ᔑᏆᖇᗩᒍ ቴክ
756 subscribers
412 photos
435 videos
353 files
520 links
ቴክኖሎጂ በፈረው አለምን ለማወቅ ወደኛ እንደ መጡ እርግጠኛ ነን።

እኛን ይቀላቀሉ እና ስለ ቴክኖሎጂ አዳዲስ ዘዴዎችን እና ምክሮችን ይማሩ።
ከሁሉም የቴክኖሎጂ ዜናዎች በዓለም ዙሪያ ያግኙ ፡፡ በቴሌግራም

http://t.me/share/url?url=t.me/daily_tech2
🔶 @yourtech_bot
🔶 @techgroup9
Via siraj
Download Telegram
Forwarded from Abdisa Bancha Jara (Abdisa Bancha Jara)
#icciitii tokko isinitti himanna: nu deeggaraa:-

#Biyya kana keessatti dhaabbilee #Tekinoolojii kamiinuu waliin #Dorgomuuf qophoofnee as baane, Dhaabbata zHorn ICT Solutions dhaabbata siyaasdiinagdee hawaasabkeenyaa cimsuuf Addunyaa Tekinoolojii keessatti hawaasni keenya akka dorgomaa tahu goonal jenne #gareen gurmoofnee hundeessine, kana yoo goonu #dhaabbilee Habashaa kaappitaala Miliyoonotaan qaban waliin qoma dhiibnee dorgomuuf deemna, #kaappitaala waan qabnuuf osoo hin taane hawaasa #xiiqeffatee moo'achuu danda'u ofduubaa akka qabnu waan beeknuuf.
Waan biraa isinirraa hin barbaarnu, #page #zHornICTSolutions @zhorn.ict isa gubbatti eere kana qofa share godhaa #hordoftoota heddu akka argannu nu cinaa dhaabbadhaa.

Page keenya:👇👇
https://www.facebook.com/zhorn.ict/

#Ulfaadhaa!