29/09/2018 Barattoota Natural science ( G-MA)——- saa'a 4:00-6:00
❤16🤯7🥰4
Wixata saa'a booda 8:00 irraa barattoota Qubeen keessan (Me-z) dhiftanii akka shaakaltan
❤15
Barattoota kutaa 12ffaa lakkisaa icitii(password ) dhuunfaa keessanii dagattan maqaa keessaniif lakkoofsa administration keessani link. Telgram arman gadii irratti akka naaf ergitan
❤12
Barattoota maqan keessan asirratti maxane kuniin password isinif kennaa naaf bilbila ykn keessan nadubbisaa
👍14
Barattootni password hin arganne guyyaa boruu dhuftanii akka fudhattan
❤9
Barattootni password dagattan har'uma mana barumsa deema galmaaya
❤2
Barattoota hanga amma qormaata hin shaakalle yoo jirattan Sababa qabatamaan Matii keessan qabattani guyyaa boruu dhuftan kanaan alatti qorumsa biyyoolessaa fudhachuu hin dandeettan
#barattootni password isin dide ganama kootaa
#barattootni password isin dide ganama kootaa
👍18❤7🤯7
Barattoota kutaa 12ffaa Natural Science Qubeen Keessn A-F jirtaan ganama saa'a 2:30tti shaakala waan qabdaniif akka harcaatii tokko malee argamtan
Saa'a Boooda 8:00tt qubee G-M akka argamtan
# Ramaddiin keessanillee dhufeera
1.Natural marsaa 3
2. Social marsaa 1
Saa'a Boooda 8:00tt qubee G-M akka argamtan
# Ramaddiin keessanillee dhufeera
1.Natural marsaa 3
2. Social marsaa 1
👍8❤6🔥6👏6
Barattootni mana Barumsaa Keenyaa hundi Ramaddiin dhufeera awaan ta'ee barataan Qorumsa fudhatu manni Barumsaa Orientation dhaaf saa'a 8:00 barataa hunda waan barbaaduuf harcaatii tokko malee akka argamtan
❤3