Sanyii Guddataa
207K subscribers
18.2K photos
312 videos
674 files
17.8K links
Download Telegram
#Kunis_nidarba!
-------------------
Namicha #hiyyeessa tokkotu baay'ee rakkachuu irraan kan ka'e #gasoodhaan lafa qotee midhaan facaafata. #Imaltoonni wayii itti dhufanii "Maali namichoo akkamitti akkasitti dadhabdee lafa kana #gasoodhan qottee facaafta, sitti hin ulfaatuu?" jedhaniin. Namichis "#kunis_nidarba" jedheen. Kana caalaa deebii biraa itti hindeebifne. Imaltootni sunis deebii namichaa ajaa'ibsiifatanii bira kutanii imala isaanii itti fufan. Waggaa muraasa booda #namichi lafa gasoon qotaa ture sun sooromee #qabeenya horatee #jireenya gaarii jiraachuu jalqabe. Guyyaa biraa tokko #imaltonni sun ammas osoo karaa deemanii aduun itti dhiinan mana namicha wayii nu bulchaa jedhanii #kadhatanii buluuf ol galan. Taa'anii buna #dhugaa haasawanii yoo wal qoratan namichi abbaa qabeenyaa mana isaa buufatan kun isa waggoota muraasa dura #hiyyeessa gasoodhaan lafa qotu sana ture. Jarri sunis akkamitti haala kanaan jijjiramee sooromuun isaa baay'ee isaan dinqisiisee, akkamitti akkasitti sooromte jedhanii yoo isa gaafatan "Kunis hindarba" ittiin jedhe namichi sooressichi sun.
Isaanis achi bulanii #daandii imala ofii itti fufan. Yeroo dheeraa booda imaltoonni sun daandii sanarra deebi'anii otoo galuuf jiranii #Siidaa (Awwaala) nama tokkoo arganii itti goranii yoo maqaa ilaalan namicha #sooressa mana isaa bulaniidha. #Maqaa isaa jalatti jecha "#KUNIS_NIDARBA" jedhutu barreeffamee jira. lmaltoonni sun jecha kana gaafa argan isa inni gaafa gasoodhan lafa qotuu san yaadatanii baay'ee ajaa'bsifatanii du'uu isaatti immoo gaddanii "ayii!" jechaa imala isaanii itti fufan. Ammas yeroo murtaa'en booda imaltootni sun yoo daandii sanarra dhufan #Siidaan sun kaafamee daandii asphaaltii ta'ee jira. Ammas taateen sunis darbuu hubatan.
-------------------------------
#Maal_jechuuf.  Wanti hindarbine akka hinjirre seenaa namicha kanarraa nihubatna. Kanaaf #imalli hundumtuu nidarba. Rakkinis ta’e quufni; beekumsis ta’e wallaallummaan; argachuus ta’e dhabuun; hiyyumnis ta’e sooromni, tuffachuus ta’e tuffatamuun nidarba. Wanti hunduu yeroo muraasa booda nidarba. Beekumsi, qabeenyi, guddinni, aangoo, maqaa, bifti, humnifi olaantummaa dhaabbataan dhala namaaf kenname hinjiru. Inni waan hundaan guutuufi dhaabbatee hafuu #Waaqayyo qofa. Yeroo siif laatametti gaarii yaadi; wanta gaariis godhii darbi. Booda carraan kun akka dhibu beeki.
#Namni haalli hunduu bitaafi dukkana sitti fakkaatu immoo #abdii hinkutin. Akkuma argachuun darbu dhabuunis nidarba. Har’a jechuun boru miti.  Dhukkubnis ta'e qorumsi har'aas nidarba. #Obsa yoo qabaatteefi gara Waaqayyoo yoo ilaalte Waaqayyo #biiftuu haaraa siif baasa. Yaa firakoo koo inni ati amma keessa jirtu rakkina osoo hintaane daandii #jireenyaa dirqama ati keessa darbuu qabduudha. Inni bo’e akka boo’etti, inni kolfes akka kolfeetti hinhafu. Sababni isaas haalli amma keessa jirtu #KUNIS_NIDARBA. Kanaaf deemsa kee hin dhaabin fuulduratti
Via Lalisa Fekadu fuula barruu
🎴Embassy of Kuwait🎴

▪️Position - Consular Officer
▪️Education: Bachelor’s Degree (BA) / Diploma in any field.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/embassy-of-the-state-of-kuwait-march-10-24/

▪️Deadline: March 25/24
▪️700🎴Saudi Government Scholarships🎴

▪️University:  Saudi Universities
▪️Degree level:  Bachelors, Masters, PhD
▪️Scholarship coverage:  Fully Funded
▪️Eligible nationality:  All Nationalities
▪️Award country:  Saudi Arabia
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/saudi-government-scholarships-march-10-24/

▪️Deadline: Different
Badhaafamtootni baramaniiru
1ffaa. Lami Birasa
2ffaa. A. B
3ffaa. Rahel

baga gammaddan bilbila keessan kara keessa na erga galatoomaa.
Xumurame
Livarpuul 1-1 Maan Siitii
⚽️Makalester(P) 50' ⚽️Stoons 23'
🎴Awash Bank SC🎴

▪️1 - Administrative Assistant I
▪️2 - Branch Manager – Class IV Branch
▪️3 - Branch Manager Class III Branch
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/awash-bank-sc-march-11-24/

▪️Deadline: March 17/24
🎴Siinqee Bank SC🎴

▪️1 - Senior Auditor II
▪️2 - Senior Auditor I
▪️3 - Senior Office Equipment Technician II
▪️4 - Team Leader Card Banking Service
▪️5 - Generator Technician
▪️6 - Branch Manager II
▪️7 - Branch manager I
▪️8 - Branch Manager
▪️9 - Senior Planning, Monitoring, and Evaluation Officer
▪️10 - Manager, Banking Operation Management
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/siinqee-bank-sc-march-11-24/

▪️Deadline: March 18/24
Yuunivarsiitii Wallagaa
Just 4 memory
🎴Ministry of Revenues🎴

▪️1 - Driver II
▪️2 - Senior Accountant
▪️3 - Senior Tax Return Specialist
▪️4 - Tax Collection Team Coordinator
▪️5 - Senior Specialist in the Monitoring of Old Tax Debts
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/ministry-of-revenues-march-11-24/

▪️Deadline: March 15/24
🎴Berhan Insurance Sc🎴

▪️1 - Junior Underwriting Officer
▪️2 - Legal Office I
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/berhan-insurance-sc-march-11-24/

▪️Deadline: March 17/24
🎴Awash Insurance SC🎴

▪️1 - Senior Customer Relations Officer
▪️2 - Supervisor Procurement
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/awash-insurance-sc-march-11-24/

▪️Deadline: March 17/24
#Jireenya
Namoonni carraa qabanitti fayyadamuu dadhaban, yaa anaa jedhanii ofii isanii of komatu. Namoonni carraa itti fayyadaman dhaban immoo yaa carraa koo jeechuun carraa isaanii komatu!.

Egaa atis bor yaa anaa jettee akka ofi komachaa hin jiraaneef carraa qabdutti fayyadamuun bakka gahuun qaba jette yaaddu gahi argami

Jireenyi dorgommii miti, namni hunduu daandii mataa isaa qaba. Akkaataa filannookee, humnakee, sonakee fi amaleefannaa keeti jiraachuu itti fufi. Namni baayyeen jireenya mataa isaa dhiisee, abjuu isaa milkeessuu dhiisee waa’ee jireenya namaa cinqamaa oola

#Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a.

Irraa hin hafamu
Bakka: Gidduu gala aadaa Orommoo Sanbata guddaa sa'aa 7:00 irratti
🎴Mesay Oli General Contractor🎴

▪️1 - Truck Driver
▪️2 - Car Driver
▪️3 - Back Loader Operator
▪️4 - Dozer Operator
▪️5 - Equipment Admin & Maintenance Department Manager
▪️6 - Maintenance Division Head
▪️7 - Maintenance Administrator Officer
▪️8 - Land Scape and Greenery Forman/ Expert
▪️9 - Project Garage Head
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/mesay-oli-general-contractor-march-11-24/

▪️Deadline: March 17/24