Sanyii Guddataa
197K subscribers
15.9K photos
229 videos
530 files
14.4K links
Download Telegram
Barreeffamni kun asoosama miti; seenaa dhugaa qaxalichi tokko kutee keessa darbedha. Jiruufi jireenya akkanaa irratti bu'aa ba'iin barnoota Medicine yeroo dabalamu immoo danda'uu mitii yaaduufuu namatti ulfaata. Dr. Simeen garuu seenaa godhee duubatti ilaalaa jira. Kun mallattoo kutannoofi cichoominaa dhalootaaf fakkeenya guddaa ta'udha. Akka dubbiftaniif affeeramtanii jirtu!

Abbaa seenaa kanaa, Dr. Simee Haayiluun baga gammadde jennaan! Congratulations!🙏🏻😍
Via Abdisa Ejeta
@segnigudeta @WABIISG
🎴Ghion Gas PLC🎴

▪️Job Position 1 - Receptionist
▪️Job Position 2 - Finance Head
▪️Job Position 3 - Accountant
▪️Job Position 4 - Real Estate Sales
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/ghion-gas-plc-july-04-24/

▪️Deadline: July 09/24
Yuunivarsitii Dambii Dollo
🎴Your Employment Solution🎴  

▪️Job Position 1 - Program Lead
▪️Job Position 2 - Program Manager
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/your-employment-solutions-july-04-24/

▪️Deadline: July 13/24
🎴Fortune Alliance PLC 🎴

▪️Job Position 1 - Accountant
▪️Job Position 2 - Real Estate Field Sales Agent
▪️Job Position 3 - Real Estate Sales consultant
▪️Job Position 4 - Real Estate Sales Supervisor
▪️Job Position5 -  In-House Architect
▪️Job Position 6 - Digital Marketing Expert
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/fortune-alliance-plc-july-04-24/

▪️Deadline: July 31/24
Akkan beeksisa adda addaa maxxansu kan na kakaasee muudannoo yeroo hojii barbaaduu na irraa gahedha

Guutummaa isaa kunooti dubbisaa

https://www.facebook.com/100070669717820/posts/pfbid0QwZ9RAN2ZueHksFq22mjho1HMPp1sA6YLFBZ2pRyfg8zdQuCZnX6875RMtYDogsHl/
Yuunivarsitii Mattuu

@segnigudeta @WABIISG
Morning is an important time of day, because how you spend your morning can often tell you what kind of day you are going to have.”
Lemony Snicket

Mornings are like nature in spring … humming with the sounds of life and the promise of a fresh new day.”
LeAura Alderson

What you do today can improve all your tomorrows.”

Every morning, you have two choices: continue to sleep with your dreams or wake up and chase them.”
Arnold Schwarzenegger

What an amazing
gifted Day💥💥💥🌟🌟
Thanks to GOD 🙏🙏

Join us

👇👇👇👇👇
@Eyu2023
🎴Jotun Ethiopia🎴

▪️Job Position 1 - Forklift \ Warehouse Operator
▪️Job Position 2 - Deco Technical Service Coating Advisor
▪️Job Position 3 - Purchasing Coordinator
▪️Job Position 4 - Raw Material Purchaser
▪️Job Position 5 - Warehouse Supervisor
▪️Job Position 6 - Warehouse & Logistics Manager
▪️Position 7 - Demand & Supply Planner
▪️Job Position 8 - Dispatch Clerk
▪️Job Position 9 - Order Processing Clerk
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/jotun-ethiopia-july-5-24/

▪️Deadline: July 24/24
🎴Fully Remote - International Jobs🎴

▪️Job Position 1- Web Designer
▪️Job Position 2 - Software Development Engineer
▪️Job Position 3 - SaaS Operations Manager
▪️Job Position 4 - JavaScript Instructor
▪️Job Position 5 - Senior AI Innovation Specialist - Software Engineering
▪️Job Position 6 - AI-Augmented Full-Stack Principal Engineer
▪️Job Position 7 - AI Customer Service Specialist
▪️Job Position 8 - Senior Systems Engineer

▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/fully-remote-international-jobs-july-04-24/
#Omishaa fi #Tajaajila
keessan beeksifadhaa!

#HUBACHIISA. Namonni beeksisa daldalaa, biizinaasii, omishaa fi tajaajila  fkk fakkaata beeksifachuuf yeroo baay’ee na gaafachaa turtanii isiin beeksisu danda'a keessan na dubbisaa. @WABIISG

Logo dhaabbata fi biizinaasii keessaniif yoo barbaddan Qajeelaa Graphics dubbisaa bilbila 0910166955 @qajeelaahambusaa

Galatoomaa/ThankYou
Sanyii Guddataa
▪️For Fresh & Exp🎴Unique Marketing & Promotions PLC🎴

▪️Job Position 1 - Marketing Officer
▪️Job Position 2 - Software Engineer
▪️Job Position 3 - Manager
▪️Job Position 4 - Finance Manager
▪️Job Position 5 - Marketing Assistance Manager
▪️Job Position 6 - Lawyer
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/unique-marketing-and-promotions-plc-july-5-24/

▪️Deadline: July 07/24
GORSAWWAN BARBAACHISOO
NAMOOTA #HOJII BARBAADAN HUNDAAF

1.Galmee Online🌐 fi Poostaa 📩 irraati
Dogoggora keessan sirreessuu qabdu.

A.Application letter ▶️
Fuulli kun Cover page jedhamees nii waammama.yeroo bayyee dogoggora keenyaa fulaa kana irraatti ❶#To fi #Position kan jettu yeroo bayyee iddoo duwwaa guutuun dhiibbaa cimaa qaba.kanaf iddoon kun guutamee (Guuttaani) apply gochuu
qabdu.

#Fkn. CBE irraatti Apply gochuu barbaadu yoo ta'ee

#To: Commercial Bank of Ethiopia
#Position: Graduate Trainee

Awash, Coop,Abyssinia, NGO fi kan biroos akkasumaati jechuudha.

❷.Guyyaa=kunis yeroo hedduu Iddoo duwwaa ykn immoo isuma duraan ittin galmooftanin apply gochaa jirtu.yeroo hundayyuu #Update ta'u qaba

❸.GPA,University irraa Eebbifame fi Guyyaa Eebbifame edit osoo hin godhiin akkuma form isaa nama kan biroo irraa fudhaatanin maqaa qofa hin jijjirina edit gochuun barbachisaa dha.

❹.Dogoggora guddaa fi waan hedduu fudhatama hin qabne tokko immoo Akkuman armaan oliti Sinin jedhe To fi Position kan jettu irraatti guutuun dirqama.garuu CBE f kan guuttan Coop ykn Awash tasumaa hin ta'uu,Coop f kan guuttan tasumaa CBE,Awash,NGO ykn kan biroofis hin ta'uu kana hubadhaa.

Walumaagalatti waanti sin as irraatti guuttan Tempo keessan ykn Certificate keessan kan biroon guutummaatti wal fakkachuu qaba.

2. Curriculum Vitae (CV)

Fuulli kun immoo waa'ee keessan Guutummaatti kan ibsitu dha.

❶.Maqaa Guutuu ta'uu qaba

❷.Address=Teessoo keessan yoo xiqqaate Godina fi Aanaa qabachuu qaba

❸.Birth date and Birth place Qabaachuu qaba

❹.lakkoofsa Bilbila yeroo hunda hojjechu danda'u filannoo biraa yoo keessan Filatamaadha.Email yoo Qabattan optional

❺.Umurii,saala,haala Gaa’ila fi Nationality qabachuu qaba

❻Education History=Elementary Hanga sadarkaa barnoota hamma irraa jirtanitti.

❼.Language Skill at least Afaan oromo,English and Amharic it is mandatory.and additional other language

❽.Computer skills=kun yeroo bayyee Computer irraati

❾.Work Experience, Qualification, Hobbies and Security Clearance kun illee nii barbaachisaa.

❿.#Reference 🕹isheen kun hedduu barbaachisaadha.Garuu namoonni hedduu keessaan hin qabdaan yoo qabaattanis guutuu miti.yoo xiqqaate nama 2 fi isa ol osoo ta'ee bareeda.
#Reference tokkoo maqaa nama sana,Teessoo isaa,lakkoofsa Bilbila fi walitti dhufeenya keessan ibsuu qaba.

Haala Qindeessaa Document Galmee Online

❶.Galmee online kamiyyuutiif file keessan PDF ta'uu qabaa

❷.Galmee kamiyyuu tasaa Suraan (File keessan) bifaa jpg galmaa'u hin dandeessan.system galmee sanas hin fudhaatu tasaa yoo kan fudhatuu ta'ees Fudhatama hin qabuu.sanaf yeroo Scan Godhattan bifaa PDF tin fudhadhaa.

❸.Application letter keessan Scan gochu irraa bifa Doc,Docx ykn immoo soft copy PDF osoo qabattaani filatamadha sababni isaayyuu scan yeroo tokkoo sana booda sin hin fayyaduu waan ta'eef.#Application letter keessan yeroo hundaa #Update godhachuu qabduu.

Gabaabumatti CV FI APPLICATION LETTER keessan Soft copy osoo qabattaani gaariidha.Flash,smart phone ykn Meemoori keessan irraati qabachuf salphaa silaa ta'eef.

🕹⚛️ Yeroo #Online Galmoofta yeroo bayyee Beeksisni garagaraa bifaa Armaan gadiin sin gaafachuu danda'a ▼▼▼▼▼▼

➲❶.Full Document ➲Kun document kee gutummaatti jechudhaa Cv Fi Application letter dabalatee PDF tokkoon qofa jedhudha.kanaf iddoo tokkootti qindeessuu qabdu.fkn Galmee yeroo dhiyoo Keessa Coop Bank Of Oromia.

➲❷.Only CV ➲kun immoo Yeroo bayyee Formi ergaa harkaan guuttaniin booda CV fi Application letter sin gafaata.fkn Galmee yeroo dhiyoo NGO ULIP

➲❸.Resume,Cover page and additional support document ➲ kun Immoo sadan isaayyuu qofa qofaatti gafaata kana jechuun CV,Application letter fi Educational Certificate.fkn yeroo dhiyoo keessa Abyssinia Bank fi UNICEF.

Waliif share godha
@segnigudeta @WABIISG
➲❹.CV and Additional Document ➲Kun CV fi Application letter qofatti,Educational Certificate qofattin kan gaafatu jechuudha.kanaf Fakkeenyaaf COCA COLA.

➲❺.Grade 8th,Cost Share,Temporary and CV ➲kun immoo Kanneen armaan olif iddoo qofa qofaatti sinif kenne akka guttan sin ajaja.
➲❻.No Attech Doc ➲kun immoo yeroo bayyee dogoggoratu jira sila document attech hin godhinif sirri miti jettani irraa deddeebitanii gutuun akka sin jalaa kufu gotu.kan akkasi kana yeroo kamiyyuu Online Form qofaa sirrin guutuu qabdu.attech gochuun dirqamaa miti dirqamaa osoo ta'ee #system sun #Done hin jedhuu waan ta'eef.fkn Addis International Bank,Ethio-Djibouti,Awash Fresh Graduate,Safaricom fi kkf fa'a

Fi kanneen kana fakkaataniin sin gaafachu danda'a.

kana beekuuf immoo #How_To_Apply kan jettuu dubbisun Gaarii dha.

Waliif #Share godha

Odeeffannoo #beeksisa fi #wayitawaa akka argtaan #hiriyoota keessan #afferraa

#NB. dogoggoraa keenyan hojii hedduu dhaba jirraa. kana jalaa wal olchuuf immoo namni kamiyyuu waan danda'uun yoo wal gargaaree guddinniis baruma kana ta'a.

#Namni waan danda'uun #nama
#gargaaru doqna hin jedhamu
Waliif #Share godha

@segnigudeta @WABIISG
Dire Dawa City Adminstration Health Bureau
Qaxarriin: Koontiraata
Gita hojii: 1 Public Health Emergency Management office
Ogummaa: BSc Enviromental Science
Muuxannoo:10 year
Bakki hojii: Dire Dawa Airport
2 Public Health Emergency Management office
Ogummaa: BSc Public Health Officer
Muuxannoo:10 year
Galmeen hanga:11/11/2016
Bakki Galmee: Biiroo Fayyaa Bulchiinsa Dirree Daawwaa, Darbii 2 ffaa, Biiroo lakk.305 tti galmaa'uu dandeessu.


@segnigudeta @WABIISG