Inbox
#Iyyaafannoo
Obbo Asaffaa Dachaasaa Nagawoo jedhamu jiraataa Godina Shawaa kaabaa aanaa Dagam Ganda leemman qarree kooraa (leemman sillaasee) turan. Yerodhaan as Magaala fiichee ganda Diida heexoo Nannoo Bowwaa iddoon addaa Hospital Fitche fulduraa jiraatu. Abbaan keenya kun Gaafa sanbata xiqqaa( Guraandhalaa 4/6/ 2015) naannoo sa'aa kudhanii Kophee diimaa, Surree dalacha, Kutaa(gaabii) uffatanii manaa bahe sana booda gara manaa hin deebine. Kanaaf namoonni argitan ykn iddoo inni jiru namoonni quba qabdan maqaa waaqayyootin nu gargaaraa, nuuf iyyaafadhaa jedhu maatin isaanii!
Lakkoofsa bilbilaa:
0932209495/0946671344/0919548417/0923100491
👉Karaa Facebook koonis eeruu qabdan isiin beeksisna
Share godhaatii nuuf barbaadaa🙏
@segnigudeta @wabisegni

#IYYAAFANNOO
Mucaan asi gadiitti argitan kun Ibsaa Taamiraat Baqalaa jedhamaa jiraata Magaala Amboo gaafa guyyaa 03/11/2015 mana erga bahe hin deebin hafe.Umurii Waggaa 15 Barataa kutaa 7, akka nu barbaadan jechaa jiru maatiin isaa.
Adaara keessan bakka inni jiru yoo argitan ykn odeeffanno isaan walqabaatuf lakk. Bilbila
#0911896224
#0910125208
kannen irraatti bilbilun oddeeffannoo akka nuf kennitan kabajaa guddaa waliin isin gaafanna.
Adaara #Share godha. nu garagaara

Mucaan asi gadiitti argitan kun Ibsaa Taamiraat Baqalaa jedhamaa jiraata Magaala Amboo gaafa guyyaa 03/11/2015 mana erga bahe hin deebin hafe.
Umurii Waggaa 15 Barataa kutaa 7, akka nu barbaadan jechaa jiru maatiin isaa.

Obbolessi koo fi obboleettiin koo tarii akkuma haadhakoo wajjiniin Anfillootti galuuf ba'an achi ga'anii akkuma koo jireenya itti fufaniiru jedheen yaada garuu hanga yoonatti wal hin argine....!
Seenaan Jireenyaa isaanii kan armaan gadiiti:
Obbo Geetachoo Zallaqee Abbabee Gabreen jedhama. Maqaan haadhakoo Warqinesh Gabreyes jedhamu. Abbaankoo bara sanatti(bara mootummaa Hayilesillaasee) ajajaa kudhanii turan. Gambeellaa utuu hojjetanii gara Gaattiraa bakka jedhamutti geeddaraman. Wayita kana utuu achii hojjetuu abbaan koo soorama ba'e. Gara biyyaatti nu fudhatee galuuf murteesse. Garuu inni dura bu'ee Anfilloo(Danbi dolloo jala kan jirtu)tti gale. Nuun immoo boodaan koottaa jedhee haadha koo fi obbolaa koo kan maqaan isaanii armaan gaditti tarreeffame:
1. Tasfaayee Zeleqee (maqaan ijoollummaa isaa Abbaabbuu jedhame kan waamamu)
2. Kan irratti dhalatte durba yeroo sana mucaa harma hootu waan taateef maqaa ishee hin beeku jedhu. Dhiisee gale. Yeroo sana konkolaataan gara Naqamteetti deemu waan hin arganneef galuuf Jimma irraa xiyyaara qabannee Naqamteetti galuuf wayita jennu yeroo sana qarshiin geejibaaf ana qofa gaafate qar: 27 ture. Kun immoo haadha kootti waan jabaateef ani hangafa waanan tureef warra kaan dhiisuu irra anaan nama bira na keessee yeroo biraa qarshii siif ergeen dhufta naan jettee deemte. Yeroo xiqqoo booda qarshii sana naaf erginaan ani ijoollummaa waanan qabuuf qarshii sanaan hin galinan hafe. Barri kun ta'e 1964 keessa. Amma ani godina Jimmaa aanaa Qarsaa ganda Siibaa jedhamtun jira. Kanaaf obbolessi koo fi obboleettiin koo tarii akkuma haadhakoo wajjiniin Anfillootti galuuf ba'an achi ga'anii akkuma koo jireenya itti fufaniiru jedheen yaada garuu hanga yoonatti wal hin argine. Adaraa keessan naaf iyyaafadhaa. Lakk. Bilbila koo Bilbila 0937138124 ykn 0917635270 kanaan bilbiltanii na quunnamuu dandeessu. #Share

#iyyaafannoo
Namni asii suuraan mul'atu tun kan maqaan isaa Nima'an Mohammed Habib jedhamu Gaafa guyyaa 26/02/2017 sa’a 2:00 irratti Iddoo manaa jireenyaa Magalaa Laga Xaafoo iddoo addaa Matoo Arbaa jedhamu manaa ba'ee manatti hin debine, gaafa manaa ba'u surree bifa diimaa qabu, kootii gurraachaa fi shurraabii bifa booraa godhatee manaa ba'e. Kanaafuu namoonni argitan ykn iddoo inni jiru beektan nu gargaaraa jedhuu maatin isaa.
Bilbila kanaa gadiin nu quunnamaa isiniin jedhu.
0900472987
0969484106
0931534817
0915666831
Gatii dadhabbii keessaniis ni kaffala jedhu maatiin.
@segnigudeta @WABIISG

Leensaa misgaanaa gizawuu dassee kan jedhamtu 18/05/2017 guyyaa sa'a 8:00tti nu jalaa badde bilbila kana irratti yoo argitan nuuf bilbilaa 0929497058/0954825371 irratti nuuf bilbilaa
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | TikTok | page
Galatoomaa
Sanyii Guddataa