➠Bakki si hin madaalle gatii Kee rakkisa!
✍ Manguddoo tokkotu dulloomanii yommuu lafa kanarraa darbuuf gahan ilma isaanii ofiiti waamanii "yaa ilmakoo sa'aatii harkaa kana abbaa kootu naaf kenne, isaaf immoo Abbaa isaatu kenneefii ture. Amma sa'aatiin kun gara waggaa dhibba lamaa darbeera anis ilmin qabuufii waan gati jabeessa dhaalchisu si waan ta'eef siifan kenna, Garuu dursa deemiitii manneen daldalaarra naanna'ii hangamiin akka sirraa bitan gaafadhu" ittiin jedheen.
✍ Mucichis suuqii garaa garaa irra naanna'ee gaafachuutti ka'e,Daldaltoonnis 'sa'aatiin kun moofaadha, sanumaayyuu ammoo
ligidii qaba qarshii shan caalaadhaan yoo binne nuuf hin baasu jedhaniinii baay'ee rakasiisani.
✍ Daldaltoota jijjiree biyyaa biyyatti deemee yoo gaafatus kan gatii isaa rakasiisu malee Kan gatii madalawaa kennuuf dhabe.
✍ Sana booda deebi'ee Abbaa isaatiin "Abbaakoo daldaltoota hedduu suuqii qaban gaafadhee qarshii shanii oliin hin binnu jedhaniiru jedheeni. Abbaan isaas "amma immoo gara god-hambaa yookan muuziyeemii biyyoolessaa dhaqitii gaafadhu" jedheen.
✍ Mucichis gaafa hooggantoota muuziyeemii biyyoolessaa dhaqee gaafatu qarshii miiliyoona lamaan sirraa binna jedhaniin.
✍ Mucichis gammadaa gara abbaa isaatti deebi'ee, "abbaakoo kunoo reefan bakka ta'u deeme, isaan qarshii miliyoona lamaan sirraa binnaa fidi" naan jedhan jedhee itti hime.
✍ Isaa booda taa'anii ajaa'ibsiifataniitu gorsan siif laadha jedhaniin.
✍Egaa yaa ilma ko bakka sin madaalleefi eenyummaa Kee yookiin gatii Kee hin beekne yoo oolte ati rakkasa taata. Kanaaf yaa ilma koo bakka Oolmaa keefi gatii Kee hin madaalle hin ooliin warra sin beekne biratti akkuma sa'aatii kana rakkasadha taata, warra si beekan birattis akkuma sa'aatii kana qaalii taata jechuun gorsa ajaa'ibaa Umurii dhumtetti galaa taasisaniifii darban.
#qeerricha ✍️ via Fayisaa D

🎴Suba Engineering PLC🎴
▪️1 - Project Coordinator
▪️2 - Office Engineer
▪️3 - Office Engineer
▪️4 - Site Engineer
▪️5 - General Forman
▪️6 - Accountant
▪️7 - Cashier Accountant
▪️8 - Loader Operator
▪️9 - Excavator Operator
▪️10 - Rolo Operator
▪️11 - Grader Operator
▪️12 - Dump Truck Driver
▪️13- Truck Helper
▪️14 - Assistance Mechanic
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/suba-engineering-plc-august-23-23/
▪️Deadline: August 30/2023

🎴Save The Children Ethiopia🎴🚩For Fresh & Exp
▪️1 - Case Worker
▪️2 - HR -Intern
▪️3 - Content Development, Graphics Design & Multimedia Support Re -Advert
▪️4 - TFP Officer- Bale
▪️5 - TFP Officer replacement - Bale GAC-IHA Project
▪️6 - MEAL Coordinator -Replacement
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/save-the-children-august-25-23/
▪️Deadline: September 01/2023

🎴Oromia Bank SC🎴🚩Call for Written Examination.
▪️Through telephone based communication, the under listed graduates are shown willingness to compete for Associate Branch Sales & Customer Service Officer or other equivalent position for Branches found under Dire Dawa District.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/oromia-bank-s-c-august-25-23/

🎴U.S. Mission in Addis Ababa🎴
▪️1 - Administrative & Program Support Rover U.S. Citizen Eligible Family Members (USEFMs) - All Agencies
▪️Education:- Completion of two years post-secondary education is required.
▪️2 - Logistics Team Lead (Supply Assistant) - All Interested Applicants/All Sources If you previously
▪️Education: college or university studies in logistics, management or business administration is required.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/u-s-mission-in-addis-ababa-ethiopia/
▪️Deadline: August 29 & Septe 05/23