Sanyii Guddataa
205K subscribers
17.7K photos
294 videos
667 files
17.1K links
Download Telegram
Sanyii Guddataa
Photo
#Namoonni waa #sadii
keessaa waa tokkoof si #jibbu.
#Tokkoffaan, uumamaan namoonni addunyaan keessoo isaanii dukkanaa'e si jaallachuu hin danda'an. Namoonni bilchinni miiraa isaanii gad aanaa ta'e keessoo dukkana'aa keessa jiraatu.

#Addunyaan keessa kee dukkanoofnaan ifa arguu tasuma hin dandeessu. Namoonni akkanaa ifa ati addunyaa irratti ibsaa jirtu arguu waan hin dandeenyeef, dukkana kee xiqqoo irratti xiyyeeffatu. #Gaarummaa kee sagaltamii sagal arguuf ga'umsa waan hin qabneef, #mudaa kee tokkittii ilaalu. Isheetti quba qabu.

#Lammaffaa, namoonni tokko tokko bakka ofii ga'uuf yaalanii dadhaban gaafa ati geessu akka waan ati galma isaanii isaan saamteetti itti dhaga'ama. #Abjuu isaan abjootanii bira qaqqabuu dadhabanitti gaafa milkooftu miirri gaariin itti hin dhaga'amu. #Diinota kee ta'uu filatu. Kana irraa kan ka'e humna qaban hundaan ol ka'insa irra jirtu irraa gad si buusuuf asii ol dhagaa sitti darbatu. #Hamilee kee cabsanii deemsa kee daangessuuf karaa isaaniif danda'ame hunda deemu. #Jireenya kee keessatti namoota akkanaaf deebii deebisuuf jettee ol ka'insa kee irraa gad hin bu'iin. Gad buutee isaanii waliin taphachuu gaafa eegalte mo'amteetta jechuudha.

#Sadaffaa immoo, namoonni tokko tokko uumamumaan #hinaaftota waan ta'aniif si jibbu. Si jibbu garuu jibba si jibbaniif sababa hin qaban.

#Namoota si jibban keessaa hedduun hamma isaaniif danda'ametti jibba isaanii baasanii hin mul'isan. #Gaaf tokkoof ol kaa'atanii gaafa ati dogoggora xiqqoo raawwattu dhagaa isaanii guuranii si rukkutuuf dhufu. #Gaafa ati waan gaarii hojjette #galatoomi jedhanii kan hin beekne gaafa mudaa kee argan garuu saffisa ifaan maqaa kee balleessu. Namoonni akkanaa #balaafamoodha. Kan garaa garaa kaa'atanii ilkaaniin si sobu; keessi isaanii ibidda hinaaffaan gubachaa fuula ifaan si gowwoomsu. "Obboleessa koo" siin jechaa harka diinummaa si irratti ol fudhatu. Via Ebisa Bayissa Guyyaa gaarii qabaadhaa

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
Omishaafi Tajaajila keessan
Miliyoonatti beeksifadhaa!

Beeksisaalee Omisha keessan ittiin Uummata biraan geessaniif, Bu'aa oomisha keessanii firii isaa daftanii akka argattaniif isiin beeksisan.

Baga Ayyaana Du'aa ka'uu nagaan geessan isiniin jedha.

Chaanaalii Telegiramii @segnigudeta

Keessan na argachuuf @WABIISG

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
#Hoolaa qarshii 15, 000'n ayyaanaaf bitamee dhukkubsatee yaali irraa jirra jedha odeessi miidiyaa irraa arge aja'ibaa !๐Ÿ˜„

Baga Ayyaana Du'aa ka'uu Gooftaa iyasuus kiristoosiin isin gahe.

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
Waliif Qoodaa๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ™
Ethiopian Electric Power
Muuxannoo:0 year
Baayyina: Akka Barbaachisummaa isaatti
Gita hojii:
๐Ÿ‘‰Junior Electrical Engineering
Ogummaa: BSc Electrical Engineering
๐Ÿ‘‰ Junior Mechanical Engineering
Ogummaa: BSc Mechanical Engineering
Galmeen Online: Liinkii Armaan gadii filachuun galmaa'uu dandeessu.
Qaamaan galmaa'uun hin dhorkaadha.
Liinkii 1ffaa
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSf0iC6BxI8ImJxe_2PktpYw_Klp9CyyVOB6k7x0BWRNIQWHGA/viewform?usp=header     

Liinkii 2 ffaa
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSf0iC6BxI8ImJxe_2PktpYw_Klp9CyyVOB6k7x0BWRNIQWHGA/viewform?usp=header

Guyyaan Galmee:9-24/8/2017
Galmeen kun Eebbifamtoota bara 2014 hanga ammaatti jiran kan ilaallatu yoo ta'u.
CGPA: Dhiiraaf :3.00, dhalaaf: 2.75 fii isaa ol ta'a.
Odeeffannoo dabalataaf:0115580623

โ–ช๏ธFor Fresh & Exp๐ŸŽดHabesha Cement S.C๐ŸŽด

โ–ช๏ธ1  Procurement Officer
โ–ช๏ธ2  Senior Accountant
โ–ช๏ธ3  Senior Office Engineer
โ–ช๏ธ4  Forman
โ–ช๏ธ5  Senior Mechanic
โ–ช๏ธ6  Mechanic II /Light Vehicles Mechanic
โ–ช๏ธ7  Mechanic II
โ–ช๏ธ8  HR Operation Head9  Maintenance Inspecter
โ–ช๏ธ10  Senior Auto Electrician
โ–ช๏ธ11  Assistant Electrician
โ–ช๏ธ12  Grease Man
โ–ช๏ธ13  Accountant
โ–ช๏ธ14  Accountant II
โ–ช๏ธ15  Truck Water Driver
โ–ช๏ธ16  Truck Mixer Driver
โ–ช๏ธ17  Batching Plant Operator
โ–ช๏ธ18  Assistant Batching Plant Team Leader 
โ–ช๏ธ19  General Mechanic /Electrical/
โ–ช๏ธ20  Batching Plant Senior Mechanic
โ–ช๏ธ21  Batching Plant Senior Electrician
โ–ช๏ธ22  Dump Truck Driver /แŒˆแˆแ‰ฃแŒญ แˆ˜แŠชแŠ“ แˆนแŒแˆญ/
โ–ช๏ธ23  Equipment Adminstration& maintenance
โ–ช๏ธ24  Procurement Category Specialist
โ–ช๏ธ25  Financial Stock Controller
โ–ช๏ธFind More Details here
          ๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง

https://kebenajobs.com/job/habesha-cement-s-c-april-1-25/

โ–ช๏ธDeadline: April 23rd 2025

#Moorookoon Shaampiyoonaa
Waancaa #Afrikaa taate

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
Hordoftoota amantii kiristaanaa hundaaf Baga Ayyaana Du'aa ka'uu Gooftaa iyasuus kiristoosiin isin gahe.

Isa jiraataa Maaliif warra du'an keessa barbaaddu? Innoo ka'eeraa!'' Luq. 24:5-6

Dhukkubbiin Ilmi Waaqayyoo fannoo irratti baate hundinuu, coccobbiin dhiigaa mataa, harkaa fi miilla isaa irraa coccobu, fayyina ilmaan namootaa hundaaf.

Ayyaana gaarii
Sanyii Guddataa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hundi, Baga Ayyaana du'aa ka'uutiin isin gahe! Ayyaanichi, kan jaalalaa, kan gammachuu isiniif haa ta'u!

Nu waliin ta'uun tulluu milkaa'inaarra bahuu ni barbaadduu?

๐—ก๐˜‚๐˜๐—ถ ๐—š๐—ผ๐˜€๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—น๐—ถ๐—พ๐—ถ๐—ถ ๐—ธ๐—ฒ๐—ป๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜‚

-Kan bittaa manaa hanga qarshii 10,000,000
-Kan bittaa konkolaataa hanga qarshii 5,000,000
-Kan dhimmoota hawaasummaatiif oolu hanga qarshii 5,000,000
-Kan hojiilee dandalaatiif oolu hanga qarshii 5,000,000
-Liqii Duuniyaa(Kan dhalarraa bilisaa)
-Wabii mindaatiin hanga qarshii 500,000
-Liqiiwwan yeroo ariifataa

๐—š๐—ผ๐˜€๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐˜„๐—ฎ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ๐—น๐—ฒ๐—ฒ
     -Wabii mindaa
     -Wabii libree konkolaataa
     -Wabii kaartaa manaa
     -Wabii waliif waliinii
๐—œ๐—ฑ๐—ฑ๐—ผ๐—ผ ๐—ฎ๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ๐—ฎ

๐—ช๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฒ๐—ฒ:-

Qaallittii Koondominiyeemii Galaan, gamoo
'Central' darbii 3ffaa

๐—š๐—ถ๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐—ด๐—ฎ๐—น๐—ฎ ๐˜๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฎ

1.Aqaaqii, gamoo Ahaaduu darbii 2ffaarra
2.Markaatoo, Sidaamoo Taraa gamoo lakk. 3
3.Giddugala gabaa Saariis, darbii 3ffaarra
4. Buraayyuu, Gamoo Fiqiruu darbii 2ffaarra
๐—ข๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ถ๐—ณ:-
0957073701/0957076716
โ–ช๏ธFor Fresh & Exp๐ŸŽดHabesha Cement S.C๐ŸŽด

โ–ช๏ธ1  Procurement Officer
โ–ช๏ธ2  Senior Accountant
โ–ช๏ธ3  Senior Office Engineer
โ–ช๏ธ4  Forman
โ–ช๏ธ5  Senior Mechanic
โ–ช๏ธ6  Mechanic II /Light Vehicles Mechanic
โ–ช๏ธ7  Mechanic II
โ–ช๏ธ8  HR Operation Head9  Maintenance Inspecter
โ–ช๏ธ10  Senior Auto Electrician
โ–ช๏ธ11  Assistant Electrician
โ–ช๏ธ12  Grease Man
โ–ช๏ธ13  Accountant
โ–ช๏ธ14  Accountant II
โ–ช๏ธ15  Truck Water Driver
โ–ช๏ธ16  Truck Mixer Driver
โ–ช๏ธ17  Batching Plant Operator
โ–ช๏ธ18  Assistant Batching Plant Team Leader 
โ–ช๏ธ19  General Mechanic /Electrical/
โ–ช๏ธ20  Batching Plant Senior Mechanic
โ–ช๏ธ21  Batching Plant Senior Electrician
โ–ช๏ธ22  Dump Truck Driver /แŒˆแˆแ‰ฃแŒญ แˆ˜แŠชแŠ“ แˆนแŒแˆญ/
โ–ช๏ธ23  Equipment Adminstration& maintenance
โ–ช๏ธ24  Procurement Category Specialist
โ–ช๏ธ25  Financial Stock Controller
โ–ช๏ธFind More Details here
          ๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง

https://kebenajobs.com/job/habesha-cement-s-c-april-1-25/

โ–ช๏ธDeadline: April 23rd 2025

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
Miirota Sadan kanarraa of Eeggadhu!

1. Gaafa ol kaatee fiixee milkaa'innaatti ol baate, boona qalbii irraa of eeggadhu,boonni namoota sadarkaa milkii keetirra hin gahin akka ija tuffiitiin ilaaltu si taasisa sun immoo sis namoota sanas ni cabsa.

2. Yeroo bakka gad-aanaarra jirtu hadheeffattee alaanaluu irraa of eeggadhu. Waa hadheessanii, dukkaneessanii ilaaluun, akka miirri inaaffaa si seenuufi sababiin milkaa'ina dhabuu keetii akka nama biroo ta'etti akka yaaddu si taasisa. Kun ammoo humna kee buusa.

3.Yeroo jireenya kee keessatti gadi bu'uuf kufaatiin si muudate abdii kutachuu irraa of eeggadhu. Abdii kutachuun akka wanti hundi asumarratti dhaabbatee,Kun hiree jiruu kiyyaati jettee akka yaaddu si taasisa. Gonkumaa abdii hin kutin.

~ Neelsan Maandeellaa~Advice

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
Waliif Qoodaa๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ™
Ethiopian Electric Power
Muuxannoo:0 year
Baayyina: Akka Barbaachisummaa isaatti
Gita hojii:
๐Ÿ‘‰Junior Electrical Engineering
Ogummaa: BSc Electrical Engineering
๐Ÿ‘‰ Junior Mechanical Engineering
Ogummaa: BSc Mechanical Engineering
Galmeen Online: Liinkii Armaan gadii filachuun galmaa'uu dandeessu.
Qaamaan galmaa'uun hin dhorkaadha.
Liinkii 1ffaa
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSf0iC6BxI8ImJxe_2PktpYw_Klp9CyyVOB6k7x0BWRNIQWHGA/viewform?usp=header     

Liinkii 2 ffaa
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSf0iC6BxI8ImJxe_2PktpYw_Klp9CyyVOB6k7x0BWRNIQWHGA/viewform?usp=header

Guyyaan Galmee:9-24/8/2017
Galmeen kun Eebbifamtoota bara 2014 hanga ammaatti jiran kan ilaallatu yoo ta'u.
CGPA: Dhiiraaf :3.00, dhalaaf: 2.75 fii isaa ol ta'a.
Odeeffannoo dabalataaf:0115580623

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
Akki Kunis ni jira...โค๏ธ๐Ÿ’ Eeddanni

Erga gargar bahanii waggaa 14 booda, deebi'anii wal fuudhan. Artist Gannat Nigaatu Fi Artist Mulugeetaa Jawwaaree Ijoollee isaanii fulduratti wal fuudhan. Via miidiyaa

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
๐ŸŽดEthiopian Airlines๐ŸŽด

โ–ช๏ธJob Position 1 - Laboratory Technologist
โ–ช๏ธJob Position 2 - Trainee Aircraft Mechanic
โ–ช๏ธJob Position 3 - Trainee a/c Powerplant Technician
Job Position 4 - Trainee a/c Avionics
โ–ช๏ธJob Position 5 - Trainee a/c Airframe Technician (Et-sponsored)
โ–ช๏ธJob Position 6 - Trainee a/c Cabin Maintenance
โ–ช๏ธJob Position 7 - Trainee a/c Structure
โ–ช๏ธJob Position 8 - Trainee a/c Maintenance Technician

NB:
Addis Ababa Online Application Will Be Activated During Application Period.
โ–ช๏ธFind More Details here
          ๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง
    
https://elelanajobs.com/job/ethiopian-airlines-april-16-25/

โ–ช๏ธREGISTRATION DATE: - APRIL 28, 2025 โ€“ MAY 02, 2025