Sanyii Guddataa
189K subscribers
14.9K photos
220 videos
475 files
14.1K links
Download Telegram
Baga Gammaddan.
እንኳን ደስስ አለን፣ አላችሁ‼️
🥈Meetii 🇪🇹
🎴Global Insurance SC🎴

▪️Education: Degree in Accounting, Auditing, Statistics, Mathematics, Management, Marketing or related fields.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/global-insurance-company-sc-august-23-23/

▪️Deadline: August 31/2023
#Namni hunduu akka sirrii ta'etti of yaada!
Namni tokko tokko namuma qeequu jaalata.

#Obbolee waanuma qeeqxu dhabdee amma?
  Ni bareedda jennaan Intalti ija babaafte😊


Ilaalchi keef kiyya wal dhiibuun anaaf ati wal dhabuu hinta'u. Garuu; "Ilaalcha koo qofaatu sirriidha, waanan dubbadhu qofaatu haqa, akkana ta'i, akkasitti dubbadhu, akkanatti yaadi, akkanatti jiraadhuu,!....." jedhanii ilaalcha dhuunfaa ofii nama biroo irratti fe'uuf yaaluun wallaalummaadhas, wal garboomsuudha.
Qaamolee beeksiisa dorgommii gara magaala Shaggaritti dorgomtanii bu'aa isaa eeggachaa turtan, maqaa keessan ilaalladhaa.
#Share waliif godhaa
Beeksisa #DaandiinQilleensaItoophiyaa
Galmeen Eegale jira garuu #Yuunivarsiitii tokko tokko ammayyuu #baratoota galameessuu hin eegale

#Carraan bifa akkasiin ergaan takkaa nama baay’ee fudhachuu yeroo baay’ee keessatti altokko carraa uumamu waan ta’eef carraa kanatti yaa fayyadamaan
Galmeen isaas kan raawwatu hanga Jimaataatti ta’a. (21-25-Aug-2023 ) Yuunivarsiitii ammayyuu hin eegale fkn barreessa ariifachiisan guyyaa 3 qofa hafe.
Sifan Hassan irraa maal baranna?🏃‍♀️✊🏽❤️
#Siifan atileetii jabduu Oromoon qabu keessaa tokko mucayyoon kun carraa biyya kanaaf fiiguu dhabdee yeroo ammaa biyya Ormaa Netherlands jedhamuuf fiigaa jirti.
Siifan lamummaa ishee haa jijjirtu malee dhiigni ishee hin jijjiiramne, sun dhimma waraqaa qofaadha, maarree dhiigni ishee #Oromummaa fi hojiin ishee atileetummaa waan hedduu ishee barsiiseera.
Nutihoo maal irraa baranna?
#Waantoota_ani_irraa_baradhe_10n🤷🏼

1. Abjuu moo’achuu guddaa qabu Siifan Meedaaliyaa injifachuu isheettu hedduu gammadde, sun ammoo abjuu moo’icha ishee agarsiisa🙌🏼
2. Karoora jabaa baafattee Dorgommii fuuldura isaanii jiruuf hojjechaa turte, Siifan kunoo baatii 2f qophoofte injifannoo olaanaa kana argatte atiwoo karoora qabdaa??
3. Qabxii argattu caalaa akkamitti akka milkeessitu (Process) isaa irratti hojjeti, Fiigicha Olompikii irraa gara Tiraakii deemuuf deemsa eegaluu, boqochuu, waldhaanamuu…
4. Dadhabinaa fi cimina ishee beekti, waan uumame gammachuun fudhatti, Waaqa ishee ni galateefatti🙏Dadhabina ishee foyyessuufi irraa barachuuf of qopheessuu irratti xiyyeefachuun hojjetti
5.Saba ishee, amantaa ishee fi Afaan ishee hedduu jaallatti, kabajji
6. Boqonnaa, Nyaata fi yeroo hirribaa ishee ni eeggatti
7.Yeroo hundumaa jabaattee xiyyeefannaa guddaan hojjechuu, waan xiiqii keessa ishee galchuu fi ishee #challenge godhu jaallachuu, yeroo dadhabii ishees, yeroo dhukkubbii ishee, yeroo ishee jibbisiisuus, yeroo abdii kutattuus….. itti fufu ….
8.Jireenya wal fakkaataa hordofuu fi Sammuu ishee keessatti akkamitti akka mootu irra deddeebiin ni yaadu
9.Erga injifattee booda gammachuu ofii akka itti ibsitu beekuu fi yoo moo’amuun jiraatees miira ofii to’achuun moo’icha fuulduraatiif of qopheessuu
10.Namoota waliin fiigdu akka hiriyaa gaariiti ilaaluu fi jaallachuu, hojiin isaanii ispoortii malee haaloo dhuunfaa akka walirraa hin qabne beekuu.

Waan armaan olii kana yeroo ilaaltan hangam abjuu keessaniif waan #Siifan moo’achuuf gootu kana gochaan jira jedhaa of gaafadha🙌🏼😚 Kutannoon jijjiramuuf qabnu waan hundumaan oli kanaafuu nama kutannoo qabnu haa taanu, abjuu keenyaaf haa jiraannu via #gammadda

#Commitment #Consistency #AmazingLife Guyyaa dansaa qabaadhaa🙌🏼🏃‍♀️