Waamara
316 subscribers
1 photo
2 links
Download Telegram
Channel created
Channel photo updated
Seenaa jaalala dhugaa aggachuuf join godhaa.
Wel come
#አስገራሚ ታሪክ

መኖሬ ካልጠቀመክ
ክፍል 1
ሳሮን እባላለው ተወልጄ ያደግኩት አዲስ አበባ ውስጥ ነው ከቤተሰቦቼ ጋር ነበር የምኖረው ወንድም እህት አባት እና እናቴ
የሚኖሩት አዲስ አበባ ነው
እኔ ግን ለትምህርት ሀዋሳ ዩኒቨርሲቲ በ ኮምፒውተር ሳይንስ የ አንደኛ አመት ተማሪ ነኝ
.
.
እኔ በትንሹ ስለራሴ ስነግራቹ በጣም ለሰው የማዝንና ሩህሩህ የምባል ዓይነት ሴት ነኝ
በራሴ ሁሌም እኮራለው እራሴንም እጠብቃለው ሞኝ አይደለሁም ግን የዋህ ነኝ
እና ከአዲስ አበባ ወደዚህ ጊቢ ስመጣ ለጊቢው አዲስ ስለነበርኩኝ ብቻዬን ቁጭ ብዬ ሳለ
አንድ ጀንታላ እና ቆንጂዬ ልጅ መቶ አጠገቤ ተቀመጠ
ናኦድ እባላለው አለኝ
ሳሮን አልኩት
ምነው ታድያ ብቻሽን ሲለኝ
ማንንም አላውቅማ ለዛ ነው አልኩት
እሺ በቃ ካሁን በኋላ ብቻሽን አቶኚም አለኝ
ምን ማለት ነው ስለው
ማለቴ አይደብርሽም እኔ እዚው የሀዋሳ ልጅ ስለሆንኩኝ ላስጎበኝሽ እችላለው ከፈለግሽ እንዳይደብርሽ ብቻ እንጂ በሌላ ነገር እ ንድታስቢኝ እንኳን አልፈልግም አለኝ
.
.
አረ በፍፁም እንደዛ አይነት ነገር አላሰብኩም አልኩት
እሺ ስለዚ ሀገሬን ለመጎብኘት ፍቃደኛ ሆነሻል ማለት ነው አለኝ
አዎ አልኩት
ዛሬ አልችልም ግን ሌላ ጊዜ በርግጠኝነት አስጎበኝሻለው አለኝ
እሺ አልኩት
እስቲ ስለራስሽ ንገሪኝ አለኝ ስለኔ በተወሰነ መልኩ ነገርኩት እና አንተ ደሞ እስቲ ንገረኝ አልኩት
እሺ አለና ስለራሱ ይነግረኝ ጀመረ
እኔ ተወልጄ ያደግኩት እዚሁ ሀዋሳ
እንደሆነ ነግሬሻለው
አባቴን አላውቀውም እናቴም ስለሱ አልነገረችኝም ስጠይቃት ጥሩ ስሜት አይሰማትም ደጋግሜ ብሞክርም ምንም ሊሳካልኝ አልቻለም
እናቴ ናት ያሳደገችኝ
እኔ እራሴን ካወኩኝ ጊዜ ጀምሮ
ማግባት እንደምትፈልግ እና ያለኔ ፍቃድ ምንም ነገር እንደማታደርግ ነገረችኝ
እኔም ደስ ብሎኝ እንድታገባ ፈቀድኩላትና
አገባች እና አሁን ከእንጀራ አባቴ ጋር እና ከእናቴ በቅርቡ ነው ተለይቻቸው ወደዚ ጊቢ የመጣሁት እና ባጭሩ ስለኔ ይሄንን ካልኩሽ አይበቃም? ሳሮን አለኝ
አረ በቂ ነው በጣም አመሰግናለው ኖኦድ
ስለው
አረ አይገባም አለ
እሺ እስቲ ስለጓደኛህ ደሞ ንገረኝ ስለው
የምን ጓደኛ ነግሬሽ ነበር እንዴ አለ
አረ አልነገርከኝም አሁን ነው እንድትነግረኝ የጠየኩህ አልኩት
እሺ መስማት ከፈለግሽ እነግርሻለው ብሎ ቀጠለ
ናሂል የምትባል ጓደኛ ነበረችኝ
ከ ሃይስኩል ጀምሮ ነበር አብረን የሆነው
እና ለረጅም ጊዜ አብረን ከሆንን በኋላ ከገዛ ጓደኛዬ ከማንም በላይ ከማምነው ጓደኛዬ ጋር ቤቱ ውስጥ ሲሳሳሙ አየኋቸው
ከዛ ጊዜ ጀምሮ ለሰው አዝናለው መርዳት ካለብኝ እረዳለሁ እንጂ ፈፅሞ ሰውን አላምንም አለ
አዝናለው በጣም እሺ ስለው
አትዘኚ ለምን ታዝኚያለሽ አለ?
ማለቴ ልብህን ሰብራዋለቻ ስለው
እራሷን ነው የሸወደችው አለ
እና ከዛ በኋላ ነገሮችን ለማስተካከል ምንም ጥረት አላረክም ስለው
አረ በጭራሽ አላሰብኩትም አለ
እሺ በቃ በጣም ይቅርታ የማይሆን ትዝታ ውስጥ ከተትኩህ መሰለኝ ስለው
ስለሷ ደግሜ ስለማላወራ የምትጠይቂኝ ነገር ካለ ሲለኝ
አረረ የለም አልኩት
እሺ በቃ ነገ እንገናኛለን ግን
እንዳይደብርሽ እሺ አለና ከደበረሽ ደውይልኝ ብሎ ስልኩን ሰቶኝ ሄደ እሺ ብዬው ቻው አልኩት
በጣም ያሳዝናል ግን ማንንም አላምንም ሲለኝ እንዴት እንደምንግባባ እንኳን
አላውቅም ግን በደምብ ብንግባባ ደስ
ይለኝ ነበር ግን እንዴት? ሰው አያምንማ
እሺ ብዬ አስቤበት አስቤበት እንዴት አድርጎ እንደሚቀርበኝ ማሰብ ጀመርኩኝ
ዶርም ውስጥ ያሉት ሴቶች ደሞ ምንም ደስ አይሉም ከደቡብ ክልል ነው የመጡት
የራሳቸውን ቋንቋ ነው የሚያወሩት ሁሉም ከአንዷ ውጪ
.
.
ግን መደወል ነበረብኝ እና ደወልኩለት
ምነው ደበረሽ እንዴ አለ
አዎ ብልህ በዚ ሰዓት ትመጣ ነበር ስለው
ምን አይነት ቀልድ ነው
በዚ ሰዓት የት ልወስድሽ እችላለው አለ
በቃ ቻው ብዬ ስልኩን ዘጋሁበት
ግን ከልቤ አይደለም
መልሶ ደወለ
ዝም አልኩት
Text ላከ
ይቅርታ ፀባዬ እንደዚ ነው
ግልፅ ነው የማወራው ለዛ ነው በክፉ አትረጂው ይላል
ዝም ብዬ እንቅልፌን ተኛሁኝ ግን ይቅርታ ስለጠየቀኝ ደስ ብሎኛል
በጠዋት መጣና ደወለ
ምነው በዚህ ጠዋት ስለው
ማታ አስቀይሜሻለዋ አለኝ
አረ ችግር የለውም ስለው
ዝም ብሎ አይን አይኔን እያየኝ
ክፍል...2...
ይቀጥላል
ተሳትፏችሁ አይለየን ለማንኛውም ሀሳብ አስተየያየት @shaggar ላይ ይላኩልን
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Seenaa Jaalalaa
Kutaa 1ffaa
hayye akkam jirtan hordoftota channeli kiyyaa
bakka jirtanitti nagaya naaf argadhaa jechaa har,a wantin qabadhee dhufe Sadarkaalee jaalalti qabduufii Eegala ykn Jalqaba isiin isiniif ibsuuf Yaala Na hordofaan aferraa kiyya
📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕
Dhugumaan namni fii uumamni Ardii kana gubbaa jiru kan jaalala hin qabne hin jiru isaan hundi garuu jaalala isaanii akkaataa ittiin jalqabana sadarkalee mataa isaani qabu isaan keysaa sadarkaa jaalala uumama ilma namaa haa ilaalluu...

ilmi namaa jaalala isaa kan ittiin jalqabu yeroo dhalate irraa hanga du,aatti
innis gaafa daaimumma Qabxiilee Kanaani

🔹️Daaimni Jaalala Haadhaafi abbaan isaanii waliif qabani fi jaalala isaaf qaban ilaallata
isaan keysaa Daa,imni yeroo hiriyaa isaa keessa haati isa itti dhuftee isa qofa fuutee deemtuun kan hubatu jalaala.
🔹️Haadhafi Abbaa isaa walin osoo taa,aa jiruu
haati isaa Buna danfisuun Abbaa isaaf osoon laanne dura dhandhamte ilaaltee isaaf yeroo kannitu daa,imni kan hubatu jaalalli jiraachuu dha
🔹️Daimni Gaafa ayyaanaa hunda Uffata Akka hiriyaan isaa bitatee Innis Jaallate taanaan
warri isaa yeroo bitaniif kan inni Hubaatu jaalala akka taheedha....
Yaadaan na jajjabessaa
By @shaggar
ITTI FUFA KUTAAN 2FFAA
Walaloo ajaahibaa

Yaa taniin jaaladhu
hundarra caalchisee
Ani yaaddoon kankee
Of na wallaalchisee

Hogguu sumaan yaadaa
Taa'us ka'ee deemuu
Narraa addaan hin bahu
An yaanni kee yoomuu

Si dagadheen beeku
Sekondii takkaafuu
Akka gaadidduuti
Didde narraa hafuu

Yooniif golgolaawu
Gaadidduulleen ni badaa
Yaanni kankee garuu
Isarraahis Adda

Akkaan itti hiiku
Na dhibe waa'een isaa
Jaalala moo maraatu
Maalinni wanni saa
KANA BEEKTUU LAATA?
- Jecha spanish "colgate" saamunaa Ilkaanii ta'uu
beekna! "Calgate" jechuun "dhaqii of fannisi", hiika
jedhu akka qabu meeqaa keenyatu beeka laata!
- Keessattuu dhiirotaaf yaaddoon
yeroo shunkurtaa muran ijji isaanii in boo'a.
Kanaaf furmaanni Maastikaa
nyaachaa shunkurtaa muruun
furmaata akka ta'e hoo meeqaa
keenyatu quba qaba laata!
- Yeroo baay'ee maastikaan
nyaatamee iddoo hin taanetti
darbamuu danda'a.
Nus osoo hin beekin irra taa'uu ykn uffata keenyatii
qabamuu danda'a. Irraa baasunimmoo baayee
ulfaataadha. Kanaaf furmaanni maal akka ta'e
beektuu! Cabbii (ice)
fuunee gaafa iddoo uffata tuqe
sanarra keenye salphaatti gadi
lakkisiisa!
- Maastikaa nyaachun qaama
keenya keessaa sa'aatitti kaaloorii
11 akka gubu.
@shaggar
Waamara jechuun akkuma hiika isaatti wantoota hedduu hammata. Fkn,
Jechoota hayyootaa
Seenaa jaalala dhugaa
Hariiroo jaalalleewwanii cimsuu fi miidhagsuu
Uumama dinqisiisoo(info tec)
Maloota ittiin sooraman(successfull)
Oduuwwan Ispoortii
Furmaata moobaayilaa, Kompitaraa fi itti fayyadama miidiyaa hawaasummaa.
Beekkuumsa waliigalaa.
Aadaa fuudhaa fi heeruma kutaalee Oromiyaa.

👍👍👍👍👍👍👍

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
chaanneelii keenya @shagar like share gochuun walirraa barachaa afaan keenya haa guddifnuun dhaamsa kooti.
👉👉Xurree Milkaa'inaa fi Gammachuu jiraachuufi Jireenya Badhaatuu Keessa Jiraachuuf dubbisaa. Chaanneelii keenya t.me/Shaggar share godhaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇

👉Kaayyoo qabaadhu. Kaayyoon yeroo dheeraa fi gabaabaa kan qabatamaa ta’ee, milkeessu dandeessu ta’uu qaba.

👉Milkaa’ina kee milkaa’na namoota biraatiin wal hin madaalchisin.

👉Namoota biraa irraa Sammuu, kaayyoo, eenyummaa addaa waan qabduuf, sona kee isa bayeessa ta’e irratti xiyyeeffadhu.

👉Yeroo hundaa kayyoo isa lammaffaa qabaadhu Wanta muudatu hin beektu waan ta’eef.

👉Eyyama Gaafachuurra dhiifama gaafachutu salphata.Yeroo tokko tokko namaa gadi ta’uun waan uumamuuf homaa miti.

👉Waggaatti sa’aatii 100f yoo karoorfatte fi namni biraa sa’aati 40 yoo karoorfate, Inni wagaatti wanta raawwatu ati ji’a afuritti raawwatta.

👉Muuxannoo fi dandeettii gara qarshiitti 1,2,3.. jettee jijjiiruu dandeessu kuufadhu.
Kaayyoo kee namatti hin himin. Hojjadhuu itti agarsiisi.

👉Ganama obbooroon dammaqi hojii kee idilee haalaan rawwaadhu... Guyyaa hin rafiin hojii hojjedhu.

👉Har'aa bor jettee osoo yeroo kee hin qisaaseesiin haala amma keessa jirtu keessaa bahuuf tattaafadhu.

👉Dinagdeen guddachuu barbaadde namni biroon kana akka siif godhu hin eegiin haalaaf akkataa siif hoojjachuu murteessi.

👉Yeroon waan hin dhumneef bakka Isaa kan hin sochoone, hoggaa hunda bara baraan kan jiraatuudha.

👉yeroo Mara, beekumsaan, dandeettiif dinagdeen of ijaaruuf ifaajji ykn carraaqi.
Haala naannoo kee jiru qoradhu, waanta hir'ate guutuuf yaali. Hojjedhu dinagdeen jijjiirami, maatiif, hiriyyoota keef carraa bani.

👉Yeroo Mara kana hin dagatiin , sabni dinagdee qabu humna qaba, kan humna qabu hunda qaba hojiif human kee hin qusatin.
Jireenya kee egeree kan daandii qabsiisus tahe kan daandii irraa maqsus sima.

👉Humna cimaa si keessa jiru sana haalaan osoo hin qisaasessiin itti fayyadami.

👉Milkaa'inni Furtuu Gammachuu Osoo Hin Taane Gammachuutu Furtuu Milkaa'inaati;Kanaafuu,Hojii Hojjattu Kamittuu Yoo Gammadde Ni Milkoofta.

👉Abdii hin kutiin har'a yoo siif milkaawuu baate bor guyyaa birooti.garuu yaaluukee addaan hin kutiin.

👉Jiruuf jireenya ke hunduma keesati bu'aa ba'ii simudatuif harka hin kenin toko yo mootu danqaa birotu simudata kana hundan wallanso qabi dhuma ke ni bareda.

👉Addunyaa kanarratti namoonni rakkoo hamtuu mo'atanii milkaawan heedduutu jira isaan keessaa tokko Abrahim Linkan isa tookko.
Maloota vayrasii koroonaarra ittiin of qolluu keessa muraasa.

1: wan ho'aa dhuguu. Sababni isaas vaayirasichi hoo'a wan hin jaalanneef wan ho'aa dhuguun qoonqoo keessaatti Ajjeesuu dandeenya.
2: Harka keenya sukuumnee samuunaadhaan irra deddeebinee dhiqachuu
3: Aduu Ho'ifachuu
4: sibiloota irraa sa'aa bayyeef waan turuuf sibiila tuquu dhisuu fi yoo tuqnee ammoo hatattamaan harka dhiqachuu.
5: Qonqoo ykn Nyaata keenya yeroo bay'ee Bishaaniin Jiisuu.

Waliif Qooda wal dammaqsaa.

JABAAN RABBII INNI NAGIYA NUHAA GODHU
Rabbilaalamiinni nu haa tiiyisu ergaa kana waliif qoodaa..

Ergaawwan dhaabbanni addunyaa dhiheessan isiniif qoonna hora bula
Live stream started
Harka fuune hordoftoota koo deebinee jirra
Jirra jirtuu jiruun gaariidha
📲☎️FURTUU MOOBAYILAA

Bilbilli keenya Akka Baatrii Tursiisu akkami Goona ?

Yommu Bilbila keenya chaarjirra goonu Airplane Mode irra kaayu Kun bilbilli keenya akka dafe chaarjii godhu nu gargaara

App itti hin fayyadamne Haqu (uninstall) godhu ykn Bilbilli keenya akka hin rakkanne godhuu

Bilbilli keenya yommu chaarjii godhu fayyadamu dhabuu Kun akka Humni Baatrii keenya hin dadhabne godha

App Banaa jiru cufuu : Hammi Baatrii keenya gad aana yoo tahe malee chaarjii godhu dhabu

Hammi Baatrii keenya  100% yommu gahe chaarjii irra baasuu qabna

Charjara Bilbila keenya wajjin dhufe qofa fayyadamu yoo hin arkamne Brand bilbila keenya kan tahe fayyadamu

Akkamitti ergaa messages haqne / delete/ goone deebisu dandenya.  

1. Duraan durse Application Dr.fone jedhu window kessaniratti feetu( install).

2.Bilbila keessan banuun Setting --->about phone --->build number kan jehu irratti 7-10yemmu tahuf irra deddebin tuqxu.

Sanan booda developer option isinif banu irratti USB debugging ON gootu.

3.Bilbila.Android kessan Computer wajjin wal qunamsisun hamma waa xiqqo eegaa.

4..Kana booda data recover (deebisu) barbaddan jechunias message kan jihu xuqxan.

5. Message ykn ergaa barbaddan  filuudhaan ergaa haqxan debifachu danddessu.

Faayila irra deddebin kuufame(duplicate) tahe akkamiin ofirraa balleessuu danddeenya? Maloota kanneen hordofaa.

1. Duraan durse app "DUPLICATE MEDIA REMOVER" Jedhu bilbila kessan irratti fe'a(install)godha.

2. Yeroo xiqqo hanga barbaadu/scan godhu eegaa.

3. Yeroo kana faayila duplicate tahe hunda ni agartu. Kana boodde "show duplicate" kan jehu xuqaa.

4. Done!!! Kan feetan delete godhun Bilbila keesan haala barbaachisaa tahen fayyadamu danddessu.

Akkamitti maqaa bilbilla kessa jiru /contact bakkuma takkati fudhachu dandenya?

1.Duraan durse app heddu hawwataa tahe MCBackup-My contacts backup.

2. Download/ install gochuudhaan filannaa "backup option" seenun Start backup godhaa

3. Faayila kessan memory irratti save godha yookin gara bilbila biraatti dabrsaa

4. Haaluma salphaan bilbila irrati dabarsitan irratti faayila keesan barbaadun/ search/ browse godhun tuqaa

5. Xumurame...app kun wantoota kanafi kan biraa bayye isinif hojjachu dandaha itti fayadamaa

Mobaayila Keenyaratti App Hoggu Fe'enu (Install) goonu Mallattoo suura wahii fide yoo nu dide sababa armaan gadii kanaaf tahu danda'a

1. App 'n nuti buufne (Download) goone Corrupted yoo tahe ykn ammoo Faayila guutu tahe yoo hin buufne tahe

2. App 'n san mobaayila keenya wajji wal simaa ( compatible ) yoo hin taane ykn Operatin System (OS) n uti fayyadamnu wajji wal yoo wal sima hin taane

Yeroo bilbila keessan fayyadamtan app fi notification hin barbachisne isiin jeeqaa? Falli kunooti

App kun #ClearLock:block distraction jedhama. Fayyadamufis bayye salphaadha.

1. App kana download gochun bilbila kenya irratti (install) fe'ana.

2. Hoggu bantan app haga amma fayadama jirtan isiniif bana. App nu jeeqa jettan filtan(select gootu).

3. Yeroo hangamif akka dhaabu yookin isin hin jeeqne barbaaddanif murtessun confirm gootu.

Yaadachisa yeroo hangi murtessitan dhumuu app kana fayadamu hin dadessan.

Irra deebin osoo yeron hin dhumin fayyadamuf restart godhu qabdu bilbila keessan.
Koompitara keessan faayilli hin barbaachifne guutuun busy isin jalaa godhuun humna dhoorkuu dandaha kanaafuu ofirraa haquuf

Win+R bakka tokkotti qabuun
%Temp% barreessuun Crtl+A tuquun Ctrl+D tuquun balleessuu danddeessu
Karaa gabaabaan sooftweerii keessan haquu ykn balleessuuf
Win+R
AppWith.CPL
Gochuun sooftiweerii barbaaddan filachuun balleessuu ni danddeessu