Sanyii Guddataa
189K subscribers
14.9K photos
220 videos
475 files
14.1K links
Download Telegram
Beeksisa Gita Hojii Banaa!
Onkoloolessa 14, 2016

Waldaan Misooma Oromiyaa gita hojii banaa qabu irratti namoota ulaagaa tarreeffame guutan dorgomsiisee qacaruu barbaada.
Kanaafuu, ogeeyyiin ulaagaa caqafame guuttan galmaa'uun dorgomuu akka dandeessan isin beeksifna.

Tokkummaan Misoomaaf!
YAADACHIISA!
Qormaatni Naannoo #Kutaa_6ffaafi Qormaatni Biyyoolessaa #Kutaa_8ffaa Bara 2016 Yeroo Jalqabaatiif Ni Kennama.
-----------------
BBO-Onkololeessa 25/2016 Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaa akka Mootummaa Naannoo Oromiyaatti yeroo jalqabaatiif kan kennamu yoo ta'u, qornaatni kutaa 8ffaa kanaan dura akka naannootti kennamaa ture bara 2016 garuu akka biyyaatti ni kennama.
Kanaafuu, barattootni, barsiisotni, maatiin barattootaa, hoggantootni barnootaa(dura bu'oota MB, supparvaayizaroota barnootaa . . .), caasaan mootummaa sadarkaan jiru, jaarsoliin, abbootiin amantii hunduu manneen barnootaafi barattootaaf deeggarsa barbaachisaa ta'e akka gootan gamanumaa akka yaadattan dhaamsa dabarsina.
#Qormaatni_Naannoo_Kutaa 6ffaa, akka naannootti kennama.
#Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_8ffaa akka Itiyoophiyaatti kennama.
#Barattootni_Keenya_Gamanummaa_Qophaa'uu_Qabdu!
Bara Barnootaa Gaarii Isiniif Haa Ta'u! Via BBO
Namoonni hedduun si kolfachiisuu danda'u, garuu si gammachiisuu hin danda'an. #Liinkii kan dubbisaa

https://www.facebook.com/100070669717820/posts/366467065718948/?mibextid=eimWu5Utm3dJgHwj
Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a.
"Qarshii Hamma Barbaadde
Irratti Barreeffadhu!" Bill Gate

Guyyaa tokkodha gaazexeessituu tokkotu Duureessa Addunyaa kanaa kan ta'e Bill Gate waliin af-gaaffii (interview) gooti. Gaazexessitittiin gaaffii ishee keessatti, "dhoksaan fiixaan ba'insa keessanii maaliidhaa?" Jettee isa gaafatti.

Duuressi kunis gaazexeessituu kanatti check qullaa itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheenis, akka nama fedhii hin qabneetti check sana ofirraa dhiibaa, "lakki ani akkas jechuu barbaadeen miti,  dhoksaan fixaan ba'insa keessanii maal akka ta'e isin gaafachuu barbaadeeni" jetti.

Bill Gate ammas irra deebiin check kana itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheen garuu ni didde. Duureessi addunyaa kun check kana itti argisiisaa, "dhoksaan fiixaan ba'insakoo carraa amma akkan siin si qaqqabee kana otuu of jalaa gubiin itti fayyadamuukoodha, dhoksaan milkaa'inakoo carraan argadhe hundaasaatti fayyadamuukoodha.

Otuu ati carraa amma siif kenname kanatti fayyadamte, silaa yoona kana gaazexeessituu duureetti addunyaa kanaa ta'uu dandeessa ture. Ani carraa laman siif kenne. Addunyaan kun carraa lama namaaf hin kennitu, carraa tokkittii si qaqqabeen itti fayyadamuun dhoksaa fiixaan ba'umsaati" ittiin jedhee

Bill Gate gaazexeessituu sanaaf carraa lama kennee ture isheen garuu itti hin fayyadamne. Otuu itti fayyadamtee silaa akkuma inni jedhe dureettii addunyaa kanaa taati ture. viv Tadele Fekadu TD

Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a Jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba.

Positive mind find opportunity in everything. While negative mind find fault in everything @segnigudeta

Namonni baay'ee carraa jireenya isanii ittiin jijjiiran hedduu argaatu Sookoo fi soorgoo osoo itti basanni jireenya isanii hin malee jiraatu.
#Kabajamtoota hordoftoota
#Telegiramii koo hundaaf

#Kayyoon koo. #Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu #barsiisuuf, #leenjisuu fi #fakkeenya ta'e jiraachuu dha

Kayyoon #Chaanaalii kan Telegiramii  @segnigudeta Kan irratti #beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuu, #Odeeffannoo waamicha qormaata fi waamicha af-gaaffii maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka hojii motummaa fi miti motummaa akka dorgomaan gargaaruu waan ta'eef namonni na waliin hojjechuu barabaada beeksisa wayitawaa kamiyyuu yeroo argitaan Kara keessa na erga waliin taane waliif taanaa.

#Namonni beeksisa daldalaa, biizinaasii fkk fakkaata beeksifachuuf yeroo baayโ€™ee na gaafachaa turtanii kanfaltii gidduu galeessa ta'een isiin beeksisu danda'a keessan na dubbisaa.

Galatoomaa/ThankYou
Sanyii Guddataa
Ajaa'iba kan biraa ?

Barattoonni Naannoo Tigraay Qormaata Kutaa 12ffaa 69.96% darban

Dhibbeentaa 50% ol qabxii darbiinsa argachuu Biiroon Barnootaa Naannichaa ibseera.

Isayyuu qabxii olaanaan bara kanaa 649 jedhamaa ture , Tigray tti 657 ta'uun rikerdiin cabeera.

Ministeerri Barnootaa kan isaanii qofaatti jiramoo? Akkamitti waraana keessa ta'anii barattoonni hanga kanaa milkaa'ani laata?

Bakka Waraanni jirutti Qormaanni salphata yo ta'e naannoo biratti Maaf cime ? 66.7% tu darbe inni jedhan . @segnigudeta
Akkamittan Rakkoo Koo Keessaa Bahuu Danda'a? Har'a irraa eegalta

โ Waan barbaadde qofa irratti xiyyeeffadhu!

1. Sammuu kee keessatti, bu'aa barbaaddu irratti yaadi!

2. Qabatamaan: Namoota bu'aa barbaadan beekan waliin ta'i!

3. Miidiyaalee bu'aa keetiif karaa si agarsiisan qofa hordofi!

4. Kitaabilee bu'aa barbaaddu akkamitti akka argattu sitti agarsiisan dubbisi!

5. Hojii gara waan barbaaddutti si geessu guyyaa guyyaan, tolaan illee, jaalala onnee keetiin hojjedhu!

6. Rakkoo, qalbii keetiin baattee deemuuf fedhii hin qabaatin!

7. Jecha keetiin yeroo hundumaa waa'ee fedhii keetii haasa'i!

8. Waa'ee waan ta'aa jiruu osoo hin taane, waan ta'uu barbaaddu haasa'i!
Guyyaa guyyaan wantoota kana qofa hojjedhu!

9. Halkan kontiraata kee cufiitii waan boriif sirreeffamuu qabu yaadi!

10. Halkan utuu hin ciisin dura daqiiqaa digdamaaf siree irra ciisiitii jireenya akka fiilmii bal'inaan jiraattu yaadi! Kanas akkuma ganama hirriibaa kaateetti raawwadhu!

11. Fedhii keetiin kana yommuu gootu qalbiin kee ofumaan gara yaada gaarii bu'aa addaatti si geessa! Sana booda fedhiidhaan qalbii kee gara yaada fedhii keetti si geessa. Kun salphaatti qalbii leenjisuu jechuudha. Kana irra deddeebitee yommuu gootu bu'aa dinqii karaa miidiyaa namoota hedduu barsiisuu dandeessu argatta.

Namni buโ€™aa yaada isaa lafa irratti argamuuti. Gaaftokko seenaa milkaa'inaa kee ummataaf yeroo dhiheessitu nan arga. Hiriyootaaf share godhi!

  ๐Ÿ‘     โค        ๐Ÿ—จ๏ธ         โ™‚๏ธ
  ๐’๐’Š๐’Œ๐’†    ๐’“๐’†๐’‚๐’„๐’•   ๐’„๐’๐’Ž๐’Ž๐’†๐’๐’•  ๐’”๐’‰๐’‚๐’“๐’†
๐ŸŽดMinistry of Urban Development and Infrastructure๐ŸŽด

โ–ช๏ธ1 - Treasure (Cashier)
โ–ช๏ธ2 - Service charge research and monitoring specialist
โ–ช๏ธ3 - City tax and revenue research and monitoring expert
โ–ช๏ธ4 - Human resource management specialist
โ–ช๏ธ5 -  Law Expert
โ–ช๏ธFind More Details here
          ๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง
https://kebenajobs.com/job/ministry-of-urban-development-and-infrastructure-nov-05-23/

โ–ช๏ธDeadline: Nov 10/23
๐ŸŽดYouth Network For Sustainable Development (YNSD)๐ŸŽด๐ŸšฉNGO Jobs

โ–ช๏ธPosition - Program Coordinator
โ–ช๏ธEducation: Bachelorโ€™s Degree/MPH, MA in Sociology, project management, economics, law, or other related social science fields an MA/BA degree in similar social science fields is preferable.
โ–ช๏ธFind More Details here
          ๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง
https://elelanajobs.com/job/youth-network-for-sustainable-development-ynsd-nov-05-23/

โ–ช๏ธDeadline: Nov 10/23
๐๐„๐„๐Š๐’๐ˆ๐’๐€: ๐Ž๐Ÿ๐ข๐ข๐ฌ๐š๐ซ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐’๐ž๐ž๐ซ๐š๐š ๐‚๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐ฅ๐ข๐ข ๐‰๐š๐ฅ๐ช๐š๐›๐š๐š ๐๐š๐›๐š๐ซ๐ญ๐š๐ง ๐‡๐ฎ๐ง๐๐š๐š๐Ÿ
               โ€ขโ€ขโ˜…โ€ขโ€ข
Ofiisaroota Seeraa beeksisa jijjiirraa MMA fi MMO M/Adaamaa bahe irratti  galmooftan keessaa kanneen maqaan keessan asiin gaditti tarraa'e calallii jalqabaa dabartanii jirtu.
Kanaafuu Calallii jalqabaa kanneen dabartan qormaata barreeffamaaf gaafa 28/02/2016  ganama sa'aatii  3:00 tti akka dhiyaattan waamichi isiniif darbeera.
Hub:-
โ˜žBakki qormaataa Mana Murtii Olโ€™aanaa Magaalaa Adaamaati.
โ˜žDorgomtoonni Waraqaa eenyummaa qabattanii dhufuun dirqama.
โ˜žKanneen Madaallii Raawwii hojii bara tokkoo hin dhiyeeffanne akka qabattanii dhiyaattan isin hubachiisna.
โ˜žNaamusni dorgomtootaa fuulduratti kan qoratamu taha.
---------------
24/2/2016
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adamaa
๐ŸŽดNyala Insurance S.C๐ŸŽด๐ŸšฉFor Fresh Graduates

โ–ช๏ธPosition - Graduates Trainee
โ–ช๏ธEducation: Degree in Insurance, Management, Marketing. Accounting, Economics and related fields of study
โ–ช๏ธFind More Details here
          ๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง
https://elelanajobs.com/job/nyala-insurance-s-c-nov-05-23/

โ–ช๏ธDeadline: November11/23