🎴🚩17 top Canadian universities hosted a special education show in Addis Ababa, #Ethiopia, providing important info for those interested in studying in Canada. If you missed it, follow the link: https://linktr.ee/educanadaofficial
Tilmaamaa, Badhaafamaa‼️
#Chelsea vs #Liverpool
#NB. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu.
Namoota dursee tilmaamaan 1ffaa hangaa 3ffaa carraa gaarii .
@sooratasammuuargaachuuf

Akkam jirta nagaakeeti?
💐💐💐💐💐💐
Dubbisi xumuri irraa baratta.
✪ Sammuun ilma namaa akka hojiilee garaagaraa ittiin hojjennu, akka ittiin qorannuu fi itti fayyadamnee addunyaa kana jijjiirruuf waan nuuf kennameef, yeroo fi sammuu keessan waan gaarii fi egeree keessanii fi dhalootaaf bu'aa buusu irratti xiyyeeffachuu barbaachisa.
Hundi keenya kennaa garaagaraa dhuunfaa dhuunfatti nuuf kenname qabna. Addunyaa kana irraa namoonni kennaan isaanii %100 walfakkaataa ta’an hin jirani! Kanaaf ofii kee dhiiftee namoota biroo fakkaachuuf yaaluun dogoggora guddaadha. Waa’ee dandeettii keetii, carraalee jireenya kee keessatti qabduu fi eenyummaa dhuunfaa kee yaadi malee nama biraa fakkaachuuf hin yaaliin!
Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. Uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. Dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. Kanaaf wanti nu irraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuu fi of taanee jiraachuudha.
Akkaataa ati ofii kee itti ilaaltu akkaataa itti tarkaanfaattu murteessa. Kanaaf dandeettii kootti nan amanaa? Jedhii of gaafadhu! Humna si keessa jirutti hin amantu taanaan milkaa’ina gonfachuu hin dandeessu. Bakkuma jirtutti waanuma of harkaa qabdu fayyadamiitii waan dandeessu hojjedhu! Kaayyoo kee irratti xiyyeeffattee waan hojjechuu dandeessu hojjennaan kan biraa maaltu sirraa eegamaree?
Yoom akka hojjettu, maal akka hojjettu, akkamitti akka hojjettu qajeelfama nama biraa hin eeggatiin! Waan dandeessu hojjechuudhaaf har’i siif guyyaa addaati. Kanaaf ganamaan ka’ii deemsa kee eegali! Amma yoo imala eegalte karaa dhiyeeffattee bulta waan ta’eef!
Namoonni baay’een kaayyoo ofii isaanii ni beekuu, hojjechuuf garuu tarkaanfii hin fudhatan. Haala mijataa yookiin nama si gargaaru teessee eeguu irra kaayyoo uumamteef jiraachuuf battala barreefama kana dubbisteen of qopheessi! Akka nama bidiruudhaan galaana irra naanna’uudhaan bashannanuu bakkuma tokko marsaa hin oolin! Kaayyoo uumamteef bakka gahuu qabdu gahuudhaaf ofii kee irratti murtoo fudhadhu! Milkaa’inni waan barbaadan argachuu osoo hin taanee imala jireenyaa eegaluudha. Milkaa’inni walitti fufinsaan daandii milkaa’inaa irra imaluudha malee bakka yaadan gahuu qofa miti.
Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof tajaajila kennuu, waan gaarii yaaduu fi gargaaruudha.
Leenjiwwan barsiiso Fi carrawwan hedduuf
Join
👇👇👇👇
@Eyu2023

▪️NGO Jobs🎴Menschen fuer Menschen Foundation🎴
▪️🚩Salary : 325€/Month
▪️1 - Lecturer
▪️Education: MSc in Manufacturing Engineering/Technology
▪️2 - Lecturer
▪️Education: MSc in Control and Automation or Control and Instrumentation or Power Electronics or Power System Engineering;
▪️3 - Project Administrator
▪️Education: B.Sc. Degree in Management, Business Administration, Accounting or any related field
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/menschen-fuer-menschen-foundation-feb-22-24/
▪️Deadline: March 03/24

🎴Rammis Bank S.C🎴
▪️1- Accountant
▪️2 - Senior Data Center Officer
▪️3 - Senior Network Administrator
▪️4 - Senior Research and Product Development officer
▪️5 - Senior Digital Chanel Technical Officer
▪️6 - Digital Chanel Business service Officer
▪️7 - Senior Application Developer
▪️8 - Application Developer
▪️9 - Senior Risk Management Officer
▪️10 - Senior Compliance Officer
▪️11 - Editor
▪️12 - Money Transfer Officer
▪️13 - Trade Service Officer
Officer Cash
▪️19 - Customer Service Officer
▪️18 - Senior Customer Service
▪️14 - Branch Operation Support Officer
▪️15 - Branch Manager
▪️17 - Branch Auditor
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/rammis-bank-s-c-feb-24-24/
▪️Deadline: February 29/24

"#Namni namaan nama ta'a" #DhangaaUbuntuu
Title: Personal Finance and Financial Intelligence, Think Your Thinking. Irratti leenjii aja'ibaa olmaan guyyaa har'aa dhangaa Ubuntuu Waliin.
Personal development
Entrepreneurship
Leadership skills
Accounting skills
Stock Marketing
Experience Sharing
Life testimonials etc
Odeeffannoo dabalta
https://t.me/UbuntuSchoolOfLifeUSL

Sirna Eebba Kitaaba Har'aa bakkeewwan gara garaa sadiitti kabajamaa ture!
Barreessitoonni; Nasruu Kush [ Hiigaa] ,Bar/ Dita [ Mo'amee hin galu] Nimoonaa [ Jaalalaa fi Bilisummaa]..., Hundi keessan baga milkooftan!

Badhaafamtootni baramaniiru baga gammaddan bilbila keessan kara keessa na erga galatoomaa Namoota dursanii tilmaamaan malee namonni argattan hedduu dha aadara akkasiin na hubadha.
⏰Xumurame
Cheelsii 0-1 Livarpuul
⚽️Vandaayik 118'
1ffaa. Jalo lav
2ffaa. Obsiinaan Milkii
3ffaa. Eliyas Fekadu
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
⏰Xumurame
Cheelsii 0-1 Livarpuul
⚽️Vandaayik 118'
1ffaa. Jalo lav
2ffaa. Obsiinaan Milkii
3ffaa. Eliyas Fekadu
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf