Anaa dhufuu wellisaa fi Abba waltajjii Bayyisaa Fayyisaa Gaafa guyya 22/7/2016 weellu mataa duree isaa yoo yandoomise waan ebbisisuuf Bakka isaa Hotelaa jarraattii waan ebbisisfuu akka hin hafne #BayisaaFayyisaa
#ODUU_GAMMACHIISAA
Barsiisotaaf Lafa Mana Jireenyaa Irratti Ijaarratan Akka Kennamuu Ajajni Darbeera.
Baga gammaddan Barsisoota

--------------------
BBO-15/07/2016 Gumii Tiraansiformeeshinii Barnootaa Oromiyaa(GTBO) kan hogganan, Pirezidaantiin Mootuummaa Naannoo Oromiyaa dhimmoota qulqullina barnootaa mirkaneessuu danda'an irratti Yaa'ii Barnootaa Oromiyaa Sadaasa 16/2016 Magaalaa Adaamaa Giddu Gala Abbaa Gadaa Galma Odaatti Gaggeeffameen murtee abbaa qabxii 8 labsuun ni yaadatama.
Qabxii 8 murtaa'an keessaa #tokko_barsiisotni_lafa_mana jireenyaa_magaalatti_hin_argatin hundi #hatattamaan akka kennamuuf kan murtaa'e ture.
Murtee darbe gara gochaatti kan jijjiiran Pirezidaantii MNO, Ambaasaaddara Barnootaafi Hogganaa Gumii Tiraansiformeeshinii Barnootaa Orromiyaa kabajamoo obbo Shimallis Abdiisaa jechaan kan dubbatan gara gochaatti jijjiiraniiru.
Kanuma bu'uura gochuun Biiroon Lafaa Oromiyaa waajjiraalee magaalota Lafaa Oromiyaatiif Ajaja dabarsaniiru.
Kennaa lafaa mana jireenyaa #yeroof_dhorkamee_ture_barsiisota_keenyaaf_jedhanii_dhorkaa_kaasuun yeroo tokkoof qofa barsiisotaa lafa hin argatiniif akka kennamu #ajaja_kan_dabarsan_kabajamoo_Pirezidaantii_keenya_galateeffachaa, heyyama kenname irratti hundaa'un Waajjirri Barnootaa Godinaalee, Magaalotaafi Aanolee hordoffii taasisuun galmaan akka geessan dhaamsa Biiroo Barnootaa Oromiyaa ta'a.