Sanyii Guddataa
205K subscribers
17.7K photos
296 videos
667 files
17.1K links
Download Telegram
#Beeksisa_Jijjiirraa_Guyyaa Yaa'ii Waliigalaa! Waamichi Yaa’ii Waliigalaa Idilee 20ffaa fi Yaa’ii Ariifachiisaa 11ffaa Abbootii Aksiyoonaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa W.A, Mudde 12 bara 2017tti waamamee turuunsaa ni yaadatama. Haa ta'u malee, sababa humnaa oliitiin, guyyaan yaa'ichaa torban tokkoof dheeratee, Mudde 19 bara 2017tti jijjiiramuusaa dhiifama guddaa waliin isin beeksifna.

የጠቅላላ ጉባኤ ቀን ለውጥ ማስታወቂያ!
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የባለአክሲዮኖች 20ኛ መደበኛ እና 11ኛ አስቸኳይ ጠቅላላ ጉባኤ ለታህሳስ 12 ቀን 2017 ዓ.ም. ተጠርቶ የነበረ መሆኑ ይታወቃል። ይሁን እንጂ ከአቅም በላይ በሆነ ምክንያት የጉባኤው ቀን ለአንድ ሳምንት ተራዝሞ ወደ ታህሳስ 19 ቀን 2017 ዓ.ም. የተቀየረ መሆኑን ከታላቅ ይቅርታ ጋር እናሳውቃለን። via Coop

@segnigudeta @WABIISG
🎴American Medical Center🎴

▪️Job Position 1 - Head Nurse
▪️Job Position 2 - ICU Nurse
▪️Job Position 3 - Sr. Nurse
▪️Job Position 4 - Internal Auditor
▪️Job Position 5 - Cashier
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/american-medical-center-dec-09-24/

▪️Deadline: December 15, 2024
Labsii Lakk. 1320/2016
"Kireessaan walii galtee kiraa manaa erga raawwatee booda Waggaa 2'f kiraa manaa dabaluus ta'ee keessaa si baasuu hin danda'u" via zinabu. D

@segnigudeta @WABIISG
''Haalotni kee akka eenyummaakee murteessan hin eeyyamiin,'' Fireedii Fiigers.

Har'a miliyeeneradha. Kaleessa garuu balfa keessaa argame. Haati Fireed deesse balfa keessatti isa gattee ture. Maatii tokkotu tasa argatee guddiseen. Guyyaa tokko waa'ee dhalootaa fi maatii isaa ilaalchisee akka abbaatti nama isa guddise gaafate.

Akkas jedheen,''Dhaggeeffadhu, kallattumaanin sitti hima, Fireed. Haati si deesse si gattee ture. Anaafi Beetii Maayii [akka haadhaatti] gara kunuunsa daa'immaniitti si geessuu waan hin barbaanneef si guddifanne. Kanaaf ati ilmakooti.''

''Yeroo inni kana natti himu, tole, 'ani balfadha,' kanaaf nama barbaadamu miti jedhee natti dhagahame. Garuu gateettiiko irraan ofitti na qabee, akkas na jedhe, 'dhaggeeffadhu,.... seenaa kana dubbisuuf; 👉👉 https://bbc.in/3ZtvQc5
@segnigudeta @WABIISG
▪️For Fresh & Exp🎴Heineken Breweries SC🎴

▪️Job Position - Sales Representative
Education: Degree (BSc or BA Degree)
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/heineken-breweries-sc-dec-09-24/


@segnigudeta @WABIISG

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
Waan Kana Itti Yaadi!

Guyyoota siif kenname hundumaa sirnaan irratti hojjechuuf Sammuu kee qopheessi! Altokko waan kana itti yaadi, dogoggora kee hundaaf yaada garaa kee geeddari! Guyyoota dabarsite keessatti bu'aa hojii Keetii herreegi! Waan guddaa hojjettee yoo jiraatte galateeffadhu.

Yoo itti gaddite gatii dhiisi malee waa'ee waan darbee utuu gaabbituu yeroo kee hin balleessin! Murteessii jireenya haaraa jalqabi! Boqonnaa isa jalqabaa irratti uumaa kee galateeffadhuu eegali.

Isa itti aanu hundumaatti mo'icha galmeessita. Sammuu kee beekumsa baachisi malee oduu bara si'anaan hin butuchin. Gurra kee gara barsiisa gaariitti qabi! Humna kee immoo waan hundee qabu irratti bobbaasi!

Yoo dandeesse amala nama wajjin si jiraachisu horadhu. Nama naamusa qabu ta'i. Nama rakkate gargaaruu hojii kee godhadhu!

Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof taajajila kennuu, waan gaarii yaaduu fi gargaaruudha.

Sammuu kee Leenjisi!
  (Train your mind)

@segnigudeta @WABIISG
CamScanner 12-10-2024 08.09.pdf
4.1 MB
Beeksisa Reporter irratti
bahe dha #PDF

Odeeffennoo beeksisa wayitawaa
guyyaa guyyan bahu argachuuf

@segnigudeta @WABIISG
https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
CamScanner 12-10-2024 10.06.pdf
1.1 MB
Beeksisa Reporter irratti
bahe dha #PDF

Odeeffennoo beeksisa wayitawaa
guyyaa guyyan bahu argachuuf

@segnigudeta @WABIISG
https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
▪️For Fresh & Exp🎴Ethiopian Railways Corporation🎴

▪️Job Position 1 -  Senior Attorney
▪️Job Position 2 - Ethics Officer II
▪️Job Position 3 -  Attorney II
▪️Job Position 4 - Performance Auditor II
▪️Job Position 5 - Senior Performance Auditor
▪️Job Position 6 - Junior Human Resource Administration Officer
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/ethiopian-railways-corporation-dec-10-24/

▪️Deadline: December 16, 2024


Odeeffennoo beeksisa wayitawaa
guyyaa guyyan bahu argachuuf

@segnigudeta @WABIISG

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
▪️For Fresh Graduates🎴Praxis International Business PLC🎴

▪️Job Position - Export Logistics and Operations Officer
Education:Bachelor's degree in Logistics and Supply Chain Management, Management, Accounting, Business Management, or a related field.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/praxis-international-business-plc-dec-10-24/

▪️Deadline: December 14, 2024


Odeeffennoo beeksisa wayitawaa
guyyaa guyyan bahu argachuuf

@segnigudeta @WABIISG

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
▪️For Fresh & Exp🎴YONAB Construction PLC🎴

▪️Job Position 1 -  Junior Mechanical Engineer
▪️Job Position 2 - Junior Mechanic
▪️Job Position 3 - Data Collector
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/yonab-construction-plc/

▪️Deadline: December 19, 2024


Odeeffennoo beeksisa wayitawaa
guyyaa guyyan bahu argachuuf

@segnigudeta @WABIISG

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
▪️NGO Jobs🎴UNDP Ethiopia🎴

▪️Job Position 1 - Intern – Monitoring and Evaluation (M&E)
▪️Job Position 2 - Intern - Disaster Risk Management (DRM)
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧


https://kebenajobs.com/job/undp-dec-09-24/

▪️Deadline: December 12, 2024


Odeeffennoo beeksisa wayitawaa
guyyaa guyyan bahu argachuuf

@segnigudeta @WABIISG

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
Waamicha Qormaataa
Ethiopian Electric Power
Gita hojii: Kunuunsa Daa'immanii
Guyyaan Qormaataa:8/4/2017
Bakki Qormaataa: Biiroo Humna Ibsaa Koteebeetti argamutti waraqaa Eeyyummaa Haarome qabachuun Qormaataaf akka argamtan jedha.


Odeeffennoo beeksisa wayitawaa
guyyaa guyyan bahu argachuuf

@segnigudeta @WABIISG

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820