mucaa achi ofirraa dhiibe. Yeroo kana mucaan boo'e maraate. Maatiin sun aariin Fuulli itti bobokoke. Anis osoon Aaree boba'u ka'ee deeme.π₯Ίπ±
.
.
.
Waan hedduutu jira. Waan rakkoo qabuun rakkoo hin qabu jechuun rakkoo guddaaf nama saaxila. βοΈ
Siinoo Sababa jecha kanaa maaltu si muudate beeka?

β€5
Onnee Koo isaa jaalalli madeesseef kilinika deeme jennaanπ Jiivii itti naaf dibanii Faashaatin naaf ashaaganππ
β€3
1 Gaafa utaalloon si qabu Waan ho'aa nyaatta. Innimmoo garaacha si dhukkubsa.
2 Garaachakee fayyisuuf immoo Waan qabbanaayaa nyaatta innimmoo Taayifooyidii si qabsiisa . π
3 Taayifooyidiirraa fayyuuf Waan gubaa nyaatta innimmoo Ammas garaacha si dhukkubsa. π
4 Amma immoo nyaatuma lagatta
Hin huuqqatta lafarraa badda.β οΈ
5 milishaan karaarratti sitti dhufa .eessa haadhakeetti huuqqatte caakkaa turtee jedhee SI tuma si caccabsa
6 Alanammoo qaamakee hundasaa sidhukkuba.π
7 Fayitee si'ii bakkee keessa deemuu !
Qabamtee mana hidhaa seenta!!
8 Achi keessattis nyaata qabbanaaye nyaattee,!! Taayifooyidii keetti ,deebitaπ
9 Akka Kanatti dhukkuba wajjiin degree 360 ofirra naannofta Kun Biyya ixoophiyaa jedhamtu keessatti akkasitti
jiraatta otuu hin beekin immoo duuta πππ

Forwarded from π½ππππ (π½ππππ)
Namoota chaanaalii asii gadii qabdaniif channel keessan nu waliin guddifachuu namoota barbaaddaniif wave bareedaa isiniif dhufee jira
10k subscribe
20k subscribe
30k subscribe
40k subscribe
50k subscribe
100k subscribe
Channel keessan galfachuuf keessan dubbisaa
DM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
https://t.me/sanyii_life
π±β€οΈ JIREENYAAN SIIF ERGAA QABDIβ¦!
π Qoosaa nama kolfisiisu barbaaddaa?
π‘ Gorsa jireenyaa si fayyadu hoo?
β€οΈ Yaada garaa nama tuqu fi nama jajjabeessu hoo?
π± Muuxannoo jireenyaa irraa barachuu hoo barbaadda?
Egaa, bakka sirrii dhuufte! π₯°
SANYII irratti:
β¨ Qoosaa fi bashannana
β¨ Gorsa jireenyaa
β¨ Ergaa nama kakaasu
β¨ Barumsa muuxannoo jireenyaa irraa argamu
Hunda isaanii Afaan Oromoo dhan argattu! β€οΈ
π± Sanyiin har'a facaafamu, bor muka guddaa ta'a.
π Channel keenya Telegram irratti nu hordofaa; hiriyoota keessaniifis qoodaa!
π Linkii channel: https://t.me/sanyii_life

πβ€οΈ #NaturalScience_vs_SocialScience π§ͺβοΈ
"Jaalala Moo Falmii?" π π₯
π¨βπ¬ Barataa Natural:
"Jaalallee koo, jaalalli keenya akka Chemical Reaction ti.
Miira keenya walitti makuun Energy guddaa uuma!" π§¬β‘
π©ββοΈ Barattuu Social:
"Hahahaβ¦ dhiisi mee π
Jaalalli keenya akka Constitution ti.
Mirga koo kabajdee, dirqama kee yoo baate qofa jabaatee dhaabbata!" βοΈπ
π¨βπ¬ Barataa Natural:
"Ani Objective dha, ragaa qabu qofaan amana.
Jaalalli kee Evidence isaa, Heartbeat koo irraa measure godhamuu dandaβa!" πβ€οΈ
π©ββοΈ Barattuu Social:
"Ragaa qofa hin jabaatin π
Subjective taβuunis barbaachisa.
History durii dhiisnee, New Era haa jalqabnu!" ποΈπ
π¨βπ¬ Barataa Natural:
"Tole, Law of Gravity ni beekta miti?
Ati yeroo hunda na harkista,
Ani ammoo sitti kufuuf Acceleration koo nan dabala!" πππ
π©ββοΈ Barattuu Social:
"Akkas taanaan, jaalalli keenya
akka International Relations haa jabaatu π€
βBlockβ gochuun Human Rights dhiitachuudha,
Kanaaf Peace haa uumnu!" π³οΈπβ€οΈ
π Like β’ π² Share β’ π¬ Comment
π’ Channel: @qosaa_barattota
#StudentLife #NaturalScience #SocialScience #Qoosaa #Jaalala
Hiriyaa kee kan social baratuuf share godhii πππ

π±β€οΈ SANYII JIREENYAA
Milkaa'inni guddaan tarkaanfii xiqqaa irraa jalqaba.
Har'a waan guddaa hojjechuu baattus, waan gaarii tokko baradhu. Bor immoo har'a caalaa fooyya'i.
Jireenya kee nama biraa waliin hin madaalin. Daandii kee irratti tarkaanfadhu.
π± Sanyiin har'a facaafamu bor muka guddaa ta'a.
π Ergaa kana nama siif barbaachisuuf qoodi.channel Kan share walif godhaa

#Biyyi_yeroo_jalqabaaf
***
1.Hoospitaala ijaarte-Sirilaankaa
2.Daandii baaburaa ijaarte-Ingilizii
3.Poostaa jalqabde-Iraan
4.Maallaqa waraqaa eegalte-Chaayinaa
5.Gaazexaa maxxansuu egaalte-Jaarman
6.Kitaaba maxxansuu eegalte-chaayinaa
7.Seera biyyaa barreeffamaan keesse-Ameerikaa
8.Dimookiraasii eegalte-Giriiki
9.Tapha Oloompikii egaalte-Giriik
10.Yuunivarsiitii ijaarte-Morokoo
11.Baankii ijaarte-Xaaliyaan
12.Lakkoofsa Uummataa gaggeessuu egaalte-Chaayinaa
13.Sagantaa Hawaa abuuruu egaalte-Raashiyaa
14. samiirra naannofte -Raashiyaa
15.ji'a irra qubatte-Ameerikaa
16.Tamsaasa Television egaalte-Ingilizii
17.Inteerneetiitti fayyadamuu egaalte-Ameerikaa
18.Filannoo biyyeessaa irratti Dubartoota hirmaachiste-Niwuuzlaand
19.Industirii konkolaa egaalte-Jaarman
20.qarooma egaalte-Itoophiyaa
21.Sagantaa anniisaa atoomikii egaalte-Ameerikaa
22.Bilbilaan haasa'uu egaalte-Ameerika

β€4
File kan application hx tunnel irrattii xuqaa free internet fayyadamaa family
β€2π₯°1
π1
Jaalala jalqabaa πΉπΉπΉπΉ
Jaalala jalqabaa
Qulqulluu taliila
Mi'ooftuu akka dammaa
Tan hin qabne jiila
Fakkiin isii adda
Maalitti haa fakkeessu
Ijoollummaa jedhuu
Lafarra daaddisuu
Eeyyeen ijoollummaa
Amma naaf fakkaatte
Cubbuu takkan qabdu
Garaatti baadhattee
Isii kennaa rabbii
Tan badhaasa uumaa
Maaf balleessitu nurraa
Irraa fixxee dhama
Goggogsitee garaa
Addeessitee qaama
Nuuf haa deebitu jennee
Jaalalti jalqabaa
Haa gaafannuu maaloo
Numaaf bu'aa qabaa
Silaa namni hundi
Abdii gaarii qabaa
Hamilee horatee
Hojiidhaaf ta'aabaa
Yaa ilma namaa kadhadhu
Jaalala qulqulluu
Tan idduma hundaa
Mul'attu akka tulluu
Gaafa isiin jirtu
Namni wal iyyaafata
Garaan soba barre
Dhugaadha dubbata
Kanaafuu yaa nama
Al tokko dhaabbataa
Ilaalladhu ofirraa
San booda jaalattaa
Jaalala jalqabaa
Qulqulluu taliila
Mi'ooftuu akka dammaa
Tan hin qabne jiila
Fakkiin isii adda
Maalitti haa fakkeessu
Ijoollummaa jedhuu
Lafarra daaddisuu
Eeyyeen ijoollummaa
Amma naaf fakkaatte
Cubbuu takkan qabdu
Garaatti baadhattee
Isii kennaa rabbii
Tan badhaasa uumaa
Maaf balleessitu nurraa
Irraa fixxee dhama
Goggogsitee garaa
Addeessitee qaama
Nuuf haa deebitu jennee
Jaalalti jalqabaa
Haa gaafannuu maaloo
Numaaf bu'aa qabaa
Silaa namni hundi
Abdii gaarii qabaa
Hamilee horatee
Hojiidhaaf ta'aabaa
Yaa ilma namaa kadhadhu
Jaalala qulqulluu
Tan idduma hundaa
Mul'attu akka tulluu
Gaafa isiin jirtu
Namni wal iyyaafata
Garaan soba barre
Dhugaadha dubbata
Kanaafuu yaa nama
Al tokko dhaabbataa
Ilaalladhu ofirraa
San booda jaalattaa
β€3
Namootnni tokko tokkommoo waanuma nama hin gaafatamnne nama gaafatan jirttu
Ituu uniform mana barumsaa, borsaa narratti argitanii
"π₯΄π₯΄mana barumsaatii galtaay" warri jettan
Lakki mana baaburaatiin gala jiraπ«