Jaallattoota ispoortii Aanaaa Harato hundaaf!
wall dorgommiin city cup akka Aanaa Haratotti gaggeeffamuuf galmeen eegalee waan jiruuf gareeleen irratti hirmaattan hundi keessan yeroo jedhame keessatti akka galmooftan isiniif dhaamna. Wayita galmeef dhuftan maqaa fi bilbila dursaa garee keessanii irratti barreessuu akka hin daganne.
Bara dorgommii gaarii!

Kilaboota Gulaallii Liigii Olaanoo Oromiyaaf darban maraaf .
Liigii 1'ffaa Oromiyaa bara kana gaggeeffamaa tureen Kilaboonni ramaddii isaaniirraa 1'ffaa hanga 4'ffaa bahan Dorgommii Gulaallii Liigii Olaanoo Oromiyaaf darbuun isaanii ni yaadatama.
Haaluma kanaan Kilaboonni 20 Ramaddii isaaniirraa darbuun Hirmaannaa Shaampiyoonichaa argataniiru.
Dorgommiin Gulaallii Liigii Olaanoo bara kanaa Ramaddii 4tti qoodamuun Ramaddiin 1 Kilaboota 5 of jalaa qabatee ni dorgomama. Dorgommii kanaanis Kilaboonni ramaddii isaaniirraa 1'ffaa fi 2'ffaan darban tapha Nuusa Xumuraaf darbuun Liigii Olaanoo Oromiyaa bara 2018tti guddatu.
Kilaboonni Hirmaannaa Shaampiyoonichaa mirkaneeffattan 20'n Hanga gaafa guyyaa 01/10/2018tti Dorgommichaaf Qophii taasisaa jiraachuu Federeeshinii Kubba Miilaa Oromiyaaf xalayaan gabaasa gochuun dirqama ta'uu fi yoo hin raawwanne garuu kilabichi itti gaafatamummaa isaa kan fudhatu ta'a.

❤1

Shaampiyoonaan Kilaboota Liigii 1'ffaa Oromiyaa Waxabajji 20/2018 Magaalaa Ambootti kilaboota 20 gidduutti gaggeeffama.
Shaampiyoonaan Kilaboota Liigii 1ffaa kun kilaboota Liigii 1'ffaa Oromiyaa kan bara kanaan ramaddii isaaniirraa 1'ffaa hanga 4'ffaan goolaban kilaboota 20 kan walitti fide yoo ta'u, Kilaboota Liigii Olaanoo Oromiyaatti olguddatan adda baasuuf dorgomama.
Gulaalliin Liigii Olaanoo Oromiyaa kun Magaalaa Ambootti Waxabajji 20/2018 dorgomama.

Sadarkaa Biyyaattiitti Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Oromiyaa Kilaboota 102 hundeessuun olaantummaa guddaa fudhate.
Sadarkaa Biyyaattiitti Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Oromiyaa Kilaboota 102 Liigii Gadaa fi kan dubartootaa malee kilaboota Ulaagaa Kilabaa guutan, hundeessuun olaantummaa guddaa fudhate.
Kilaboonni 19 Liigii Biyyaalessaa( 3 Piriimer Liigii, 6 Liigii Olaanoo , 10 Liigii 1ffaa Itiyoophiyaa ) dorgomu.
Kilaboonni 83 Liigiiwwan Oromiyaa ( 14 Piriimer Liigii Oromiyaa, 23 Liigii Olaanoo fi 46 Liigii 1ffaa Oromiyaa ) dorgomu.
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Kilaboota Ulaagaa guutuun jalatti galmaa'an 74 keessaa 19 kilaboota Oromiyaati.
Kilabiin Keessan lakk.Meeqaffaarra jiraa?
Oromia Football Federation

Kilaboonni 19 Liigii Biyyaalessaa( 3 Piriimer Liigii, 6 Liigii Olaanoo , 10 Liigii 1ffaa Itiyoophiyaa ) dorgomu .

Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Kilaboota Ulaagaa guutuun jalatti galmaa'an 74 keessaa 19 kilaboota Oromiyaati .
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Oromiyaa Kilaboota kanneen alatti, Guddattoota Umurii 17 gadii moggaasa maqaa Liigii Gadaan Gareewwan 16 fi Kan dubartootaan Gareewwan 10 ol hundeessuun dorgomsiisaa jira.
Caasseffama isaa
1.Liigii 1ffaa Oromiyaa
2.Liigii Olaanoo Oromiyaa
3.Piriimer Liigii Oromiyaa .
Sadarkaa Gareewwan Shaanpiyoonii dorgomaniin
4.Liigii Gadaa
5.Piriimer Liigii Dubartootaa
Gara Liigii 1ffaatti olguddachuuf
6.Mo'aa Mo'attoota Gareewwan Oromiyaa Waggaa Waggaan Kilaboota 50 ol hirmaachisuun gola Oromiyaa hundarraa walitti dhufanii Aadaa,Duudhaa, Tokkummaa fi Jaalala waliif qooduun Shaampiyoonni miidhagaatu Magaala Filatamtuu irratti gaggeeffama .

Kilabiin hedduu jaalattan garuu sababoota garagaraan diigame akka deebi'uuf hawwitan komment jalatti nuuf barreessaa .
Jimmaa Abbaa Jifaar barri dorgommii 2018 osoo hin eegaliin bara kana dorgomuu akka hin dandeenyee fi bara dorgommii 2019 akka dorgomu xalayaan iyyannoo galfateera .

Tapha city cup akka Aanaa J/Ganatiti gaggeefamaa ture irratti dursaa garee fi leenjistootni argamuun taphoota darban irratti hanqinaa fi cimina ture irratti gamaggamaa fi marii gadi fagoo ta'e gaggeessaniiru.
Akkasumas tapha itti aanuuf sirni ramaddii buusuu fi koree haaraa filachuun raaweatameera.
Kan Dargaggootaa
Ramaddii A
U/Wallaggaa
D/Geembo
Kaarra city
Caaroo Goobanoo
Furtuu Waaroo
L/Biyyaa
Joobira
Ramaddii B
Haratoo 01
Yoomiyyuu Walanee
ALTCaalii
Urjii Soorgoo
Tokkummaa Aliitoo
Biiftuu Shoonnoo
Ramaddii C
Gaamoo Nagaroo
Garee Kaambii
Abdii Jimmaa
Baddoo Gidaamii
Urjii Saallan
Gamtaa
Ramaddii D
Balballaa Soorgoo
Biqiltuu Caancoo
Dachaa Qadiidaa
Daandii Haaraa
Haratoo Star
Urjii J/Gannatii
Ramaddii guddattootaa umurii 17 gadii
Ramaddii A
Abdii Jimmaa
Biqiltuu Sadee
Gaamoo Nagaroo
Guddattuu Raaree
Facaasee
Ramaddii B
Gadaa
Abdii Gaamoo
Harmee
Tokkummaa Aliitoo
Risaa
Ramaddii C
Wabii Haratoo
Harato 01
Ifa Biyyaa
Ibsituu Jimmaa
Ramaddii D
Balballaa city
Furtuu Waaroo
Caaroo Goobanoo
Abdii Walanee
Biqiltuu Soorgoo
carraa gaarii kilaboota hundaaf!